Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Oduu Ammee!!

Yeroo ammaa taphattoota hojii tola Ooltummaaf Iraan irraa gara IZra"ael dhukaafamaa jiran keessaa muraasa. Har'a taphattoonni keenya kan Addunyaan hin dhagahiin ta'uu isaati. Hojii tola Ooltummaa har'aa IZra"ael gara Gaa-zaatti jijjiiruudha. Taphattoonni keenya har'aa misaa'ela hayiparsoonikii Afart 1, Afart 2 jadhama. Taphattoota keessaa har'a Iraan irraa hanga IZra"ael daqiiqaa 12 hanga 15 qofa itti fudhata. Taphattoota keenya humni ittisa qileensa IZra"ael hin argu. Har'a baha giddugaleessa keessatti riikoordii haaraatu galmaa'e
Share godhaa baarakallaahu fiikum http://t.me/httpsMidega
"Yaa Rabbi si yaadachurratti, si galatoomfaturratti, ammas gabbartii tee tolchurratti na gargaari." Wasiyyaa Nabiiti ﷺ
Akkamitti namni haala diliin isaa cufti isaaf araaramteen rafa ?
“Namni oggaa gama firaasha isaa rafuuf achi deebi’ee akkana ja’e : Laa ilaaha illallaahu wah-dahu Laa shariika lahuu lahul mulku wa lahul hamdu wa huwa Alaa kulli Sheey’in Qadiir
Laa hawla walaa Quwwata illaa billaahil Aliyyul Aziim ,Subhanallaah wal hamdulillaah ,wa laa ilaaha illallaahu wallaahu Akbar ja’e
Diliin isaa osoo hanga hoomacha baharillee geeyse Rabbiin ni araaramaaf.”
Ergamaa Rabbiitu ja’e ‎ﷺ.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
وفى ليلة الجمعه دعائك الآن 🤲🤍🌿
Dhagahi Akhii atis Ukhtii
  #Muziqaan Yo Nama Jallattu si Yadachiise Akkasumatti beekhi #qur'aninis khan si uumefi Akkasuma Nama ati jallattu sanille khan Uume si yadachiisa ininis "#Allah.
🥰1
Siyaasa keessatti Abdataa jammaari dadhabne. Amantii keessattillee warruma dhi'oo amantii jijjiirate xo°bbee akka kanaatu biyya rakkise😁
🥰1
Rabbiin hawaasa keenya kan rooba isa khajeelaa jiraniif haa dirmatu.
اللهم اسقهم غيثا مغيثا مريئا مريعا نافعا غير ضار عاجلا غير آجل
🥰1
💥Yaa Rabbi ati ana malee....Gabricha baay'ee qabda
Rahmaan koo ani si malee hin qabu🥺❤

Rahmata keetin yaa rabb🤲
🥰2
‏﴿ وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَىٰ تَنفَعُ الْمُؤْمِنِينَ ﴾
‏- سُبحان الله .
‏- الحَمد لله .
‏- لا إله إلا الله .
‏- الله أكبر .
‏- لا حَول و لا قوة إلا بالله .
‏- سُبحان الله و بِحمده .
‏- سُبحان الله العَظيم .
‏- أستغفِرُ الله الْعَلِيُّ الْعَظِيم وَأَتُوبُ إِلَيْهِ.
-لا إِلَهَ إِلا أَنتَ سُبْحَانَكَ إِنِّي كُنتُ مِنَ الظَّالِمِينَ.
-اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ.
-يا مقلِّبَ القلوبِ ثَبِّتْ قلبِي على دينِك .
🥰1
Ciqilee itti irakannee boonyu hin qabnu taha Garuu, bakka itti dhaabbannee jilba qabannee sujuudnee fii teenye itti boonyu Fuula Rabbii kheenya qabna!.1❤️‍🩹http://t.me/httpsMidega
🥰1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
والله ما سمعتك ذات مره الا وحركت ساكنا فى قلبى ❤️
يكفي انك تختم بيه يومك يا صديقي 🥰
🥰2
ردد الأن ...
🥰2
Du'aahii keessaniin na hin irraanfatinaa🥰

Rabbiif jecha isin jaalladha❤
❤3
Nuti Namoota Sammuun Qullaa Gaagura Godhannee Kannisa Keenya Keessatti Horssiifana Yoo Tiittisi Tole ja'e Nuuf Hayyame 👌http://t.me/httpsMidega
🥰2
Rabbiin Yaadaa fi Muraada keessan isiniif haa guutu. Gammachuu malee gadda isinirraa haa qabu.
bareedinaa🩵❤️
Alhamdulillaah على كل حال 🥰

Silattuu amma yoo namni Alhamdulillaah je,es namni kun maal argate jattanii gurra bantanii nama eeydanii mii😇
👍2
Aalama gubbaa kee si laalee si madaalu keessatti maal godhuu akka qabdu itti yaaduun sirra jiraata👌
Rabbiin faarsaa (Zikrii) heddummeessaa, Inni Qalbii teessan tasgabbeessa, Yaaddoo isinirraa fageessaa..
👍3
➡️ Maaliifi Nabii Muhammad ﷺ Jaallanna ?
<<<<<<••••••••••••••••••••••••••••••••••••••>>>>>>>>
Nabii muhammad ﷺ waan hundarra isan jaalachuun dirqama! Garuu sababan isa jaalachuun dirqama itti taate maali ?
Nabii muhammad ﷺ jaalachuun dirqama itti tahe, isaatu dukkana kufiu*irraa gara ifa islaamaatti nu fide.

Isaatu Gabrummaa shirkii irraa Gara bilisummaa rabbii qofa gabbarutti nu baase.

Isaatu keeyrii fi sharrii adda nuufi baase akka ibidda hin seenne nu godhee. Kanaafi isaan jaalachuun dirqama tahe.

Garuu akkamitti isa jaalanna ? Nabi muhammad ﷺ jaalachuun

1. Karaa isaan deeman irra deemuun
2. Sunnaa isaanii hordafuun
3. Waan isaan irraa dhoorkan dhiisun
4. Waan isaan itti ajajan dalaguun
5. Isaan kabajuun. FKN yaro maqaan isaanii dubbatamu Salawaata irratti buusuu, Yaro hadiisni Isaani dubbatamu Callisanii dhageyfachuu fi KKF.

6. Maatii Isaanii jaalachuun.
7. Nama isaan arrabsu yero agarte Dandeeysu Irraa dhoorkuun, dadhabdu Nama san jibbudha (oso haadha, abbaa, obboleessa ykn obbaleetii teetillee tatee).

Fidaak Abii Wa Ummii Yaa Rasuulallah

Salawaata Buusu Heddummeeysaa Yaa Obboleeyyan islaama jzk Allah keyeran
#join naf godha page koo qaqalliiwan
#𝐒𝐚̄𝐥𝐥𝐮̄𝐮̄___𝐀𝐥𝐥𝐚̄__𝐍𝐚̄𝐛𝐢𝐢___ﷺ 🌹🙏http://t.me/httpsMidega