Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Allahuma ammiin Ya Rabbal Allamiin 🀲 🀲🀲🀲


@hudhudislamiccollege
Halkan garii maatiin jaalala
Ψ§Ω„Ψ³Ω„Ψ§Ω… ΨΉΩ„ΩŠΩƒΩ… ΩˆΨ±Ψ­Ω…Ψ© Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΩˆΨ¨Ψ±ΩƒΨ§ΨͺΩ‡
Akkami nagaa jirtuu ....
Beeki!.
   Yeroo haxxiffannu wanni Alhamdulillaah jannuuf rabbiin mili-second keessatti lubbuu teenya  fudhatu akka dandahu!.πŸ–€πŸ₯€
"Hulaa manaa malee hulaa rizqii teenyaa namni nutti cufuu hin dandahu
Channel photo updated
Channel name was changed to Β«midega β£οΈπŸ’™πŸ’šΒ»
Namoonni bilbiltani "Birri Naf liqeesi jettanii Na rakkisaa jirtan Aniyyuu Ishee kana male wanin hin qabneef Maaloo na nan Caqaccaqina
😁1
YAA RABBIII.....🀲🀲🀲

Yaa Rabbi Rahmata keetiin nu qajeelchi nuuniis qajeelchi. Namoota qajeelaniif sababa nu taasisi. Qajeeloo ,qajeelfamoo fii qajeelchoo nu godhi. Yaa Rabbi! Ghaflaa keessatti dhumuutti jirru tanarraa qalbii teenya dammaqsi,qaama keenyaas badii fii hamtuu raawwachuurraa akkasuma arraba keenya hamii,nama waliin dhahuu fii hamtuulee birootirraa buqqisii of nu yaadachiisi. Waan dhufaa jiruuf qophaa'uu nuuf kenni.Β»



Guyyaa jumu'aa keessa sa'atii du'aaiin haalaan mustajaabaa taatutu jira akka ulamaa'iin baayyeen jedhanitti sa'atiin sun asraa boofa faa jedhan

kanaaf jabaadha obbolewwan keessan muslimaafis kadhadha.ans jera kessa tokko😍
"Hin bade, daandii mataa koo qofa qorachuu" anaa fi ofii koo, gammachuu fi abdii #blessed_jumΨΉa
Forwarded from Hamdi abdujabar
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Namni si qabu yaa Allaah❀️
Maal dhabee
Maal arkkate yaa habiibii❀️
Namni si dhabe

@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujaba
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Join join & share share
Yaa Rabbi....β€οΈβ€πŸ©Ή
Waan Onnee tee kheessa jiru Rabbiin khee siif beeynaanuu ni gaha!......EE NIGAHA!β€οΈβ€πŸ©Ή
Aswrwb akkamii fayyadhaa ummata keenyaa hundii keessan baga ji'aa kana keessattii ibaadatti jabchuu qabna hundii kenyaa
Dhiirri qalbii qabu shamarran online hin fayyadamne fuudhe buna gaarii dhugaa πŸ€¦β€β™€οΈ jechuudhumafi😁
#Bro jiruu kee keessa Wa'a sadi hin dagatanii!πŸ˜’
#Liqeeffachuu hin sodaatin.😳
#Kanfalu hin ariifatinπŸ˜‹
#Yoo dandeesse dagachiisuu yaaliiπŸ™ˆ
😁1
Rakkoo biyya kana
furuuf rakkootu Jira
rakkoo sana furuufis,
rakkootu Jira. (Rakkoo)¹⁰⁰
πŸ“’αŠαŒˆ αˆαˆ™αˆ΅ αŠα‹ αˆ˜α†αˆ α‹¨αŠα‰’α‹© αˆ™αˆαˆ˜α‹΅ αˆ±αŠ“ αŠα‹α’ 😊