Waan gaarii ati hojjattu duuba
namni fayyadamu hedduu jira.🥰https://t.me/httpsMidega
namni fayyadamu hedduu jira.🥰https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
👍3
Yaa Rabbii keenya duniyattis gaarii nuu kenni, Aakhirattis gaarii nuukenni, Azaaba ibiddaa jalaa nagaya nubaas🤲 Yaa Allaah Yaa Rabbii.🤲🤲🤲 https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Isin hubattanii...!?
Miidhaa teeknoloojii
Tiktokiirra gala
Namuu dhiisee hojii.https://t.me/httpsMidega
Miidhaa teeknoloojii
Tiktokiirra gala
Namuu dhiisee hojii.https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Du'aaii sh jamaal haaji
Yeroo keessi kee qulqulluu taate
Bakka hin beekne irraa Rabbiin ifa siif kenna.
Namoonni bakka ati hin beekne irraa si jaallatu, .
Namni sitti haajomuu fi si barbaadu bakka ati hin beekne irraa sitti dhufa.
https://t.me/httpsMidega
Bakka hin beekne irraa Rabbiin ifa siif kenna.
Namoonni bakka ati hin beekne irraa si jaallatu, .
Namni sitti haajomuu fi si barbaadu bakka ati hin beekne irraa sitti dhufa.
https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
❤2
Allahumma,ani ofi fi maati koo hundda sitti amana,yaa Allah onne keenya tokkomsi waan nu giddu jiru sirressi karaa nagaa irratti nu qajeelchi,yaa Allah,hidhaa keenya,jaalala,waliigaltee keenya nuuf guddisi,yaa
|Allah.kan amanamummaan isaa hin badne.https://t.me/httpsMidega
|Allah.kan amanamummaan isaa hin badne.https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Yaa Rabbi Ramadaana qeebalamee, maatii fi jaalalaan marfamee gaaddisa araaramaa fi araarama kKeetiinnu gahi. =“
❤3
۞- Sagantaalee televijiinaa hedduu ramadaana keessa dhihaattu ramadaana booda yuutuubii fii kan kana fakkaatan irraa argattee laaluu ni dandeeysa. Sekondiilee ji'a kanaa hin balleeysin hin hadiyyeeysin. Hojii caaltuu dura kan irra caaltu booji'adhu. Saahibni ijoo fii guddaan kee qur'aana haa ta'uu. Isa qara'uu heddummeeysi. Hiikkaa isaa beekuu fii keessa gad lallaaluu yoo dandeeyse itti dabalataa.»ღ
Telegram
Shaafii Muhammad Channel
Tafsiira dabalatee darsii Ustaaz Shaafii hunda asirraa arkattan.
Amata guutuu Nama feene tahuu dandeenya garuu Baatii Ramadaana Namoottan Jibril fii ergamaan rabbii ﷺ abaaranirraa akka taane of haa eeynu!.🖤🖇
http://t.me/httpsMidega
http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
❤1
Halkan 2ffaa
Yaadota, hojitti hin deebi'in, hamileewwan itti hin gahamin, Hawwiilee hin dhugoomin cufa Rabbiin Ramadaana kana keessa nuuf haa guutu 🌙🤲
Allaahu yaa Qaadir 🌷http://t.me/httpsMidega

Galanni isaaf haa tahu....
Isa Dilii teenya hunda nuuf dhoysee mataa ol qabannee nama kheessa Akka deemnu nu godheef!.🖤🥀
http://t.me/httpsMidega
Isa Dilii teenya hunda nuuf dhoysee mataa ol qabannee nama kheessa Akka deemnu nu godheef!.🖤🥀
http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
༺࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚༻
~Obboleessa koo obboleettii too
༄Wanti karoorfatte fiixa siif haa bahu
༄Kan ati yaadde hundis galma siif haga'u
༄Rakkoof rakkisaan jiruu tee keessaa haa bahu
༄Wanti amba dhibde sin dhibin
༄Miilli kaayyoo kee daandii milkaa'inaa irraa hin dabin
༄Khaaliqaaf khalqii biratti mi'aawi
༄Ardiif samittis urgaawi
༄dhukkkuba hundarraas Fayyaatahi
༄Waan sodaattu hunda najaa bahi!
Aamiin....
..... http://t.me/httpsMidega

👉 Nyaata arrabaan dhandhamanii ilaaluun,liqimsuu dhabnaan…sooma namaa hin ballleessuu beekaa…!!http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
👉 Nyaata arrabaan dhandhamanii ilaaluun,liqimsuu dhabnaan…sooma namaa hin ballleessuu beekaa…!! http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
"Wallaahi! Odoo Warra Qabriitin Hawwaa Je'aniin; Silaa Guyyuma Tokko Ji'a Ramadaanaatirraa Hawwanii" Je'e Ibnul Jowziin رحمه اللهhttp://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa