As wr wb....Namni 10 salaamtaa deebisnaan Ergaa wahii isiniif maxxansuuf deema...🌼
🔗 . * Hamilee fii Khaayyoon kee tokko qofa Akka ta'uuf bololi. Innis Allaahaa qofa ta'uudha.
🌿وَأَنَّ إِلَىٰ رَبِّكَ ٱلۡمُنتَهَىٰ
🌿وَأَنَّ إِلَىٰ رَبِّكَ ٱلۡمُنتَهَىٰ
YAA RABBIII.....🤲🤲🤲
Yaa Rabbi Rahmata keetiin nu qajeelchi nuuniis qajeelchi. Namoota qajeelaniif sababa nu taasisi. Qajeeloo ,qajeelfamoo fii qajeelchoo nu godhi. Yaa Rabbi! Ghaflaa keessatti dhumuutti jirru tanarraa qalbii teenya dammaqsi,qaama keenyaas badii fii hamtuu raawwachuurraa akkasuma arraba keenya hamii,nama waliin dhahuu fii hamtuulee birootirraa buqqisii of nu yaadachiisi. Waan dhufaa jiruuf qophaa'uu nuuf kenni.»
Guyyaa jumu'aa keessa sa'atii du'aaiin haalaan mustajaabaa taatutu jira akka ulamaa'iin baayyeen jedhanitti sa'atiin sun asraa boofa faa jedhan
kanaaf jabaadha obbolewwan keessan muslimaafis kadhadha.ans jera kessa tokko😍

"Hin bade, daandii mataa koo qofa qorachuu" anaa fi ofii koo, gammachuu fi abdii #blessed_jumعa
Forwarded from Hamdi abdujabar
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Namni si qabu yaa Allaah❤️
Maal dhabee
Maal arkkate yaa habiibii❤️
Namni si dhabe
@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujaba
👆👆👆👆👆👆👆👆
Join join & share share
Maal dhabee
Maal arkkate yaa habiibii❤️
Namni si dhabe
@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujaba
👆👆👆👆👆👆👆👆
Join join & share share
Waan Onnee tee kheessa jiru Rabbiin khee siif beeynaanuu ni gaha!......EE NIGAHA!❤️🩹
Aswrwb akkamii fayyadhaa ummata keenyaa hundii keessan baga ji'aa kana keessattii ibaadatti jabchuu qabna hundii kenyaa
Dhiirri qalbii qabu shamarran online hin fayyadamne fuudhe buna gaarii dhugaa 🤦♀️ jechuudhumafi😁