Waan sadii irraa of fageessi
👉 Nama kabajuu dhabuu irraa
👉 gowwoomsuu irraa
👉 Liqii irraa
👉 Nama kabajuu dhabuu irraa
👉 gowwoomsuu irraa
👉 Liqii irraa
As wr wb....Namni 10 salaamtaa deebisnaan Ergaa wahii isiniif maxxansuuf deema...🌼
🔗 . * Hamilee fii Khaayyoon kee tokko qofa Akka ta'uuf bololi. Innis Allaahaa qofa ta'uudha.
🌿وَأَنَّ إِلَىٰ رَبِّكَ ٱلۡمُنتَهَىٰ
🌿وَأَنَّ إِلَىٰ رَبِّكَ ٱلۡمُنتَهَىٰ
YAA RABBIII.....🤲🤲🤲
Yaa Rabbi Rahmata keetiin nu qajeelchi nuuniis qajeelchi. Namoota qajeelaniif sababa nu taasisi. Qajeeloo ,qajeelfamoo fii qajeelchoo nu godhi. Yaa Rabbi! Ghaflaa keessatti dhumuutti jirru tanarraa qalbii teenya dammaqsi,qaama keenyaas badii fii hamtuu raawwachuurraa akkasuma arraba keenya hamii,nama waliin dhahuu fii hamtuulee birootirraa buqqisii of nu yaadachiisi. Waan dhufaa jiruuf qophaa'uu nuuf kenni.»
Guyyaa jumu'aa keessa sa'atii du'aaiin haalaan mustajaabaa taatutu jira akka ulamaa'iin baayyeen jedhanitti sa'atiin sun asraa boofa faa jedhan
kanaaf jabaadha obbolewwan keessan muslimaafis kadhadha.ans jera kessa tokko😍

"Hin bade, daandii mataa koo qofa qorachuu" anaa fi ofii koo, gammachuu fi abdii #blessed_jumعa