Girrisaa qur'aanaf hadiisaa, Faarsee bulaa rabbii rabbi nu haa taasisu 🤲
🥰1
Waa 30 Kan Sababa Gammachuu Fii Milkii Namaaf Ta’an
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
1. Waan Rabbi sii kanne xinxaalii galata galchi...
2. Wanti dabre dabree san yaaduun yeroo tee ifirraa hin fixin..
3. Guyyaan kee kanuma kana kessa waan gaarii hojjadhu...
4. Waan fulduraa hanga dhufutti waa'ee isaa yaaduu dhiisi...
5. Namni si komachuu hin dhiisuu,xiyyeff
annaa hin kanniniif..
6. Galata namarraa hin eegin,waan hojjattu Rabbumaaf hojjadhu...
7. Namatti tola ooli....
8. Boqonnaa kee hojii keyriitin xumuri...
9. If tahii jiraadhu,nama biraa fakkachuun of hin rakkisin....
10. Murtii Rabbii jaalalaan qeebali..
11. Rakkoo waliin ballootu jira jechuu beeki..
12. Rakkoo sitti dhufte obsaan furmaatatti jijjiiri.....
13. Hoggaa rakkatte kan si gargaaru Rabbi qofa tahuu beeki
14. Dhimma namaa caalaa dhimmi kee si haa rakkisuu...
15. Waan Rabbiif jattee yoo dhiiste kan bakka siif buusu Rabbi tokkicha tahuu beeki.....
16. Jiruun dhugaa jiruu iimaanaati(jiruu Rabbitti amantee ajaja isaa hordofuu)
17. Waa itti fayyadamte haaluma gaariin itti fayyadami...ana booda namni itti hin fayyadamin jettee hin ballessin...
18. Zikrii Rabbiitin qalbiin tasgabboyti....
19. Waan Rabbiin namaaf kannerratti nama hin hassadin...
20. Jiruu tana akkuma isiin sitti dhuftetti qeebali..
21. Namoota balaan itti buute laalii obsi...
22. Salaata jabeessi,Dhamsa nabiyyii kan dhumaatii..
23. Gahaan kiyya Rabbii,inni irkoo kiyya tahuun waa tolee ji'ii itti irkadhu...
24. Dachii Rabbi kessa deemi barnoota irraa fudhu..
25. Hoggaa rakkoon sitti buute obsa gaarii obsi,kan dirqamaan obsitu osoon tahin fadhiin obsi..
26. Rakkoo waa hundaa ofirratti hin deebisin
27. Wanti, xiqqoon kararraa si meysin kaayyoo tee qabadhuu socha'i..
28. Waan Rabbi si qoode jaaladhu irra caalaa namaa taata...
29. Lubbuu tee jannata ballinni isii samii fi dachii san yaadachiisi..keyrii irratti akka kakaatu taasisi...
30. Jiruu tee hunda kessattu jiddu-galessaa tahi......
✍️ #Dr_Aaid_Al_QARNII (RABBIIN GALATA ISAA JANNATAAN HAA DEEBI'UUF)
✔RABBIIN NAMA MILKII DUNIYAA FI AAKHIRAA ARGATU NU HAA TAASISU.......
Share Waliif Godhaa Namni Irraa Fayyadamu Hin Dhabamu.

❤2
#Gorsa_Hayyootaa:
#Wantoonni #sadi tasgabbii yokaan
haara galfii nama dhoowwiti:
1/ waan dabre gaabbuu [sheenawuu]
2/ waan fuuldura dhufuuf yaadda'uu
3/waan namoonni biraa qabutti hinaafuu.
Wantoota tasgabbii fi haara galfii nama dhoorgu
cufaahuu Rabbiin nurraa haa qabu.

✍️ Ibaadaan ulfaattuu miti, garuu onneen ilma namaa tuni gaafa badii adda addaatiin bulloofte, ibaadaan itti ulfaataa deemti…!
Istigfaara heddummeessaa…!
Istigfaara heddummeessaa…!
🥰1
👉#imaamni masgiidaa tokko akkana ja’a ;
Salaata Subhii eega Salaanne booda mucaa umriin isaa 13 tokkootu natti dhufe ;Abbaan kiyyaa haajaa jabduuf si barbaada naan ja’e.!!
Manni isaanii masjiduma biratti dhihoo waan taheef ka’eti gara mana isaanii wajjiin deeme.
Yeron mana ol seenu kuno abbaan isaani nama umriin amata 50 gahu akkana naan ja’e ;
Yaa Sheeka intalti tiyya Sakaraata du’aa keeysa jirti sakaaranni itti jabaate koottu qur’ana itti naafi qara’ii naan ja’e.☝️😭😭
Fulla isirra waan akka abaayaa takkaatu irra jira oggaan sakaraata jirti jachuu beeke ;laa ilaaha illallah muhammad rasuulallaah ja’iin jachuntti seene.
Akka isiin jacha kana naaf jattu kajeeludhaafi jacha yero hedduun irra daddeebi’e.
Ammo isiin maal akka jattu ni beeytanii??😭☝️
Wallaahi isiin jacha tokko qofa jatti kan ittin idanne .
Yaa hallaka kiyya qomti tiyya na rakkatte ,yaa hallaka kiyya qomti tiyya na rakkatte jatti.
Ammo jacha tokko kan akka bakakkatti narratti gadi bu’e kan bakkaan jiru na irraanfachiise jachutti seentte.
Miciiyyon tun akkana jatti ; wallaahi anii iddo tiyya tan ibiddaatin arku jira,wallaahi anii iddo tiyya tan ibiddaatin arku jira.je,eti subahan Allaha
Osoo jacha kana jattu ruuhiin isii keeysa baatte.
Rifadheetin abbaa isirratti achii gara galee maaliifi akkanatti kaatimaan isii badde je’en?.
Abbaan booyaati ;wallaahi isiin muziiqaadhaan😭 qalbiin isii guttamte,yeruma takkallee muziqarra addaan hin battu Salaataas hin salaattu isiin kadhadhuus nan dhageeysu ja’e.
Akkasitti oggaa laailaa ha illallaah dhageeyse qalbiin isii rakkatte.
Yaa ummata muhammad.!
Shabaaban keenya laailah illa laah malee duniyarraa deemu jiran nama rabbiin rahmata godheefi malle.
…yoom iffi yadanna..!! Obbollottaa ko🫂😭☝️
Doktortichi tokko akkana ja’a makiinaan joollee universititin deemttu takka gara galteeti ;namni 24 shahaada nu jalaa deebisu didan ,mucaa dardaraa tokko male.!je,e subahan Allaha
Yoom towbanna.!yoom gara rabbii achi deebina.!
Yoom dilii lakkifne gama rabbii jaallachu yaana.!
Yaa #rabbi kaatimaa teenya nu tolchii.
Yaa #rabbii du’an duratti nama towbatu nu godhii yaa rabbii yaa Allaha ☝️ AMiiiiiiiiiiiiiiiiiiiN Amiiiiiiiiiiiiiiiìiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiìiiiiiiiiiin ☝️🤲#join godhaa jzk kumullaa keyerran 🌹 🙏

Irra deebii baay'isaa:
Allahumma rizqii bal'oo tan nama gaafachuu irraa nu badhaastu, qalbii teenya nuuf guuti, tan kheeyriin hundi harka kee jirtu, yaa Allah, rizqii teenya tan barakaa, tan salphinaa fi tan dhoorkaa malee, tan eegumsaa fi fayyaa nu taasisi akkuma jiraannu.

🥰2