Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Yaa rabbii halkan murta'aa fi murta'aa ittiin nu gahii yaa Allah >๏ธ
Yaa rabbi halkan amrii, waan baay'ee fi mirkana'een nu gahiโ€ฆ See more
โค2
Yaa Allaah Yaa Rabbii
Badii keenya cufa irraa nuuf darbi Rahmata nuuf godhii

Yaa Rabbii keenya duniyattis gaarii nuu kenni, Aakhirattis gaarii nuukenni, Azaaba ibiddaa jalaa nagaya nubaas.๐Ÿคฒ
Yaa Allaah Yaa Rabbii.๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
Rabbi Nuhaa milkeessu ๐Ÿฅฐ
Yaa rabbi osoo soomanni hin baane waan nuuf hin taane mara(qilleensa taane,Nama hin taane,Akka fi bikka hin taane) waan nuuf tahu,Akka fi bikka nuuf tahutti nuuf jijjiiri! http://t.me/httpsMidega
๐Ÿ‘1
Halkan 29ffaa

Yaa Rabbii Kiyya Duniyaa bal'oo, Haadha manaa gaarii nuuf kanni, du'aa'ii teenya ta si khadhataa turre cufa nuuf qeebali ๐Ÿคฒ๐ŸŒ™

#Allaahu_yaa_Mujiib ๐ŸŒทhttp://t.me/httpsMidega
Sheikh Al-Islaam Ibn Teymia Rahimahullah akkana jedha " Rabbiin ๏ทป nama isa kadhatu ni jaalata.".
ุงู„ูุชุงูˆู‰ ูขูฅ/ูฃูงู 
โœ“. Gaafa "yaa rabbi" jettee isa kadhatte hunda rabbiin ๏ทป si jalaata. Merhabaa. Mee amma duaaiin tee osoo akka ati yaaddutti hin qeebalamin boodatti harkifatte haa jennuu.

-Rabbiin si jaalachuun qofti siif hin gahuu
- jiini kun dhumee ati sababa duaaii heddummeeysuu keetiitiin jaalallee Allaahaa ta'uun si hin gammachiisuu?!.

โ€ข ilaahii warra isaan jaalatte san irraa nu taasisi.


Ramadan 29,1446H
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Du'aa'ii halkan jum'aa kan dhumaa Ramadaana keessa
Du'aa'ii halkan jum'aa ramadaanaa isa dhumaatif
Idd Al Faxiriin guyyaa boruu Dilbata  kabajama.

Id Al-Fixrii kan bara 1446 ALH/2025 guyyaa Hordoftoonni  amantaa Islaamaa hundaan baga Ayyaana Iid Alfaxir kan bara 1446ffaa nagaan isin gahe jechaa ayyaanni kun kan Nagaa,kan Jaalalaa fi kan Barakaa akka isiniif tahu hawwa.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Du'aa'ii ramadaanaa isa dhumaa. Rabbiin Nuraa haa qeebalu Sa'aa dhumaa ramadaanaa keessatti du'aa'ii godhuudha. Yaa rabbi nu qeebali
Kadhaa isin baatii tana keessa kadhattan hunda, Rabbiin yeroo dhihotti isiniif Qeebalee isin haa gammachiisu! http://t.me/httpsMidega
Rabbiin soomana keessan qeebaltiin isin haa hiiku
Nabiyyii wajjin jannata keessatti si haa qubsiisu
Iida gammachuu fi gammachuu addaan hin cinne isiniif haa godhu.http://t.me/httpsMidega
โ˜†โ˜†โ˜†๏ทฝโ˜†โ˜†โ˜†

๐Ÿ‚Yoo nutti jijjiiramtan isinitti jijjiramna jedha rabbiin
.!ู„ู… ูŠูƒ ู…ุบูŠุฑุง ู†ุนู…ุฉ ุงู†ุนู…ู‡ุง ุนู„ู‰ ู‚ูˆู… ุญุชู‘ู‰ ูŠุบูŠุฑูˆุง ู…ุง ุจุฃู†ูุณู‡ู…....
Akkuma beekamu ramadaannni dhufee ibaadaadhaan zikriin qiraatii qur'aanaatiin sadaqaa dhaan hojiilee kheyrii hedduudhaan dabarsine.
Yoonif kheyrii sanniin amma ramdaana wajjiin itti dhaamattee ifirraa dhiiste.
Beeki.....!
Rabbii keetti jijjiiramtee rabbiinillee sitti jijjiirama.
๐Ÿ‚IF EEGI.....!
๐Ÿ‘1
๐Ÿฅ€ยฐโ€ขHaala hunda Kolfaa fudhadhu.ยฐhttp://t.me/httpsMidega
Haasidaa fi Hisdii
Rabbi Sirraa Haa Qabu http://t.me/httpsMidega
Abjuu fi hawwiin garaa koo keessa dhokatee jira, ati immoo jirta.http://t.me/httpsMidega
Shayxaanni Hiikamee jira Rabbitti Maganfadhaa.!!

( ูˆู‚ู„ ุฑุจ ุฃุนูˆุฐ ุจูƒ ู…ู† ู‡ู…ุฒุงุช ุงู„ุดูŠุงุทูŠู† )http://t.me/httpsMidega
#Du.aaii Tana Aammiin jadhii sheer
Godhi Yaa Nama Haajaa qabdu Rabbi
Haajaakee sihaa baasu Yaa Nama
Rakkoon sitti Jirtu Rabbi Rakkoo
Keessaa sihaa baasu Yaa Nama Cinqiin
Sitti jiru Rabbi cinqii keessaa sihaa baasu
Yaa Nama dhabni sitti Jiru Rabbi Ammatti
Siif haa kannu Yaa Allaah Du.aaii tana
Nuuf qeebali๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿ˜ญโ˜๏ธ
Yaa Rabbii qalbii argitu garaa keenya ilaali.
Ilmaan khee copy tee godhuuf of hin dadhabsiisin.. ni ulfaata..
zamana isaan kheeysa jiraachuuf taa'an kheeysatti akka milkaawuu dandeeyaniif dandii baniif..
ู‚ุงู„ ุงู„ุฅู…ุงู… ุนู„ูŠ ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ ูˆูƒุฑู… ุงู„ู„ู‡ ูˆุฌู‡ู‡.. "ุฑุจูˆุง ุฃูˆู„ุงุฏูƒู… ู„ุฒู…ุงู† ุบูŠุฑ ุฒู…ุงู†ูƒู….."
‏ุงู„ู„ู‘ูฐู‡ูู…ูŽู‘ ุชูุจู’ ุนูŽู„ูŽูŠู’ู†ูŽุง ุฅูู†ูŽู‘ูƒูŽ ุฃูŽู†ุชูŽ ุงู„ุชูŽู‘ูˆูŽู‘ุงุจู ุงู„ุฑูŽู‘ุญููŠู€ู…ู .Yaa Rabbi rahmata nuuf godhi, Ati araaramaa, rahmata godhaa waan taateef.