Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
{فَتَوَكَّلۡ عَلَى ٱللَّهِۚ إِنَّ ٱللَّهَ یُحِبُّ ٱلۡمُتَوَكِّلِینَ}
Saffisa ramadaanni itti deemaa jiru gartee mii?
Umriin teetis akkanumatti saffisaan deemaa jirtii beekhi.
Ilaahii wantoota natti ulfaatan hunda ati narratti laaffisi.! http://t.me/httpsMidega
Har'a taraawiiha dhayxee daqiiqaa 50 dhaabbattee ajrii nama halkan guutuu dhaabbatee argatuun eega sitti ulfaatee boru guyyaa qiyaamaa fuuldura waggaa 50,000 dhaabbachuuf teeysa.»ღ http://t.me/httpsMidega
Harra Ramadana guyyaa kudha shanaffaan qixxee geennee jirraa Alhamdulillah.
Gaarii yoo ta'ee itti dabalii, Gaarii ta'u baannaan akka haaraatti jalqabi!!

Jecha Rabbii ol tahee yaadadhu:
﴿أَیَّامࣰا مَّعۡدُودَاتࣲ﴾.

Rabbiin kadhachuus baay'isii:
اللهمَّ أعِنِّي على ذكرِكَ وشكرِكَ وحسنِ عبادتِك
اللَّهُمَّ إِنَّكَ عَفُوٌّ تُحِبُّ العّفْوَ فَاعْفُ عَنِّا...
Lafti halkan qadr simachuuf qophaahaa jirti .. Yaa rabbi qooda kiyyaa fi qooda nama nabi muhammad irratti salawaata buuse hunda nuuf godhi
Astagfurullaahi, Astagfurullaahi, wa’ee astagfurullaahi, wa’ee uumama isaa, wa’ee mizaana isaa, wa’ee kalama isaa, wa’ee jecha isaa, wa’ee araarama Rabbii irraa barbaada, wa’ee sochii fi ammalle, araarama rabbii, akkuma warra si yaadatee fi warra si hin beeknes, akka warra hin beeknes, ani araarama, yaa rabbii kiyya, akka lakkofsa waan samii fi dac… See more
Yaa Allah warra ibidda irraa tikfamanii fi warra irraa qeebalaman irraa nu taasisi
Yaa Allah ani baay’ee ofitti balleesse, cubbuun si malee namaaf hin dhiifamne, kanaaf dhiifama naaf godhi, araarama siif araarama. Ati dhiifama godhaadha, rahmata godhaadha.
Ani araarama Allah magnificent irra barbaada, akkasumas dilii ati akka gadi aanaatti ilaaltu hunda gara isaatti deebi’i, ati guddaadha.
Allahumma salli alaa nabiyyinaa Muhammad sallallahu aleyhi wassallam
Halkan har'aa kun halkan dhumaa jiruu keetii ta'uu mala. Halkan kun halkan leeylatul qadrii ta'uu isiitu mala. Lubbuu keetirraa rabbitti ﷻ kheeyrii agarsiisi.» http://t.me/httpsMidega
𝐃𝐮'𝐚𝐚'𝐢𝐢 𝐭𝐚𝐧𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐡𝐚𝐚 𝐪𝐞𝐞𝐛𝐚𝐥𝐮 𝐲𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐤𝐞𝐞 𝐠𝐚𝐥𝐦𝐚 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐡𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐡𝐮 𝐭𝐚𝐧 𝐡𝐨𝐣𝐚𝐭𝐭𝐞 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐡𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐭𝐚𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐫𝐞 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐡𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐭𝐮 𝐭𝐚𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐮 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐡𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐭𝐮 𝐮𝐦𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐞𝐞 𝐡𝐚𝐚 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐡𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐞𝐞𝐫𝐚𝐭𝐮 𝐣𝐢𝐫𝐮𝐮𝐧 𝐤𝐞𝐞 𝐢𝐛𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐝𝐮𝐮𝐭𝐢 𝐤𝐞𝐞 𝐬𝐡𝐚𝐡𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐥𝐛𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐣𝐚𝐚𝐧𝐧𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐬𝐚𝐝𝐝𝐞𝐞𝐭𝐭𝐚𝐧 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐡𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐧𝐚𝐦𝐭𝐮 𝐛𝐚𝐥𝐛𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐚𝐳𝐚𝐚𝐛𝐚𝐚 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐡𝐚𝐚 𝐜𝐮𝐟𝐚𝐦𝐭𝐮 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐪𝐢𝐲𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐚𝐝𝐝𝐢𝐬𝐚 𝐚𝐫𝐬𝐡𝐢𝐢 𝐣𝐚𝐥𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐬𝐢 𝐡𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐚𝐡𝐮 𝐰𝐚𝐚𝐧𝐢𝐧 𝐬𝐢 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐝𝐡𝐮𝐮𝐟𝐚𝐧 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞 𝐚𝐭𝐢𝐬 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐲'𝐞𝐞 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐲𝐨𝐨 𝐱𝐢𝐪𝐪𝐚𝐚𝐭𝐞 𝐧𝐚𝐦𝐚 10'𝐟 𝐞𝐫𝐠𝐢 𝐬𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐲𝐨𝐨 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐝𝐡𝐞 𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟𝐢𝐬 𝐞𝐫𝐠𝐢 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐭𝐞𝐞 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐡𝐢𝐢𝐟𝐧𝐞 𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 http://t.me/httpsMidega
Irra deebii du'aa'ii halkan ramadaana 22 tti ...
#بداية_أسبوع_موفقة_للجميع
Namni fb banattee blog kana argite rabbiin rahmata siif haa godhu quubsuma haadha fi abbaa keetii sihaa uffisu bakka harka kee kaayattetti wanti hundi siif deema inshaa allaah.. 🤲🏻 http://t.me/httpsMidega
Allahumma inni dilii fi walaalumma, wa ballina fi walaalumma, wa ballina dhimma koo keessatti, wa ati na beekttus, ya Allahumma, dilii fi irra daddarbaa, wa salphina fi guddina koo, wa ani qabu hunda, ya Allahumma waan ani dhiyeesse fi waan ani qabu hunda naaf araarami raawwatameera, kanan ani gammades, kanan ani labses, ati isa jalqabaa fi isa dhumaati, akkasumas ati isa hundumaa irratti tokkodha.
'Guutuu isaa dubbisi,..Sana booda lakkoofsa dhumarra jiru ilaalii murteessi.
Ergamaan rabbii(SAW)akkana jedhan__arrabaaf salphoo fakkaattee madaalli ishii hedduu guddoo tan taate,..rabbi biratti ammoo akkaan jaalatamtuu tan taate.
*subhanallaahi wabihamdi subahaanallaahil aziim*
*subhanallaahi wabihamdi subahaanallaahil aziim*
*subhanallaahi wabihamdi subahaanallaahil aziim*
*subhanallaahi wabihamdi subahaanallaahil aziim*
*subhanallaahi wabihamdi subahaanallaahil aziim*
*subhanallaahi wabihamdi subahaanallaahil aziim* yoo xiqqaate namoota 30f ergi(yoo namaaf erganis)dubbisanis hasanaata biliyoona dhibba shan argatta fedha rabbiitin .
Akkasuma namoonni ati ergiteef Nama 30f yoo ergan ammas hasanaata4.680.000.000 argatta
Yoom akka duutu hin beeytu sadaqatal jaariyaa siif taati tamsaasuuf daqiiqaallee sirraa hin fudhatu
Akka guyyaa qiyaamaa ragaa siif Taatuuf jecha http://t.me/httpsMidega
Kheeyriilee kurna boodaa eeggachuu fii ibaadaalee isa keessaa irratti jajjabaachuu keessatti halkan 21 fii halkan 22 addaan baastee hin ilaalin. Rasuulli ﷺ kurna kana guutuu ibaadaatti marxifatee jajjabaata malee kurna keessaa guyyoota witrii qofa tattaafata nuun hin jedhamne. Allaaha Allaaha kurna kana guutuu isaa ibaadaa adda addaatiin booji'achuu keessatti.»ღ
Akkamitti Halkanoota kurnan xumuraa tana irraa fayyadamuun danada'ama?

1- Niyyaa ofii haarawoomsuu:- Niyyaa keenya guutuu Rabbitti deebisuudhaan waan hojjannu hunda Rabbiin irra herregachuudhaan dabarsuu barbaachisa .

2- Dhiifama Rabbiin irra barbaaduu:- Akka diliin teenya jidduu teenyaafi Rabbii dahoo hin taane dhiifama Rabbiin gaafachuu qabna, ofiifi haadhaa abbaa, Muslima hundaaf kadhachuun barbaachisaadha .

3- Du'aa'iifi salawaata Ergamaa Rabbii irratti buusuu heddummeessuu:- akka Rabbiin keeyrii halkanoota tanniinii hunda nuuf kennu Rabbiin daneessanii kadhachuun gaariidha, ofii keetifi abbaa haadha keetiif du'aa'ii heddummeessuun hedduu jaalatamaadha, keesattuu du'aa'ii armaan gadii kana jabeessaa:-
"اللَّهُمَّ إِنَّكَ عَفُوٌّ تُحِبُّ الْعَفْوَ فَاعْفُ عَنِّي ".
"Allaahumma Innaka Afuwwun Tuhibbul'afwa fa'afu Annii"

Hiikkaan: "Yaa Rabbi ati hedduu dhiifama goodhaadha, dhiifama godhuu jaalatta, dhiifama naaf godhi" .

4- Taraawiihaafi tahajjuda salaatuu .

5- zikrii Rabbii baay'isuu:- keessattu Qur’aana dubbisuu, namni guutuu dadhabes suuraa(boqanna) Iklaas irra deddeebi'ee haa qara'u, Namni isii yeroo sadi qara'e akka waan Qur’aana guutuu fixeeti mindaan isaa .

6- Haadhaafi abbaatti tola ooluu, amala toluu, fira sufachuu, sadaqaa heddummeessuufi kkf .

7- Maatii ofii halkan akka ka'anii ibaadaa godhan hirriba irraa kaasuu .

"Ergamaan Rabbii ﷺyeroo kurnan boodaa seentee halkan guutuu ibaadaan jiraachisu, warra ofii hirribaa kaasuu, marxoo jabeeffatu, ni jajjabaatu".

Nama keeyrii kurnan tanaa guutuu argatu Rabbiin nu haa godhu !!!
Yoo sitti tole....👇