#oroict irraa.
#Icciitii Bilbila keessanii kan namni hedduun hin beekne!
#Odeeffannoo muraasa armaan gadii kana ilaala.
#Namni yoo isiniif Bilbilu “Bilbilli kun tajaajila irra hin oolle” akka jedhu yoo barbaaddan: *21*900# ykn
Lakkoofsa tokkicha keessaa dhiisuun lakkoofsa keessanitti deebisaa hidhaa[divert] fkn *21*091234567#
#Guutummaa Ergaa bilbila keessanii bilbila biraarratti hidhuuf[divert] gochuuf: *21*0912345678# 0912345678 lakkofsa irratti divert gootaniidha.
#21# divert irraa balleessuuf
*#21# odeeffannoo divert ta’emoo hin taane jedhu argachuuf
#Bilbilli keessan yeroo Jaatanaawaa [Busy] ta’e qofa bilbila biraatti hidhuuf [divert] gochuuf: *67*Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#
#67# irraa Haquuf
#Bilbilli keessan yoo isin kaasuu dhabdan qofa Bilbila biraatti hidhuuf [divert] gochuuf:
Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#
#61# irraa Haquuf
#Bilbilli keessan yoo isin Sarara Gahiinsaa [Network] ala jirtan qofa Bilbila biraatti hidhuuf[divert] gochuuf:
*62*Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#
#62# irraa Haquuf
#Osoo isin nama biraa wajjiin haasawutti jirtan namni biraa yoo isinii bilbile, Akka sararatti isin eegu koompuutarri akka itti himu [Call Waiting] tajaajilamuuf:
*43# Kakaasuuf[to activate]
#43# Irraa Haquuf
*#43# akka irra jiruuf hin jirre ilaaluuf

Forwarded from HEARTS FEELING
Forwarded from HEARTS FEELING
Forwarded from HEARTS FEELING
Forwarded from Amaanaa Dhalootaa🥰
Jiraattee nagaan dhabin
Jaalattee qalbiin cabin
Imaltee karaan dabin
Hiixattee hamaan qabin
💚💚💚❤️❤️❤️🦋🦋
Jaalattee qalbiin cabin
Imaltee karaan dabin
Hiixattee hamaan qabin
💚💚💚❤️❤️❤️🦋🦋