Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Channel created
hi
Laa laa ufirraa hin boqatina Mu'mintootaa keeyrii dalagachuu irraa hin buqatani hanga gaafa jaannata Rabbi oli Seenanitti keeyrii facaasu ittuma fufaa Rabbi keessani irraati Garagarafata
Channel photo updated
β€œEe bada hiyyeessa” πŸ™†β€β™‚οΈ
#π’πžπžπͺ𝐒😁

Haalli jireenya kee
Niin beeka naaf galaa
Ta'us Ya Firakoo
Seequutu siin malaa
Rabbiin gaaf jedhe
Siif bana balbala...

#Seeqi...