Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Hojiin Kheyrii niyyaa dhabnaan hin qeebalamtu
Niyyaan kheyrii hojii dhabus ni qeebalama

Kheyrii haa niyyannu
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ياالله ليس لى سواك 🤲🏽🤲🏽🤲🏽🤲🏽🥹
ئای خوایە من جگە لە تۆ کەسم نییە
Namni osoo rabbitti hin amanin du'e itti galli isaa ibidda laaleeysaa dha.

Rabbi booddee nu haa tolchu
• Salluu Alaa Rasuulullaah Sallallaahu Aleeyhi wassallam 🤍
👍3
Akka dilii tootii
bar silaa xiqqaadhee

Satrii tee saniinin namaan wal qixxaadhe http://t.me/httpsMidega
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ليـلة الجمعـة إِن اللَّهَ وملائكة يصلون علي النبي ‏ياايها الَّذِينَ امنوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيما﴾♥️🌿Halkan juma'aa rabbii fi malaa'ikoonni nabiyyii irratti salawaata buusaa yaa warra amantan salawaata buusaa ِ♥️🌿
❤4
Channel name was changed to «Midega Abdela»
Yaa Rabbi Tiktok fi Facebook Zikrii teenya tan ganamaa fii galgalaa hin godhin..!

Yaa Ilmaan namaa dhugumatti isinitti dhuftee jirti gorsi gaariin
{ یَـٰۤأَیُّهَا ٱلنَّاسُ قَدۡ جَاۤءَتۡكُم مَّوۡعِظَةࣱ مِّن رَّبِّكُمۡ وَشِفَاۤءࣱ لِّمَا فِی ٱلصُّدُورِ وَهُدࣰى وَرَحۡمَةࣱ لِّلۡمُؤۡمِنِینَ }
[Surah Yūnus: 57]
Yaa Ilmaan namaa dhugumatti isinitti dhuftee jirti gorsi gaariin, Dawaan (Qorichi) isinitti dhufee jira waan qomoowwan keeysa jiruuf wanni dawaa tahu, qoma wallaalaan guuttamte, shirkii fi munaafiqummaan guuttamteef, Rabbiin Qur'aana kanaan abba fedhe dhiqee keeysaa baasa. Kitaabni qaceelchaa tahe isinitti dhufee jira, karaa diriiraa irratti ka isin qaceelchu. Kitaabni qananii tahe isinitti dhufee jira ka mu'umintootaaf ka Rabbiin qananii godhe. Namni mu'uminaa qanani'aadha, gabbattaa dha, haala qur'aanni Rabbii harka isaa jiruun Lubbuun isaa Raahaa dha qabdi, Qaamni hara galfii qaba, dadhabbiin isaa isatti dadhabbiidhaan miti, Rakkoon isaatis Rakkoodhaan miti, yaadni isaatis yaadaan miti. Dhugumatti Namni zikrii Rabbii qabu Zikruma Rabbii kanaan gammadda.

Yaa Rabbi Tiktok fi Facebook Zikrii teenya tan ganamaa fii galgalaa hin godhin..!
yeroo rafuuf deemnu Tiktok, yeroo qabnu hunda Tiktok, Tiktok, Tiktok, Tiktok Facebook, Facebook Facebook nurraa hin godhin!

Warra Sooshaal Miidiyaan itti fayyadamu osoo hin taane, irraa fayyadamee itti nama fayyadu nu taasisi!

Yaa Rabbi Halkanii fi Guyyaa warra Qur'aana dubbisuun si Zakkaru nu taasisi!

Yaa Rabbi khaatimaa nu tolchi! Haraaraa social media nurraa qabi! Yaa Rabbi nu qaceelchi nuufis qaceelchi!
Rabbiin Qur'aanaan sadarkaa keenya ol nuuf haa fuudhu.
Beekkumsaa fi hikmaa isaa nuuf haa dabalu.

Yaa obboleyyan koo, Qur'aana Rabbii baradhaa, waliis barsiisaa, Warraa fi ilmaan keeysanis barsiisaa, kan barattan qaraatii isaa heddummeysaa.
Osoo Qu'raana irraa waa hin qaraane ooltanii hin bulinaa. Waan dandeysan irraa haffazaa. Hiikkaa isaatis baradhaa,
Ammas quraana kana itti amanaa jaaladhaa, jala deemaa, itti hojjadhaa, irratti jiraadhaa.
Qaraatiin qur'aanaa fadlii guddaa qabdi itti jabaadhaa!
http://t.me/httpsMidega
👍2
Du'aa'ii guddoo hedduu qeebalamtu

Allahumma yoon dilii dalage kan gammachuu fi du'aa'iin tiyya qeebalamuu dhoorkite, naaf araarami, yaa Allah, dilii hundarraa na qulqulleessi karaa ati narraa jaalattu irratti hin argamne, yaa Allah humni keetu dadhabbii kiyyarra cimaadha, rahmata keeti Yaaddoo kiyya caalaa bal'ina, daandii kiyya naaf ibsi onnee kiyyas naaf jabeessi, yaa Allah, dhimma kiyya hunda sittan abdadha, ati akka nan ganne. Rabbii.
Ni danda'aa Rabbiin Akka Nutii Yane Oliitti nufaa haa ta'u 🤲
Yaa Qowmi! Sa'atiin xumura asrii guyyaa jumu'aa sun kinoo as garagalte. Ofii kee,haadhaa fii abbaa kee,obbolewwan kee,obboleettiiwwan kee,haadha manaa kee,firoota kee,hiriyyoota kee,jaalalleewwan kee,ilmaan keetii fii muslimtoota hundaaf Rabbii kee kadhachuu irraa bakhiilaa waakkataa hin ta'in. Du'aa'ii ati gooteefiin obboleessa keetirraa rabbiin rakkoo hiikee isa furee isa gammachiisuun haaja isaa isaaf baasuun si hin gammachiisuu?. Obboleessi kee waggaa meeqa dhukkubsatee siree dhukkubaatirra ciisu sababa du'aa'ii keetiitiin fayyee qulqullaa'ee gammadee kolfee alhamdulillaah jechuun rabbii isaatiif gala galchuun si hin gammachiisuu?. Allaaha Allaaha yaa ikhwataah ofii keenyaa fii obboleewwan keenyaaf du'aa'ii gochuu keessatti jajjabaachuu keessatti. Rabbiin ﷻ haajaa teenyaa fii kan obboleewwan keenyatillee nuuf haa baasu. Du'aa'ii teeysan isinirraa haa qeebalu. »ღ http://t.me/httpsMidega
Rabbii wajjin kophaa ta’uun jeequmsa qalbii keetii xumuruuf qoricha gahaadha. Kana gochuun Akka gaariitti faayidaa guddaa qaba.irra baay'ee yaadannoo keetii, kan akka Qur’aana dubbisuu fi dhiifama Rabbii barbaaduu, fi kadhannaa rabbii yeroo dheeraatiin akka isa yaadattu of taasisi,akkaan isa galateeffadhu, akkasumas akka gaariitti Isa gabbaruuf jiraadhu!.

𝐊𝐮𝐧𝐢 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐦𝐬𝐚 𝐤𝐨𝐨𝐭𝐢!

                     React
          33          33          33
          👏          👍      
👍6
Jaartii salaata dhiisuu sitti hin dhiifne, tan bal'oo fi rakkoo keessattiis kophaa sihin dhiifne Rabbi Nuf haa kennu!
❤4
Jannata keessatti Nabi Muhammad argita, ni dubbista , harka isaanii qabatta S.A.W http://t.me/httpsMidega
Fagoo mitii dhihotti
Boruu mitii arrumatti
Boodaa mitii ammumatti
RABBIIN haajaa sihaa baasu. http://t.me/httpsMidega
Yaa RABBI lafa nun kaayin
Rakkoo jabduu harkaa si qabdu san ammumatti sihaa furu
Haajaa jabduu harkaa si qabdu san ammumatti sihaa baasu.
Osoo hin rafin dura yeroo hamaa qabaatee, harka isaa keessatti qara'a ture Suurat Al-Ikhlaas, Suurat Al-Falaq, fi Suurat Al-Naas sadi sadi sadi,
Harka isaatiin hafuura baafatee, qaama isaa waan danda’u haqatee,
Rabbiin warra dubbise hundaaf araarama, warra maxxanse hunda, kan onnee isaa facaase, irraa haa jiisu. Rasuula صلى الله عليه وسلم.
Carra Qabessa Namaa
Jechun Nama Jannata
Kessatti Olla Nabii(ﷺ)
Taheedha❣️
Waamicha sagalee bilbilaatillee ta'u muuziqaan haraami. gaafa masjiida keessa ta'e immoo haraamummaan isaa hedduu dabalti. Zamana kana akka waan ringtone mobaayilaa fii intiroo yuutuub faa irra muuziqaan jiru haraam hin ta'inaati fakkaata. Wallaahulmusta'aan . Dubbiin akkasii miti. Xiqqaatu guddatu. Sekondii kudhaniis ta'u daqiiqaan 10 muuziiqaan haraami. Itti dammaquu nu feesisa.»