YAA RABBIII.....๐คฒ๐คฒ๐คฒ
Yaa Rabbi Rahmata keetiin nu qajeelchi nuuniis qajeelchi. Namoota qajeelaniif sababa nu taasisi. Qajeeloo ,qajeelfamoo fii qajeelchoo nu godhi. Yaa Rabbi! Ghaflaa keessatti dhumuutti jirru tanarraa qalbii teenya dammaqsi,qaama keenyaas badii fii hamtuu raawwachuurraa akkasuma arraba keenya hamii,nama waliin dhahuu fii hamtuulee birootirraa buqqisii of nu yaadachiisi. Waan dhufaa jiruuf qophaa'uu nuuf kenni.ยป
Guyyaa jumu'aa keessa sa'atii du'aaiin haalaan mustajaabaa taatutu jira akka ulamaa'iin baayyeen jedhanitti sa'atiin sun asraa boofa faa jedhan
kanaaf jabaadha obbolewwan keessan muslimaafis kadhadha.ans jera kessa tokko๐

"Hin bade, daandii mataa koo qofa qorachuu" anaa fi ofii koo, gammachuu fi abdii #blessed_jumุนa
Forwarded from Hamdi abdujabar
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Namni si qabu yaa Allaahโค๏ธ
Maal dhabee
Maal arkkate yaa habiibiiโค๏ธ
Namni si dhabe
@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujaba
๐๐๐๐๐๐๐๐
Join join & share share
Maal dhabee
Maal arkkate yaa habiibiiโค๏ธ
Namni si dhabe
@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujaba
๐๐๐๐๐๐๐๐
Join join & share share
Waan Onnee tee kheessa jiru Rabbiin khee siif beeynaanuu ni gaha!......EE NIGAHA!โค๏ธโ๐ฉน
Aswrwb akkamii fayyadhaa ummata keenyaa hundii keessan baga ji'aa kana keessattii ibaadatti jabchuu qabna hundii kenyaa
Dhiirri qalbii qabu shamarran online hin fayyadamne fuudhe buna gaarii dhugaa ๐คฆโโ๏ธ jechuudhumafi๐
#Bro jiruu kee keessa Wa'a sadi hin dagatanii!๐
#Liqeeffachuu hin sodaatin.๐ณ
#Kanfalu hin ariifatin๐
#Yoo dandeesse dagachiisuu yaalii๐
#Liqeeffachuu hin sodaatin.๐ณ
#Kanfalu hin ariifatin๐
#Yoo dandeesse dagachiisuu yaalii๐
๐1
Rakkoo biyya kana
furuuf rakkootu Jira
rakkoo sana furuufis,
rakkootu Jira. (Rakkoo)ยนโฐโฐ
furuuf rakkootu Jira
rakkoo sana furuufis,
rakkootu Jira. (Rakkoo)ยนโฐโฐ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Du'aaii bareedu guyyaa juma.a