Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Rabbiin kheenya nurraa hin tursiisu
•Akkuma Nabi Yusuf(A.S)irraa Turin sanitti...
•Akkuma Nabi Yaaqub(A.S) hin irranfatunitti...
•Akkuma Nabi Yunus(A.S)tti garaa Jabaatinitti...

Nurraahis hin tursiisu Nurraahis hin tursiisin🤲
⇣⇣
http://t.me/httpsMidega
Halkan 14ffaa

Yaa Rabbi akka gubbaa kheenya bareechitetti kheessa kheenyallee nuuf bareechi 🌙🤲

#Allaahu_Yaa_Jamiil 🌷
Ramadaanni kuranan jalqabaa Jarjaraan dabree jira. 🥺 Rabbiin dilii teenya nuuf araarame عbaada teenyaas nurraa haa qeebalu!.❤️‍🩹🖇

http://t.me/httpsMidega
Nabi Muhammad irratti
Salawaata Buusuun Raahaa
Qalbiiti.💚ﷺS A W🥀

#Sallallahu_alayhi_wassallam
﴿ إِنَّهُ سَمِيعٌ قَرِيبٌ ﴾ ﴿ Dhugumatti, Inni dhaga’aa dhihoo dha يب
Yaa rabbi sitti maganfanna waan musiibaa fi waan lubbuu nama dadhabsiisu hunda irraa, haala jiruu fi haala jiru tasgabbeessi.
“Rabbiin onnee keenya waan nuti hawwinu hunda nuuf haa jiisu. ” "http://t.me/httpsMidega
❤1
Alhamdulillaah
❤1
La ilaha illalah -Azimul halim. La ilaha Illallahu Rabbul-arsh-il Aziim. Laa ilaaha Ilallahu Rabbu-samaawati wa rabbul Ard wa Rabbul-arshil Karim!)☝️http://t.me/httpsMidega
Dr.Abiy anuma hin argin malee,osoo na arge waan na wallaalu hin se'u.🙄

..
..
..
{فَتَوَكَّلۡ عَلَى ٱللَّهِۚ إِنَّ ٱللَّهَ یُحِبُّ ٱلۡمُتَوَكِّلِینَ}
Saffisa ramadaanni itti deemaa jiru gartee mii?
Umriin teetis akkanumatti saffisaan deemaa jirtii beekhi.
Ilaahii wantoota natti ulfaatan hunda ati narratti laaffisi.! http://t.me/httpsMidega
Har'a taraawiiha dhayxee daqiiqaa 50 dhaabbattee ajrii nama halkan guutuu dhaabbatee argatuun eega sitti ulfaatee boru guyyaa qiyaamaa fuuldura waggaa 50,000 dhaabbachuuf teeysa.»ღ http://t.me/httpsMidega
Harra Ramadana guyyaa kudha shanaffaan qixxee geennee jirraa Alhamdulillah.
Gaarii yoo ta'ee itti dabalii, Gaarii ta'u baannaan akka haaraatti jalqabi!!

Jecha Rabbii ol tahee yaadadhu:
﴿أَیَّامࣰا مَّعۡدُودَاتࣲ﴾.

Rabbiin kadhachuus baay'isii:
اللهمَّ أعِنِّي على ذكرِكَ وشكرِكَ وحسنِ عبادتِك
اللَّهُمَّ إِنَّكَ عَفُوٌّ تُحِبُّ العّفْوَ فَاعْفُ عَنِّا...
Lafti halkan qadr simachuuf qophaahaa jirti .. Yaa rabbi qooda kiyyaa fi qooda nama nabi muhammad irratti salawaata buuse hunda nuuf godhi
Astagfurullaahi, Astagfurullaahi, wa’ee astagfurullaahi, wa’ee uumama isaa, wa’ee mizaana isaa, wa’ee kalama isaa, wa’ee jecha isaa, wa’ee araarama Rabbii irraa barbaada, wa’ee sochii fi ammalle, araarama rabbii, akkuma warra si yaadatee fi warra si hin beeknes, akka warra hin beeknes, ani araarama, yaa rabbii kiyya, akka lakkofsa waan samii fi dac… See more
Yaa Allah warra ibidda irraa tikfamanii fi warra irraa qeebalaman irraa nu taasisi
Yaa Allah ani baay’ee ofitti balleesse, cubbuun si malee namaaf hin dhiifamne, kanaaf dhiifama naaf godhi, araarama siif araarama. Ati dhiifama godhaadha, rahmata godhaadha.
Ani araarama Allah magnificent irra barbaada, akkasumas dilii ati akka gadi aanaatti ilaaltu hunda gara isaatti deebi’i, ati guddaadha.
Allahumma salli alaa nabiyyinaa Muhammad sallallahu aleyhi wassallam
Halkan har'aa kun halkan dhumaa jiruu keetii ta'uu mala. Halkan kun halkan leeylatul qadrii ta'uu isiitu mala. Lubbuu keetirraa rabbitti ﷻ kheeyrii agarsiisi.» http://t.me/httpsMidega