Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
3⃣7⃣🔺★⇨Assamii'u⇦Jechuun dhaga'aa ykn dhagahaa icitiis ta'e sagaleen kamiyyuu kan isaa jalaa hin dhokanne
3⃣8⃣🔺★⇨Albasiiru⇦jechuun argaa kan argaan isaa waan hunda wal ga'ee fi waa tokkollee isaa jalaa dhokachuu hin dandeenye
3⃣9⃣🔺★⇨Ashahiidu⇦Jechuun hordofaa / Ragaa kan uumama isaa to'atuu fi tokkichummaa isaa akkasumas haqaan murteessuurratti kan ragaa ofii bahee warra itti amaneef ragaa bahuu
4⃣0⃣🔺★⇨Arraqiibu⇦jechuun hordofaa hundaa kan haala hunda gabrootaa kan to'atu
4⃣1⃣🔺★⇨Arrafiiqu⇦Jechuun gara laafaa suuta jechuu kan jaallatuu fi kan gabroottan isaatti laaffisuu jaallatu
4⃣2⃣🔺★⇨Al qariibu⇦Jechuun dhihoo hundaa arshii isaarra jiraachuu waajiin beekumsa isaatiifi dandeeytii isaatiin uumama isaatti dhihoo kan ta'e
4⃣3⃣🔺★⇨Al mujiibu⇦Jechuun owwaataa kan nama isa kadhateef kadhaa isaa dhagaheefii waan fedhii isaatii kennuuf
4⃣4⃣🔺★⇨Almuqiitu⇦Jechuun uumaa fi Raabsaa yeroo fi soorataa
4⃣5⃣🔺★⇨Al hasiibu⇦Jechuun akkaan herreegaa kan waan gabrootii isaa barbaadan guutee waan isaan duniyaatti hojjetan Aakhiraatti isaaniif kennu
4⃣6⃣🔺★⇨Al mu'uminu⇦Jechuun dhugoomsaa kan ergamtoota isaatii ragaa bahee dhugoomsuufi kan duniyaattis ta'e Aakhiraatti nagaa buusu
4⃣7⃣🔺★⇨Axxayyib http://t.me/httpsMidega
Allahumma inni dilii hin araaramne,
du'aaii hin qeebalamne,
wa'ii hin qeebalamne,
irraa sitti maganfanna
❤2
Midega Abdela pinned «Astagfrullaah wa,atuubu ileyihi. http://t.me/httpsMidega»
"Alhamdulillaah galanni kan daangaa hin qabne, akkasumas rabbiif galanni haa ta'u ifatti fi dhoksaatti.. Galanni kan Allahti, jaalala, galata, galata, fi beekumsa tola isaa fi beekamtii arjummaa isaa isa guddaa.. Galanni kan rabbiiti halkanii fi guyyaa, fi dhoksaattis kan rabbiiti. Alhamdulillaahi sababa malee fi sababa malee galanni kan rabbiiti kan darbeefi kan dhufu hundaaf galanni kan rabbiiti " http://t.me/httpsMidega
‏{رَبَّنَا وَلَا تُحَمِّلْنَا مَا لَا طَاقَةَ لَنَا بِهِ ۖ وَاعْفُ عَنَّا وَاغْفِرْ لَنَا وَارْحَمْنَا}http://t.me/httpsMidega
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Guyyaa tokko masjiida makkaa irraa Assalaamu'aleykum warahamatullaahi wabarakaatuhu jenna
Yaa rabbi mana kee nu ziyaarsiisi yeroo dhihootti waan gaarii nu dhageessisi. ♥️ http://t.me/httpsMidega
❤4
Du'aayii Bareedu
tana اللهم امین یارب العالمین🤲
Jedha mee hin tuffatini
🤲🤲YAA RABBI

👉Wanti sarara koo fi kee 'disconnect' gochuu barbaadu 'offline' Haa tahu.

👉Karaa fi karri kee yeroo hundaa nuuf 'Online' haa tahu.

👉Sif onneen keenya 'add story' utuu hin taane 'profile' dhugaa akka tahu nu gargaari.

👉 Wanta 'bio' keenya dadhabsuu barbaadu ati nuuf sirreessi

👉:Waan humna keenya caaletti humnakee 'tag' nuuf godhi!,

👉Waan hunda duukaa dachaanee fiiguu irra si qofa akka 'follow' goonu nu gargaari!,

👉Cubbuu Keenya 'Delete' nurraa godhi

👉dhugaa keenya isa dhokate 'public' tti baasii nuuf mul'isi!,

👉jibbaa laphee keenya keessaa balleessii, jaalala 'Post' godhi!,

👉Waan biyya lafaa kana mootummaakee caalchifnee 'like' gochuu nu eegi, nu baraaru

👉Diinota keenya 'block' nurraa godhi,

👉Waan qabnurraa 'share' akka waliif goonuuf garaa keenya nuuf laaffisi!,

👉Warra dukkana keessa jiran gara ifichaatti 'add' nuuf godhi!,

👉Karoora diinota keenyaa 'reject' nurraa godhii fashaleessi!,

👏yeroo hundumaa si wajjiin akka 'chat' goonu nu gargaari malee iddoo hin taane nu hin dhabin.

👉Sammuun keenya waan gaarii akka yaadu gaarummaaf qajeelummaa 'add' nuuf godhi.

👉Wanta ati nuuf gooteef 'comment' gaarii akka kenninu sammuu nuuf bani.

👉yeroo nu barbaaddu hundumaa 'connection' irraa nu hin dhabin!, online irratti nu eegi

👉Nu waliin jiraachuu kee fi sii wajjin jiraachuu keenya argii page kee irratti nu eegi

👉Du'aayii keenya kana 'accept' nuuf godhi!,

👉Dogoggora Du'aayii keenyaa atumti 'edit' nuuf godhi!,

👉Deebii Du'aayii keenyaas 'reply' nuuf godhi!,

👉Du'aayii kana isinimmoo amantiidhaan 'Confirm' godhaa (Ameen jedhaa)!

Via Hussein Abatemam Abadiko Ethiopiahttp://t.me/httpsMidega
Akkasumas halkan har’aa kana Rabbiin nuuf haa kennu, hundi keenya waan taheef nuti barbaannu fi imimmaan galataatiin Rabbiif sujuuda goona.
Ramadaana halkan 11ffaa du'aa'ii heddummeessaa
Yaa Allah yoon dilii dalage kan gammachuu fi du'aa'iin tiyya qeebalamuu dhoorkite naaf araarami yaa Allah dilii hunda irraa na qulqulleessi haala amma keessa jiru miti kan ati na jaalattu. Yaa Allah humna keetu laafina kiyyarra cimaadha, yaaddoo kiyyarra rahmata keetu naaf bal'ata, karaa kiyya naaf ibsi onnee kiyyas naaf jabeessi, yaa Allah dhimma kiyya hunda sirratti godhadhe, si abdadhe, ati nan gattu. الله الله الله الله http://t.me/httpsMidega
Talk to Allah, cry to Allah, pray to Allah. Allah hears you, Allah loves you.❤️ http://t.me/httpsMidega
اللهم ارحمنا برحمتك ياالله يارب العالمين 🤲🩵
🌸Rahmata Rabbii keenyaa.xiinxallaa🌹😍


💐Qur'aana irraa harfii takka(1) Namni qara'e ajrii 10 argata😍alif:laam:miim..kan jedhe soddoma(30) argata....yaa subhaanallaah🫀🌸🥹

🌺Qul huwallaahu.ahad...Namni Qara'e...Qur'aana irraa..1/3 akka waan qara'eetti lakkaa'amaaf💐

🏆Nama Rabbiin yaadatu...:innis ni yaadataan....🎁
🏆karaa Rabbiitirratti...Du'uu fi Ajjeesuu irra..zikritu caala...
🏆Wudu'a bareechee Namni godhate...Badiin isaa ni araaramaaf...
.........1 fuula yoo dhiqatu wanti ijaan laalte siif dhiifama...
.........2 yeroo harkaas kan harkaan hojjate
.........3 yeroo lukaas....kan gara badiitti ittiin deeme ni dhiifamaaf...
🏆 salaanni sunna...subhii..raka'aan lamaan...waan dunyaa kana irra jiru..guutuu caalti...💎yaa subhaanallaah🥹😍
🏆 Namni nama soomu faxxarsiise...kan namni soomu argatu argata💧🕊badhaadhina ajaa'ibaati wallaahi🕊😍

GARUU...!!!!

Meeqa keenyatu itti fayyadamaa jira😰🥺..yaa obboleewwan koo..Adaraa of haa too'annuu😔...

🌺Inshaa'allaah..Rabbiin Nu Hundaa..warra kheyrii dalagatee milkaa'u nu haa taasisu.☀️✨🤲🤲
Kheyrii tana share..Godhaa irraa..fayyadamaa...kheyrii tana..yoo namni tokko sababa keessaniin..fayyadame......hanga guyyaa qiyyaamaatti...ajrii qooddattu Inshaa'allaah✊🌺🌺🌺🌺

By🕊...k

Share🌹🌷💐🌺🌸🌼👇👇

http://t.me/httpsMidega
Rabbiin kheenya nurraa hin tursiisu
•Akkuma Nabi Yusuf(A.S)irraa Turin sanitti...
•Akkuma Nabi Yaaqub(A.S) hin irranfatunitti...
•Akkuma Nabi Yunus(A.S)tti garaa Jabaatinitti...

Nurraahis hin tursiisu Nurraahis hin tursiisin🤲
⇣⇣
http://t.me/httpsMidega
Halkan 14ffaa

Yaa Rabbi akka gubbaa kheenya bareechitetti kheessa kheenyallee nuuf bareechi 🌙🤲

#Allaahu_Yaa_Jamiil 🌷
Ramadaanni kuranan jalqabaa Jarjaraan dabree jira. 🥺 Rabbiin dilii teenya nuuf araarame عbaada teenyaas nurraa haa qeebalu!.❤️‍🩹🖇

http://t.me/httpsMidega
Nabi Muhammad irratti
Salawaata Buusuun Raahaa
Qalbiiti.💚ﷺS A W🥀

#Sallallahu_alayhi_wassallam
﴿ إِنَّهُ سَمِيعٌ قَرِيبٌ ﴾ ﴿ Dhugumatti, Inni dhaga’aa dhihoo dha يب
Yaa rabbi sitti maganfanna waan musiibaa fi waan lubbuu nama dadhabsiisu hunda irraa, haala jiruu fi haala jiru tasgabbeessi.
“Rabbiin onnee keenya waan nuti hawwinu hunda nuuf haa jiisu. ” "http://t.me/httpsMidega
❤1
Alhamdulillaah
❤1