Halkan 2ffaa
Yaadota, hojitti hin deebi'in, hamileewwan itti hin gahamin, Hawwiilee hin dhugoomin cufa Rabbiin Ramadaana kana keessa nuuf haa guutu 🌙🤲
Allaahu yaa Qaadir 🌷http://t.me/httpsMidega
Yaadota, hojitti hin deebi'in, hamileewwan itti hin gahamin, Hawwiilee hin dhugoomin cufa Rabbiin Ramadaana kana keessa nuuf haa guutu 🌙🤲
Allaahu yaa Qaadir 🌷http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Galanni isaaf haa tahu....
Isa Dilii teenya hunda nuuf dhoysee mataa ol qabannee nama kheessa Akka deemnu nu godheef!.🖤🥀
http://t.me/httpsMidega
Isa Dilii teenya hunda nuuf dhoysee mataa ol qabannee nama kheessa Akka deemnu nu godheef!.🖤🥀
http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
༺࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚༻
~Obboleessa koo obboleettii too
༄Wanti karoorfatte fiixa siif haa bahu
༄Kan ati yaadde hundis galma siif haga'u
༄Rakkoof rakkisaan jiruu tee keessaa haa bahu
༄Wanti amba dhibde sin dhibin
༄Miilli kaayyoo kee daandii milkaa'inaa irraa hin dabin
༄Khaaliqaaf khalqii biratti mi'aawi
༄Ardiif samittis urgaawi
༄dhukkkuba hundarraas Fayyaatahi
༄Waan sodaattu hunda najaa bahi!
Aamiin....
..... http://t.me/httpsMidega

👉 Nyaata arrabaan dhandhamanii ilaaluun,liqimsuu dhabnaan…sooma namaa hin ballleessuu beekaa…!!http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
👉 Nyaata arrabaan dhandhamanii ilaaluun,liqimsuu dhabnaan…sooma namaa hin ballleessuu beekaa…!! http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
"Wallaahi! Odoo Warra Qabriitin Hawwaa Je'aniin; Silaa Guyyuma Tokko Ji'a Ramadaanaatirraa Hawwanii" Je'e Ibnul Jowziin رحمه اللهhttp://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
✨️#Day_of_Ramadan3🌙
Allhamdulillah Asgeenye
_
Rabbiin Soomana Keenya Ka Somanne nurraa Haa qeebalu 🤲🤲🤲
http://t.me/httpsMidega
Allhamdulillah Asgeenye
_
Rabbiin Soomana Keenya Ka Somanne nurraa Haa qeebalu 🤲🤲🤲
http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Akkasuma warra du'aaii isaanii dhagahee du'aaii isaanii irraa qeebalamtee keessaa tokko
nu ha godhu Yaa rabbi ..
nu ha godhu Yaa rabbi ..
❤1
Amma balballi jannataa banameera.. Yaa rabbi ummata isaa irraa nu taasisi..!
Allahumma ya'muqallibal Qulub Sabbit Qulubana' Ala diinik, ya'musarrifal qulubi sarrif quluubanaa Alaa xaa’atika 🤲 http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Rabbii kankee yoo dagattee jiraatte yaadadhu....
*_﴿ وَاذْكُر ربّكَ إِذَا نَسِيتَ ﴾؛*
(Du'aa'ii baay'ee fayyadduudha haffazaa irraa fayyadamaa👇)
Subhaanallaah...
*- سُبحان الله.*🌱
Alhamdulillaah
*- الحمدلله.*🌱
Allaahu Akbar
*- الله أكبّر.*🌱
Astegfirullaah
*- أستغفرالله.*🌱
Laa ilaaha illallaahu
*- لا اله الا الله.*🌱
laa howla walaa quwwata Illaa billaah..
*- لاحول ولا قوة الا بالله.*🌱
Subhaanallaah Wabihamdihii
*- سُبحان الله وبحمده.*🌱
Subhaanallaahil Aziim
*- سُبحان الله العظيم.*🌱
laa ilaaha Illaa anta subhaanaka innii kuntu minazzaalimiin
*- لا اله الا انت سُبحانك ربي اني كنت من الظالمين.*🌱
Hasbiyallaahu laa ilaaha Illaa huwa, aleyhi tawakkaltu, wahuwa Rabbul arshil aziim
*- حسبي الله لا اله الا هو عليه توكلت وهو رب العرش العظيمّ.*🌱
Allaahumma innaa nas'aluka husnalkaatumaa
*- اللهّم نسالك حسن الخاتمة.*🌱
Allaahumma salli wasallim alaa nabiyyinaa Muhammad (Sallallaahu aleyhi wasallam)
*- اللهّم صل وسلم على نبينا محمد صلى الله عليه و سلم.*🌱
Allaahumma sabbit qalbii alaa diinika...
*- اللهّم ثبت قلبي على دينك.*🌱
Allaahumma-rham man sabaquunaa ileyk....
*- اللهّم ارحم من سبقونا إليك.*🌱
Allaahumma alhimna shahaadatan indalmowt....
*- اللهّم ألهمنا الشهادة عند الموتُ.*🌱
Allaahumma ajirnii mina-nnaar...
*- اللهّم أجرني من النار.*🌱
Allaahumma innii asalukal hudaa; wattuqaa; Wal afaafa; wal ginaa....
*- الله اني أسألك الهدى و التقى و العفاف و الغنى.* http://t.me/httpsMidega

🥰1
Ergamaan Rabbii (saw)
Gara Samii ol ilaalaa “Yaa Allah! Dadhabina humna kiyyaa, Xiqqeenya Tooftaa kiyyaa, Nama biratti tuffatamuu kiyyaas Sumattiin himadha.
Irra namaaf rifataa warra namaaf rifatuu kan taate Mootii waa hundaa Eenyuuf na dhiifta?
Nyaapota na jibbaniif moo? Moo diina dhimma kiyya isaan beeysisite kana? Atummaan natti dallanuu baannaan Dantaa hin qabu (hin badadu).
Dhiifama keetu irra naaf caala. Nuura kee kan dukkanaan ibsituunin tikfama. Humnaa fi Dandeettii kee kan Addunyaa tanaa fi aakhiraa ittiin dhaabdeenin si kadhadha.
Humnaa fi mallilleen yoo siin tahe malee hin jiru.”
Yaa Rabb☝️

Allahumma inni as-aluka sommana fi salata kenya nurra qeebali, warra herrega fi azaba male jannata ke seenu irra nu taasisi, wa’e kenya nurra qeebali🌙💙.http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Namni Muslima Tahee Nan Beynee Jiraa Laata ?
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Ani eenyu? Na beytuu laata?
= Na keessa qur'anii buufame
= Ani keessuma amatarra yeroo tokko dhufu.
= Yeroon an dhufe muslimni gammada
= Yeroon an dhufee sheyxanni hidhama.
= Ana keessa sunnan akka fardiiti lalama
= Mindaa or ajirii kiyya rabbuma beeka
= Saddettan jannata naaf banama
= Hulaan azaba narra cufama
= Nama na jabeyseef hulaa takka jira
= Halkan caalchifama tokko na keessa jira amma an dhufuuf torbaan lama qofaatu naaf hafee dhufuttiin jiraa as deematin jira.
= Akkami na qeebalta? Ani eenyu? Ani eeenyu?
*Oboleewwan kiyyaa Batiin Ramadaanaa Nuu Birraa gahuuf Guyyaa 15 qofaatu nuuf hafee
Mee Nuu keessa nama hangamtu yaa Rabbii ittin naa gayii jedhee Du'aayii gochuuti jiraa? Dhugaan qeebaluuf Niyyaa Akkaami gochutii jiraa?
Mee of gafadha oboleewwan kiyyaa. Yaa Rabbii Nama Ramadaanaa Dhufaa jiruu kanaa Nama qaqqabee Niyyaa gariin qalbii, ijaan, guraan, qama hundaan nama soomanu nuu godhii Yaa Allaah*

Yaa rabbi ramadaana baranaa kan gammachuu fi kan
yaada muraada keenya itti nuuf guutamtu nuuf godhi Yaa Allaah =~"
yaada muraada keenya itti nuuf guutamtu nuuf godhi Yaa Allaah =~"