Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
👉Halkan arraa kuni Halkan rakkoonte hundi itti furamtu Rabbiin siif hagodhu!!!
👍1
Namoonni yeroo nuti mataa keenya gadi qabanne arguu feetan , masjida koottaa!😊
http://t.me/httpsMidega
❤1
Toltuu hojjachuun waan sadarkaa namaa Rabbi biratti ol nama fuudhu
Jedhe Rasuul ﷺ .
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Yeroo hundaa yaadadhu ♥️

Yaadadhu yeroo hunda ♥️
❤1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Akkasuma guyyaa juma'aa rabbiin nama salawaata buuse hunda Nabiyyii Muhammad irratti ibse ♥️
Allah fi fedhii isaa irratti hirkadhu.. ♥️•
❤2
Jaarsa fi jaartiin bishaan tokko irraa waraabamani jechun san maal jechudha sa guys.?😳
Daqiiqaalee xumura guyyaa jumu'aa booji'achuu irraa dagataa hin ta'in. Obboleewwan kee haajamoo du'aa'iin hin dagatin.»ღ
❤1
"Yaa Rabbi qalbii koo naa qajeelchi" jechuu hin dagatin.
Rabbiin yoo qalbii kee qajeelche wanti hundi siif salphata.

Yaa Rabbi qalbii keenya qajeelchi towbaa keenya qeebali 🤲
👍3
Taateen jabduun hunda keenya eeggattu taatee guyyaa addunyaa kana lakkisnee deemnu garuu
nuti hin hubannu malee.
👎1
Yaa Allah waan sodaanne nun dhibin, waan sodaannes nun qormaatin, tasgabbiifi tasgabbii sammuu nu milkeessi, yaa Allah, yaa Allah, waan yaadne hunda caalaa bareedaa fi gammachuutti nuuf jijjiiri, yaa Allah, waan yaadne hunda nuuf guuti. Dandettin teeti yaa rabbi kheeyri hunda nu milkessi hamtuu nurra qabi yaa rabbal aalamiin yaa rahmaan
👍1
Yaa Rabbi arjummaa fi rahmata
keetiin onnee teenya nuuf gammachiisi
Yaa rabbi guyyaa gammachuu nuuf godhi guyyaa gammachuu nu gammachiisi. Yaa rabbi gammachuutti nuuf jijjiiri yaa rabbi rahmata keetiin arjummaa keetiin.
Yaa rabbi guyyaa keenya zikrii fi Salawata nabiyyii fi qur'aanaatiin nuuf guuti hamtuu waan dabre nurraa qaabi yaa rabbii
👍1
“Haadha koo fi onnee koo
gidduu garaagarummaan hin jiru, lamaanuu na jiraachisu! ” ”
Gorsa Arraa! By Hakim Hassen

سيأتِي على الناسِ سنواتٌ خدّاعاتٌ؛ يُصدَّقُ فيها الكاذِبُ، ويُكذَّبُ فيها الصادِقُ، ويُؤتَمَنُ فيها الخائِنُ، ويخَوَّنُ فيها الأمينُ، وينطِقُ فيها الرُّويْبِضَةُ . قِيلَ : وما الرُّويْبِضةُ ؟ قال : الرجُلُ التّافِهُ يتَكلَّمُ في أمرِ العامةِ
الراوي : أنس بن مالك وأبو هريرة | المحدث : الألباني | المصدر : صحيح الجامع | الصفحة أو الرقم : 3650 | خلاصة حكم المحدث : صحيح


💟 Mu'jizaa Nabi Muhammad (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam ) Mee Laalaa Obboleeyyan Kiyya!

❤ Nabi Muhammad (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam) akkana je'an, "Wuliidha Dhufuf Jiraata ilma Namaatirra Amatooleen Gantuu taate, Amatoolee san keessatti kan Dhugoonfamu Kijibaan Namaa, ammas Amatoolee san keessatti kan Kijibsiifamu Dhugaan Namaa, ammallee Amatoolee san keessatti ka Amanamu Ganaan Namaa, ammas Amatoolee san keessatti ka Ganatti Lakkaawamu Amanamaan Namaa, ammallee Ni Dubbata Amatoolee san keessatti #Ruweeybidaan}

● Ni Je'ame: Yaa Ergamaa Rabbii maali Ruweeybidaan?

❤ Nabiin keenya (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam) ni je'an: ((Ruweeybidaa jechuun: Gurbaa Gowwaa tahe kan Amrii Walii Galtee Muslimaa keessatti Dubbatuu)) je'aniiti deebisaniif. #Subhaanallaah

○ Kitaabni 📚 irraa fudhame (Silsilatu Sahiihaa' #Hadiisa 1887) #Subhaanallaah!

■ Haalli amma deemaa jiru akkanumaamii? Eenyu follow godhaa jirra? Namni #Atii fi #An follow godhaa jirru? Iimaanni keenya isa follow godhuun nuuf dabalee? Akhlaaqni keenya nuuf tolee? Waa'ee Amantaa teenya irraa barree? Duuba maal godhaa jirra? #Haa_Dammeynu!
Badhaasni rabbii jabaan tokko Tasgabbii dha
👇
Burqaan tasgabbiitis Islaamummaa dha
Hojiin Kheyrii niyyaa dhabnaan hin qeebalamtu
Niyyaan kheyrii hojii dhabus ni qeebalama

Kheyrii haa niyyannu
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ياالله ليس لى سواك 🤲🏽🤲🏽🤲🏽🤲🏽🥹
ئای خوایە من جگە لە تۆ کەسم نییە
Namni osoo rabbitti hin amanin du'e itti galli isaa ibidda laaleeysaa dha.

Rabbi booddee nu haa tolchu
• Salluu Alaa Rasuulullaah Sallallaahu Aleeyhi wassallam 🤍
👍3
Akka dilii tootii
bar silaa xiqqaadhee

Satrii tee saniinin namaan wal qixxaadhe http://t.me/httpsMidega