Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
.

Ilaahiii badiin koo onnee koo na miite 💔

Yaa rabbb rahmata keen barbaada!!😢 .....Rahmata keetiin na tiksi!!
Har'i guyyaa jum'aati guyyaa kabajamaa.....sayyida guyyootaa.....
❤️SALAWAATA HEDDUMMEESSUUN GALMEE KEESSAN KAN HAR'AA BAREEFFADHAA!!
اللهم صل وسلم وبارك علی محمد وعلی آله وصحبه وسلم تسلیم کثيرا❤️❤️❤️
❤2
Dureessa mataa isaaf jiraatu irra
Hiyyeessa saba isaaf jiraatu wayya https://t.me/httpsMidega
👍1
Waan gaarii ati hojjattu duuba
namni fayyadamu hedduu jira.🥰https://t.me/httpsMidega
👍3
Yaa Rabbii keenya duniyattis gaarii nuu kenni, Aakhirattis gaarii nuukenni, Azaaba ibiddaa jalaa nagaya nubaas🤲 Yaa Allaah Yaa Rabbii.🤲🤲🤲 https://t.me/httpsMidega
Isin hubattanii...!?
Miidhaa teeknoloojii
Tiktokiirra gala
Namuu dhiisee hojii.https://t.me/httpsMidega
Yeroo keessi kee qulqulluu taate
Bakka hin beekne irraa Rabbiin ifa siif kenna.
Namoonni bakka ati hin beekne irraa si jaallatu, .
Namni sitti haajomuu fi si barbaadu bakka ati hin beekne irraa sitti dhufa.
https://t.me/httpsMidega
❤2
Allahumma,ani ofi fi maati koo hundda sitti amana,yaa Allah onne keenya tokkomsi waan nu giddu jiru sirressi karaa nagaa irratti nu qajeelchi,yaa Allah,hidhaa keenya,jaalala,waliigaltee keenya nuuf guddisi,yaa
|Allah.kan amanamummaan isaa hin badne.https://t.me/httpsMidega
Astagfrullaah
wa,atuubu ileyihi.
http://t.me/httpsMidega
Yaa Rabbi Ramadaana qeebalamee, maatii fi jaalalaan marfamee gaaddisa araaramaa fi araarama kKeetiinnu gahi. =“
❤3
۞- Sagantaalee televijiinaa hedduu ramadaana keessa dhihaattu ramadaana booda yuutuubii fii kan kana fakkaatan irraa argattee laaluu ni dandeeysa. Sekondiilee ji'a kanaa hin balleeysin hin hadiyyeeysin. Hojii caaltuu dura kan irra caaltu booji'adhu. Saahibni ijoo fii guddaan kee qur'aana haa ta'uu. Isa qara'uu heddummeeysi. Hiikkaa isaa beekuu fii keessa gad lallaaluu yoo dandeeyse itti dabalataa.»ღ
Amata guutuu Nama feene tahuu dandeenya garuu Baatii Ramadaana Namoottan Jibril fii ergamaan rabbii ﷺ abaaranirraa akka taane of haa eeynu!.🖤🖇
http://t.me/httpsMidega
❤1
Channel photo updated
Halkan 2ffaa

Yaadota, hojitti hin deebi'in, hamileewwan itti hin gahamin, Hawwiilee hin dhugoomin cufa Rabbiin Ramadaana kana keessa nuuf haa guutu 🌙🤲

Allaahu yaa Qaadir 🌷http://t.me/httpsMidega
Galanni isaaf haa tahu....
Isa Dilii teenya hunda nuuf dhoysee mataa ol qabannee nama kheessa Akka deemnu nu godheef!.🖤🥀

http://t.me/httpsMidega
༺࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚༻
~Obboleessa koo obboleettii too

༄Wanti karoorfatte fiixa siif haa bahu
༄Kan ati yaadde hundis galma siif haga'u
༄Rakkoof rakkisaan jiruu tee keessaa haa bahu
༄Wanti amba dhibde sin dhibin
༄Miilli kaayyoo kee daandii milkaa'inaa irraa hin dabin
༄Khaaliqaaf khalqii biratti mi'aawi
༄Ardiif samittis urgaawi
༄dhukkkuba hundarraas Fayyaatahi
༄Waan sodaattu hunda najaa bahi!

Aamiin....
        ..... http://t.me/httpsMidega