Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Milkii hunda duuba Rabbiin akka jiruu hin dagatiin jedhaan
#Nabii_Muhammad [ﷺ]🌹
Sallallaahu Aleeyhi wasallam ❤️
Nagaan naaf bulaa hundi keessanuu mee tap tap emoji😹harki .. ....
https://t.me/httpsMidega
YAA RABBIII.....🤲🤲🤲

Yaa Rabbi Rahmata keetiin nu qajeelchi nuuniis qajeelchi. Namoota qajeelaniif sababa nu taasisi. Qajeeloo ,qajeelfamoo fii qajeelchoo nu godhi. Yaa Rabbi! Ghaflaa keessatti dhumuutti jirru tanarraa qalbii teenya dammaqsi,qaama keenyaas badii fii hamtuu raawwachuurraa akkasuma arraba keenya hamii,nama waliin dhahuu fii hamtuulee birootirraa buqqisii of nu yaadachiisi. Waan dhufaa jiruuf qophaa'uu nuuf kenni.»



Guyyaa jumu'aa keessa sa'atii du'aaiin haalaan mustajaabaa taatutu jira akka ulamaa'iin baayyeen jedhanitti sa'atiin sun asraa boofa faa jedhan

kanaaf jabaadha obbolewwan keessan muslimaafis kadhadha.ans jera kessa tokko😍
❤1
Rabbanaa aatinaa fidduniyaa hasanatan wa fil aakhirati hasanatan waqinaa azaabannaar.🤲🤲🤲https://t.me/httpsMidega
❤2
1. Nafsiin (Nafsii): Nafsiin jechuun lubbuu, jireenya, fi amala namaa kan ibsuudha. Nafsiin jechuun nafsa, hawaasni, fi amaloota namaa kan akka fedhii, yaadda, fi murteessummaa ibsuudha. Nafsiin kun waan namaa fi amala isaa kan ibsuudha.

2. Ruuhii (Ruuhii): Ruuhiin jechuun waan qaamaa ala ta'e, waan Rabbii irraa kan dhufe, fi waan lubbuu namaa uumuu fi bulchuudha.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Jirenyi kankee Arra qabaatus Irrinaaaa borutu Caala Nii dhufaa guyyaan ballinaa sin afarsaa hogayyuu shukriya ilaahi tollii nimaa teeeti hedduudha waallaahi http://t.me/httpsMidega
❤1
Yaa rabbii yaa Allah Gooftaa koo,
waan sitti himadhe kan hin daganne,
waan sitti hin himnes kan beeku!
Dhukkuba garaa kootii ni beekta,
naf murteessi! mid
# إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ۞
❤1
Forwarded from Midega Abdela
Yaa rabbii yaa Allah Gooftaa koo,
waan sitti himadhe kan hin daganne,
waan sitti hin himnes kan beeku!
Dhukkuba garaa kootii ni beekta,
naf murteessi! mid
Yaa Allaah...🤲🤲🤲
Wanti beekhuu qabnu wanni Amma irra jirru Khun akka hammeenya kheenyaatiin nuun malee osoo tahin RAHMATA RABBIITIINI!.❤️‍🩹🖇



https://t.me/httpsMidega
Namni sii bilbilu hundi
maaltu Haaraya numa ja'aa
Haasawa fixate mo namni🤔
Rahmataaf nageenyi
Rabbii dachaan
Haa jiraatu sirra
RASUL=ﷺ🧡💥
"Post Abaluu Like goote" naan jedhanii torbee lama booda hidhaa bahe je'e tokko. 😁
Single Akkaan Tahee yeroon Yaddaadhu Yaddoo Tokko malee Rafaa🤭🥲https://t.me/httpsMidega
√wanti 3 beellama malee dhufaa
      √Rizqii,
     √Qadaraa,
     √Du'aa
∆ yaa rabbii..........
- Rizqii kenyaa halala
- Qadaraa kenyaa midhagaa nuuf godhii
- Du'aa kenyaa immoo shahadaa nuuf godhii

Aamiin hin jettanii?
Ramadaanaaf guyyoota 10 qofatu hafa Rabbiin ittiin nu haa gahu.
Ramadaana barakaa Rabbiin nuuf haa godhu.
☆☆☆﷽☆☆☆
✍Yaa nama salaata dhiisu.......

🪵yaa Nama salaanni subhii isa dabarte.......
🪵Bar Yeroo ati sagalee azaanaatti hajaa dhabdee osoo dhageettu xiqqo jedha jettee ciiftu san.......
🪵Maaltu beeka qabriin takka iyyutti jirti......takkuma na deebisaa dalgaa gaggaarii dalagadhaa.jettee.......


https://t.me/httpsMidega
👍2
Kan #Like👍 siif godhe hundaan na Jaalata yeroo jatte, #Comment Kan siif godhe immoo ulfa si ba'achiise🤰jira jechuudhaka.😄 https://t.me/httpsMidega