This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
وفى ليلة الجمعه دعائك الآن 🤲🤍🌿
Siyaasa keessatti Abdataa jammaari dadhabne. Amantii keessattillee warruma dhi'oo amantii jijjiirate xo°bbee akka kanaatu biyya rakkise😁
🥰1
Rabbiin hawaasa keenya kan rooba isa khajeelaa jiraniif haa dirmatu.
اللهم اسقهم غيثا مغيثا مريئا مريعا نافعا غير ضار عاجلا غير آجل

Keessaa fi Gubbaas
Rabbi Si Haa Bareechu http://t.me/httpsMidega

Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
🥰1
💥Yaa Rabbi ati ana malee....Gabricha baay'ee qabda
Rahmaan koo ani si malee hin qabu🥺❤
Rahmata keetin yaa rabb🤲
Rahmaan koo ani si malee hin qabu🥺❤
Rahmata keetin yaa rabb🤲
🥰2
﴿ وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَىٰ تَنفَعُ الْمُؤْمِنِينَ ﴾
- سُبحان الله .
- الحَمد لله .
- لا إله إلا الله .
- الله أكبر .
- لا حَول و لا قوة إلا بالله .
- سُبحان الله و بِحمده .
- سُبحان الله العَظيم .
- أستغفِرُ الله الْعَلِيُّ الْعَظِيم وَأَتُوبُ إِلَيْهِ.
-لا إِلَهَ إِلا أَنتَ سُبْحَانَكَ إِنِّي كُنتُ مِنَ الظَّالِمِينَ.
-اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ.
-يا مقلِّبَ القلوبِ ثَبِّتْ قلبِي على دينِك .

Ciqilee itti irakannee boonyu hin qabnu taha Garuu, bakka itti dhaabbannee jilba qabannee sujuudnee fii teenye itti boonyu Fuula Rabbii kheenya qabna!.1❤️🩹http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
🥰1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
والله ما سمعتك ذات مره الا وحركت ساكنا فى قلبى ❤️
يكفي انك تختم بيه يومك يا صديقي 🥰
يكفي انك تختم بيه يومك يا صديقي 🥰
🥰2
Du'aahii keessaniin na hin irraanfatinaa🥰
Rabbiif jecha isin jaalladha❤
Rabbiif jecha isin jaalladha❤
❤3
Nuti Namoota Sammuun Qullaa Gaagura Godhannee Kannisa Keenya Keessatti Horssiifana Yoo Tiittisi Tole ja'e Nuuf Hayyame 👌http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
🥰2
Rabbiin Yaadaa fi Muraada keessan isiniif haa guutu. Gammachuu malee gadda isinirraa haa qabu.
bareedinaa🩵❤️
Alhamdulillaah على كل حال 🥰
Silattuu amma yoo namni Alhamdulillaah je,es namni kun maal argate jattanii gurra bantanii nama eeydanii mii😇

👍2
Aalama gubbaa kee si laalee si madaalu keessatti maal godhuu akka qabdu itti yaaduun sirra jiraata👌
Rabbiin faarsaa (Zikrii) heddummeessaa, Inni Qalbii teessan tasgabbeessa, Yaaddoo isinirraa fageessaa..
👍3
➡️ Maaliifi Nabii Muhammad ﷺ Jaallanna ?
<<<<<<••••••••••••••••••••••••••••••••••••••>>>>>>>>
Nabii muhammad ﷺ waan hundarra isan jaalachuun dirqama! Garuu sababan isa jaalachuun dirqama itti taate maali ?
Nabii muhammad ﷺ jaalachuun dirqama itti tahe, isaatu dukkana kufiu*irraa gara ifa islaamaatti nu fide.
Isaatu Gabrummaa shirkii irraa Gara bilisummaa rabbii qofa gabbarutti nu baase.
Isaatu keeyrii fi sharrii adda nuufi baase akka ibidda hin seenne nu godhee. Kanaafi isaan jaalachuun dirqama tahe.
Garuu akkamitti isa jaalanna ? Nabi muhammad ﷺ jaalachuun
1. Karaa isaan deeman irra deemuun
2. Sunnaa isaanii hordafuun
3. Waan isaan irraa dhoorkan dhiisun
4. Waan isaan itti ajajan dalaguun
5. Isaan kabajuun. FKN yaro maqaan isaanii dubbatamu Salawaata irratti buusuu, Yaro hadiisni Isaani dubbatamu Callisanii dhageyfachuu fi KKF.
6. Maatii Isaanii jaalachuun.
7. Nama isaan arrabsu yero agarte Dandeeysu Irraa dhoorkuun, dadhabdu Nama san jibbudha (oso haadha, abbaa, obboleessa ykn obbaleetii teetillee tatee).
Fidaak Abii Wa Ummii Yaa Rasuulallah
Salawaata Buusu Heddummeeysaa Yaa Obboleeyyan islaama jzk Allah keyeran
#join naf godha page koo qaqalliiwan
#𝐒𝐚̄𝐥𝐥𝐮̄𝐮̄___𝐀𝐥𝐥𝐚̄__𝐍𝐚̄𝐛𝐢𝐢___ﷺ 🌹🙏http://t.me/httpsMidega

Qur'aanaa fi Maqaalee hedduu qabachuu isaa
Qur'aana jechuun, gabaabumatti, kitaaba qulqulluu isa xumuraa; kan Rabbiin (SWT) ilmaan namaa qajeelchuuf, Ergamaa isaa Nabi Muhammad (SAW) irratti buuseedha.
Maqaalee beekamoon Qur'aana keessatti ifatti dubbataman ragaa wajjin beekuun barbaachisaadha. Maqaaleen Qur'aanaa, Qur'aana keessatti ibsaman hedduudha. keessaa muraasa isaani ragaa wajjiin haa ilaalluu: Maqaalee Beekamoo kan Qur'aanaa Ragaa Isaanii Wajjin:
1. Al-Qur’aan (الْقُرْآنُ)
Hiikni isaa: "Dubbifamaa" yookiin "Waan irra deddeebi'amee Qara'amu." Kun maqaa isaa isa beekamaa fi hunda caaluudha.
Raga kanaatiif Qur'aanni akkana jedha:
"Dhugumatti, Qur’aanni kun gara karaa irra qajeelaa ta’eetti nama qajeelcha..." (Suuraa Al-Israa 17:9)
2. Al-Kitaab (الْكِتَابُ)
Hiikni isaa: "Kitaabicha." Maqaan kun guutuu, hanqina kan hin qabneefi ragaa kan of keessaa qabu ta'uu isaa agarsiisa. Ragaa kanaatiif Qur'aanni akkana jedha:
"Kun Kitaaba isa (dhugaa ta'uun isaa) shakkii hin qabneedha; warra Rabbiin sodaataniif qajeelfama." (Suuraa Al-Baqarah 2:2)
3. Al-Furqaan (الْفُرْقَانُ)
Hiikni isaa: "Addaan Baasaa." Kan dhugaa fi soba, halaalaa fi haraama, ifaa fi dukkana addaan baasu jechuudha.
Ragaa kanaatiif Qur'aanni akkana jedha:
"Inni gabricha Isaa irratti Furqaan (dhugaa fi soba addaan baasu) buuse, oolmaan isaa guddate..." (Suuraa Al-Furqaan 25:1)
4. Azh-Zikr (الذِّكْرُ)
Hiikni isaa: "Gorsa" yookiin "Yaadachiisa." Gorsa guddaa kan of keessatti qabateefi namoonni akka Rabbiin yaadataniif sababa kan ta'uudha.
Ragaa kanaatiif Qur'aanni akkana jedha:
"Dhugumatti, Nuutu Gorsa (Qur’aana) kana buusne, dhugumattis, Nuti isa tiiksoodha." (Suuraa Al-Hijr 15:9)
5. At-Tanziil (التَّنْزِيلُ)
Hiikni isaa "Buufama." Kan Rabbii ol aanaa biraa buufame ta'uu isaa kan ibsuudha.
Ragaaa kanaatiif Qur'aanni akkana jedha:
"Dhugumatti, inni (Qur'aanni) buufama Gooftaa aalamaati." (Suuraa Ash-Shu'araa 26:192)
6. An-Nuur (النُّورُ)
Hiikni isaa "Ifa." Kan dukkana wallaalummaa, sh**irkiifi cubbuu keessaa nama baasee gara ifa beekumsaa fi qajeelumaatti qajeelchu.
Ragaa kanaatiif Qur'aanni akkana jedha:
"Yaa namootaa! Dhugumatti, ragaan Gooftaa keessan irraa isinitti dhufeera. Ifa mul’ataas (Qur'aana) gara keessanitti buufneerra." (Suuraa An-Nisaa 4:174)
7. Ash-Shifaa' (الشِّفَاءُ)
Hiikni isaa "Qoricha" yookiin "Fayyisaa." Qoricha shakkii, n*ifaaqaa (mu**naafiqummaa) fi dhibee qalbii (dhukkuba onnee) biroof kan ta'uudha.
Ragaa kanaatiif Qur'aanni akkana jedha:
"Qur’aana irraas waan mu’uminootaaf qorichaa fi rahmata ta'e ni buufna..." (Suuraa Al-Israa 17:82)
8. Al-Hudaa (الْهُدَى)
Hiikni isaa "Qajeelfama." Kan gara haqaatti nama qajeelchu.
Ragaa kanaatiif Qur'aanni akkana jedha:
"Ji’a Ramadaanaa [isa] isa keessa Qur’aanni qajeelfama namaatiif ta’ee buufameedha..." (Suuraa Al-Baqarah 2:185)
9. Al-Maw'izah (الْمَوْعِظَةُ)
Hiikni isaa: "Gorsa." Gorsa iimaana jabeessuu fi jireenya tolchuudha
Ragaa kanaatiif Qur'aanni akkana jedha:
"Yaa namootaa! Dhugumatti, gorsi Gooftaa keessan irraa isinitti dhufeera; qorichis waan qoma keessa jiruufi, qajeelfamaafi rahmatas mu’uminootaaf (ta'ee dhufe)." (Suuraa Yunus 10:57)
10. Al-Mubaarak (الْمُبَارَكُ)
Hiikni isaa "Barakaa Qabeessa." Kan barakaa (eebba) guddaa of keessaa qabu.
Ragaa Kanaatiif Qur'aanni akkana jedha:
"Kun kitaaba barakaa qabeessa, isa duraa dhugoomsuuf buufneedha..." (Suuraa Al-An'am 6:92)
Kana malees maqaan Qur'aanaa kitaaba furmaata namummaa kana keessatti ibsamee jira. Barreeffamni kun namoota hubannoo waa'ee Qur'aanaa hin qabneef barumsa guddaadha. Kan beekanif immoo yaadachiisa ta'a.
Walumaagalatti, Qur'aana jechuun:
✅️Dubbii Rabbii isa qulqulluu.
✅️Qajeelfama jireenyaa isa guutuu.
✅️Rahmat Gooftaa biraa dhufe
✅️Shifaa (Qoricha onnee fi qaamaa).
✅️Ifa (kan dukkana wallaalummaa keessaa nama baasu).
Inni kitaaba qofa osoo hin taane, dastuura (heera) jireenyaa kan mu'uminni (namni amane) guyyuu ittiin qajeelfamee, gammachuu addunyaa kanaa fi kan Aakhiraa ittiin argatuudha.
✍️http://t.me/httpsMidega

👍1
Girrisaa qur'aanaf hadiisaa, Faarsee bulaa rabbii rabbi nu haa taasisu 🤲
🥰1
Waa 30 Kan Sababa Gammachuu Fii Milkii Namaaf Ta’an
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
1. Waan Rabbi sii kanne xinxaalii galata galchi...
2. Wanti dabre dabree san yaaduun yeroo tee ifirraa hin fixin..
3. Guyyaan kee kanuma kana kessa waan gaarii hojjadhu...
4. Waan fulduraa hanga dhufutti waa'ee isaa yaaduu dhiisi...
5. Namni si komachuu hin dhiisuu,xiyyeff
annaa hin kanniniif..
6. Galata namarraa hin eegin,waan hojjattu Rabbumaaf hojjadhu...
7. Namatti tola ooli....
8. Boqonnaa kee hojii keyriitin xumuri...
9. If tahii jiraadhu,nama biraa fakkachuun of hin rakkisin....
10. Murtii Rabbii jaalalaan qeebali..
11. Rakkoo waliin ballootu jira jechuu beeki..
12. Rakkoo sitti dhufte obsaan furmaatatti jijjiiri.....
13. Hoggaa rakkatte kan si gargaaru Rabbi qofa tahuu beeki
14. Dhimma namaa caalaa dhimmi kee si haa rakkisuu...
15. Waan Rabbiif jattee yoo dhiiste kan bakka siif buusu Rabbi tokkicha tahuu beeki.....
16. Jiruun dhugaa jiruu iimaanaati(jiruu Rabbitti amantee ajaja isaa hordofuu)
17. Waa itti fayyadamte haaluma gaariin itti fayyadami...ana booda namni itti hin fayyadamin jettee hin ballessin...
18. Zikrii Rabbiitin qalbiin tasgabboyti....
19. Waan Rabbiin namaaf kannerratti nama hin hassadin...
20. Jiruu tana akkuma isiin sitti dhuftetti qeebali..
21. Namoota balaan itti buute laalii obsi...
22. Salaata jabeessi,Dhamsa nabiyyii kan dhumaatii..
23. Gahaan kiyya Rabbii,inni irkoo kiyya tahuun waa tolee ji'ii itti irkadhu...
24. Dachii Rabbi kessa deemi barnoota irraa fudhu..
25. Hoggaa rakkoon sitti buute obsa gaarii obsi,kan dirqamaan obsitu osoon tahin fadhiin obsi..
26. Rakkoo waa hundaa ofirratti hin deebisin
27. Wanti, xiqqoon kararraa si meysin kaayyoo tee qabadhuu socha'i..
28. Waan Rabbi si qoode jaaladhu irra caalaa namaa taata...
29. Lubbuu tee jannata ballinni isii samii fi dachii san yaadachiisi..keyrii irratti akka kakaatu taasisi...
30. Jiruu tee hunda kessattu jiddu-galessaa tahi......
✍️ #Dr_Aaid_Al_QARNII (RABBIIN GALATA ISAA JANNATAAN HAA DEEBI'UUF)
✔RABBIIN NAMA MILKII DUNIYAA FI AAKHIRAA ARGATU NU HAA TAASISU.......
Share Waliif Godhaa Namni Irraa Fayyadamu Hin Dhabamu.

❤2