Calculation akka addunyatti haalaan ulfaata tahe NI'IMA RABBII LAKKAAWUUDHA!.๐ค๐ฅ
ALHAMDULILLAAH โค๏ธโ๐ฉน
https://t.me/httpsMidega
ALHAMDULILLAAH โค๏ธโ๐ฉน
https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Yaa Rabbi akkuma ala kiyya bareechite keessa kiyyas bareechi
ุฃููู ุฃุญุณู ุฎููู ูู ุง ุฃุญุณูุช ุฎููู
Yoon dogoggore na sirreessaa

๐ธ๐ซBoqonnaa keessoo๐ฅฐ๐....
Yaaddoon keessa kee jiru...akka siif bahuโ๏ธyoo barbaadde...Rabbii kee yaadachuu๐คIstighfaaraa fi...QUR'AANA Qara'uu hamma dandeetten๐ธQalbii kee SIIF Fayyisa๐ฏIimaana kee...siif CIMSA๐ซRabbii kee GABBARUU IRRATTI Si yaachisa๐GARA Rabbii kees si DHIHEESSA....๐ฅ
๐...takkaammoo Rabbii keetti dhihaatte jechuun WAAN โ๐ข๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐โ๐ข๐ข๐โ๐โ Du'aahii kees siif QEEBALA๐บBAKKA แดแดษช สษชษด สแดแดษดษดแดแด sษช..สแดแดขแดขแดวซแด๐ฏ แดษชสแดแดษดสแด แดแดแด...ษชsแด...แด สแดแดแดแดสแด วซแดสสษชษชแดษชษด ษขแดแดแดแด....gฮฑะผะผฮฑยขะฝฯ ััฮน ...ัฮนฮนf แดษชแดแดษชษชสแด๐..ษชษดแดแดแดสสแดแด jireenya ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ข๐ข๐๐๐..sif taasisa....yeroo hundumaa yoo ta'e....Rabbii kee...แดกแดสษชษชษด แดแด'แดแดา สแดแดสษช...RAHMAAN SI WALIIN TA'AATII๐ฏ
Itti fayyadamaa.... keessi keessan nagaa argata....Inshaa'allah๐ซ
Waan dubbistaniif JAZAAKALLAAHU KHEYR....SININ JAALLADHA OBBOLOOTA KOO๐
Yoo dubbistan KANAAFIS

๐1
Rasuulli ๏ทบ ยซNamni tokko yeroo gara salaataa ka'e diliin isaa hundi fidamteeti gateetii isaa irra kaa'amti. Yeroo inni rukuu'aa fii sujuuda godhu hunda isarraa gad bubuuti.ยป jedhan
Sallallaahu aleeyhi wasallam
Sallallaahu aleeyhi wasallam
Sallallaahu aleeyhi wasallam
Sallallaahu aleeyhi wasallam
Sallallaahu aleeyhi wasallam
Sallallaahu aleeyhi wasallam
Maalumaaf jarjarsitu?!
โ๏ธ Salaata keessatti wayta ariifattu waan tokko qofa yaadadhu...!! ๐
wanti ati dhaqqabuu barbaadduu fi wanti ati na jala dabrinnaa laata?! jettee sodaattu hunduu... harka isaa ati fuuldura isaa dhaabattee salaataa jirtuu akka jiru....!! ๐ค

Milkii hunda duuba Rabbiin akka jiruu hin dagatiin jedhaan
#Nabii_Muhammad [๏ทบ]๐น
Sallallaahu Aleeyhi wasallam โค๏ธ
#Nabii_Muhammad [๏ทบ]๐น
Sallallaahu Aleeyhi wasallam โค๏ธ
Nagaan naaf bulaa hundi keessanuu mee tap tap emoji๐นharki .. ....
https://t.me/httpsMidega
https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
YAA RABBIII.....๐คฒ๐คฒ๐คฒ
Yaa Rabbi Rahmata keetiin nu qajeelchi nuuniis qajeelchi. Namoota qajeelaniif sababa nu taasisi. Qajeeloo ,qajeelfamoo fii qajeelchoo nu godhi. Yaa Rabbi! Ghaflaa keessatti dhumuutti jirru tanarraa qalbii teenya dammaqsi,qaama keenyaas badii fii hamtuu raawwachuurraa akkasuma arraba keenya hamii,nama waliin dhahuu fii hamtuulee birootirraa buqqisii of nu yaadachiisi. Waan dhufaa jiruuf qophaa'uu nuuf kenni.ยป
Guyyaa jumu'aa keessa sa'atii du'aaiin haalaan mustajaabaa taatutu jira akka ulamaa'iin baayyeen jedhanitti sa'atiin sun asraa boofa faa jedhan
kanaaf jabaadha obbolewwan keessan muslimaafis kadhadha.ans jera kessa tokko๐

โค1
Rabbanaa aatinaa fidduniyaa hasanatan wa fil aakhirati hasanatan waqinaa azaabannaar.๐คฒ๐คฒ๐คฒhttps://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
โค2
1. Nafsiin (Nafsii): Nafsiin jechuun lubbuu, jireenya, fi amala namaa kan ibsuudha. Nafsiin jechuun nafsa, hawaasni, fi amaloota namaa kan akka fedhii, yaadda, fi murteessummaa ibsuudha. Nafsiin kun waan namaa fi amala isaa kan ibsuudha.
2. Ruuhii (Ruuhii): Ruuhiin jechuun waan qaamaa ala ta'e, waan Rabbii irraa kan dhufe, fi waan lubbuu namaa uumuu fi bulchuudha.

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Jirenyi kankee Arra qabaatus Irrinaaaa borutu Caala Nii dhufaa guyyaan ballinaa sin afarsaa hogayyuu shukriya ilaahi tollii nimaa teeeti hedduudha waallaahi http://t.me/httpsMidega
โค1
Yaa rabbii yaa Allah Gooftaa koo,
waan sitti himadhe kan hin daganne,
waan sitti hin himnes kan beeku!
Dhukkuba garaa kootii ni beekta,
naf murteessi! mid
waan sitti himadhe kan hin daganne,
waan sitti hin himnes kan beeku!
Dhukkuba garaa kootii ni beekta,
naf murteessi! mid