Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Wanti beekhuu qabnu wanni Amma irra jirru Khun akka hammeenya kheenyaatiin nuun malee osoo tahin RAHMATA RABBIITIINI!.โค๏ธโ€๐Ÿฉน๐Ÿ–‡



https://t.me/httpsMidega
Namni sii bilbilu hundi
maaltu Haaraya numa ja'aa
Haasawa fixate mo namni๐Ÿค”
Rahmataaf nageenyi
Rabbii dachaan
Haa jiraatu sirra
RASUL=๏ทบ๐Ÿงก๐Ÿ’ฅ
"Post Abaluu Like goote" naan jedhanii torbee lama booda hidhaa bahe je'e tokko. ๐Ÿ˜
Single Akkaan Tahee yeroon Yaddaadhu Yaddoo Tokko malee Rafaa๐Ÿคญ๐Ÿฅฒhttps://t.me/httpsMidega
โˆšwanti 3 beellama malee dhufaa
      โˆšRizqii,
     โˆšQadaraa,
     โˆšDu'aa
โˆ† yaa rabbii..........
- Rizqii kenyaa halala
- Qadaraa kenyaa midhagaa nuuf godhii
- Du'aa kenyaa immoo shahadaa nuuf godhii

Aamiin hin jettanii?
Ramadaanaaf guyyoota 10 qofatu hafa Rabbiin ittiin nu haa gahu.
Ramadaana barakaa Rabbiin nuuf haa godhu.
โ˜†โ˜†โ˜†๏ทฝโ˜†โ˜†โ˜†
โœYaa nama salaata dhiisu.......

๐Ÿชตyaa Nama salaanni subhii isa dabarte.......
๐ŸชตBar Yeroo ati sagalee azaanaatti hajaa dhabdee osoo dhageettu xiqqo jedha jettee ciiftu san.......
๐ŸชตMaaltu beeka qabriin takka iyyutti jirti......takkuma na deebisaa dalgaa gaggaarii dalagadhaa.jettee.......


https://t.me/httpsMidega
๐Ÿ‘2
Kan #Like๐Ÿ‘ siif godhe hundaan na Jaalata yeroo jatte, #Comment Kan siif godhe immoo ulfa si ba'achiise๐Ÿคฐjira jechuudhaka.๐Ÿ˜„ https://t.me/httpsMidega
#Kophummaa Kophummaan kan sitti dhagahamu kophaa kee jirachu qofa mitii โœ๏ธOsoo namoota kumaataman lakkawamanin marfamtee Teessu Osoo maati fi biyya kee kessa danbalaatu osoo hiriyaa fi jaarti tantee waliin teessuu kophaa jirachu dandessa โœ๏ธkophummaan nama yaadaa fi hamilee kee hubatu nama gubbaa kee ilaalee kessa kee Dubisuu nama siif quuqamuu of bira dhabuu irra madda ๐ŸŒบ๐ŸŒบ https://t.me/httpsMidega
โค2
Wanni gama jalaatiin garaa kee keessaa bahu akka ajaa'u namuu ni beeka. Please wanni afaan kee keessaa bahu akka hin ajooyne of eeggadhu ๐Ÿ˜ƒ๐ŸŒธ

#Of_eeggadhu
https://t.me/httpsMidega
Guyyaan akkaan bareedaa guyyaa waan Rabbiin khee sirraa jaalatu hojjachaa oolte.

Yaa Rabbi narraa qeebali ๐Ÿคฒhttps://t.me/httpsMidega
Namni jireenya isaa keessatti akka gammadaa ta'uuf "Nama isa hubatu qabaachuu qaba" kanaafuu nama isin hubatu Rabbi isinii haa kennu ๐Ÿคฒ

#Aaamiinhttps://t.me/httpsMidega
Adeeroo dubartii amanamummaa hin qabne osoo leeylii dhaabbataa bultee, osoo guyyuu soomanaa ooltee itti hin dhiyaatin, biraa fagaadhu.


Km 1000 fagaadhu man ๐Ÿ‘Š
#fagaadhu
https://t.me/httpsMidega
ุจุณู… ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฑุญู…ูฐู† ุงู„ุฑุญูŠู… โœจ
โœ Yoo sii bariituu fi sii dhiitullee......
๐Ÿ‘ŒOsoo nama tokkoon walitti hin bu'in bariifadhuu dhiisifadhu.
๐Ÿ‘ŒOsoo nama tokkootti hamatuu hin yaadin bariifadhuu dhiisifadhu...
โœGuyyaa waan qoma kee keessa jiruu mul'isuuf deemutu jiraa rabbiin waan qomq kee keessatti qabattu....tolfadhu..,laalladhu...
ุงุฐูƒุฑูˆุง ุงู„ู„ู‡!
โœ๏ธ Guyyaa takkaafis taatu, gatii Zikrii godhuun qabu imagine gootee beektaa?

Altakka qofa โ€œAlhamdulillaahโ€ jechuu kee qofaan, miizaanni kee toltuudhaan guutama. Dubbii tana Rasuulatu jedhee beeki (Sallallaahu aleyhi wasallam):
ยซูˆุงู„ุญู…ุฏู„ู„ู‡ ุชู…ู„ุฃ ุงู„ู…ูŠุฒุงู† ยป
ยซ Alhamdulillaahiin miizaana guutti ยป
๐Ÿ‘‰๐Ÿผ Kan yeroo takka qofa Alhamdulillaah jechuun Miizaana siif guuttu, osoo halkanii fi guyyaa kankee Zikriidhaan guuttee galmeen tee akka guuttu beeki obboleessoo..!!

Kanaan alatti kan keessi kee tasgabbii fi boqonnaa argachuudhaa waan haasahamee dhumaa miti..!!

Rabbiin nuuf haa laaffisu๐Ÿ‘‡๐Ÿป
Waan ofii keetii jaalattu obboleessa keetiinis jaaladhu jedhan ergamaan rabbii ๏ทบโค
๐Ÿ‘1
Nagaaf Rahamanni Ergamaa Rabbii Nabi Muhammed irra
haa
jiraatu ๏ทบ ‎
https://t.me/httpsMidega
๐ŸŒœQilleensa Ramadaana๐ŸŒœ๐ŸŽˆ๐ŸŒ› yaa Allah ittiin nu gahi kaa๐ŸŒ›

Nama hunda milkii isa keessaa argatus nu godhi๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿซธ https://t.me/httpsMidega
.

Ilaahiii badiin koo onnee koo na miite ๐Ÿ’”

Yaa rabbb rahmata keen barbaada!!๐Ÿ˜ข .....Rahmata keetiin na tiksi!!