๐ป๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐ฅ๐ฎ๐ฏ๐ฏ๐ถ waan sirraa na fageessu hunda narraa fageessi.!
ยซRabbiin akka ibaadaalee fii kheeyriilee raawwachuu irratti si gargaaru kadhadhu.
โจ Yaa rabbi zikrii tee,siif galata galchuu fii ibaadaa tee tolchuurratti na gargaariโฉ
โจ Yaa Rabbi! Anaa fii muโuminoota hunda kanneen salaata dhaabnu nu taasisiโฉ

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Kanaafu rabbii kee araarama gaafadhu jedheen โฅ
Kanaafin rabbiin dhiifama gaafadhaa jedhe โฅ

โง ๐ฉ๐บ๐บ๐
๐บ๐
๐บ ๐๐บ๐๐๐ ๐๐๐๐ฟ ๐๐บ๐ป๐๐๐ฟ ๐๐๐ ๐ฝ๐๐๐๐๐บ๐๐๐๐,๐๐๐๐พ๐พ๐ ๐๐
๐๐บ ๐๐บ๐๐บ๐บ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐บ๐๐บ.
โง ๐ฉ๐บ๐บ๐ ๐บ๐ ๐บ ๐ฅ๐ฎ๐ฏ๐ฏ๐ถ๐ถ๐ป ๏ทป ๐๐๐๐ฟ ๐๐บ๐ป๐๐๐ฟ ๐ฝ๐๐๐๐๐บ๐ฝ๐๐. ๐ฒ๐บ๐ป๐บ๐ป๐๐ ๐๐๐บ๐บ๐, ๐ฅ๐ฎ๐ฏ๐ฏ๐ถ๐ถ๐ป ๏ทป ๐๐ผ๐ผ ๐๐ถ๐ท๐ฎ๐ฎ๐น๐ฎ๐๐ฒ ๐๐บ๐๐บ ๐ป๐๐๐บ๐๐๐๐ ๐๐บ๐บ๐ ๐บ๐๐บ๐๐บ๐บ ๐๐ ๐๐บ๐บ๐๐๐๐บ.

Yeroon ati keessa busy taatu qananiidha moo, miidhama siif taha..!?
Mee isin biratti akkamitti ilaaltu..?!
Mee isin biratti akkamitti ilaaltu..?!
๐ Yeroo Waan takka Dalagudhaaf Deemtu Dura Lubbuu Teetiin Mari.adhu Keyrii Taatu Dalag Hamtu Taatu Dhiis Nafsiyyaatee Lameenuu Nibeekti waan Ta.eef Jecha ๐http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
๐1
Qorannoon akka jedhutti namni hirriibni qabe Ni Rafa jedha๐๐คฒ๐คฒ
โ
Namoonni akka sirraa Fagaatan yoo barbaadde Rakkadhe jedhiin sana booda nama tokkollee of biratti hin argitu!
http://t.me/httpsMidega
http://t.me/httpsMidega
Warra muuziqaa jaalatuuf...deebisaa akka taatu.....๐ซ๐ซ๐ซโ๏ธ
Namni ta'e wahii muuziqaa (sirba)dhaggeeffachuu jaalata...Ganama...galgala...halkan guyyaa......yeroo hunda Gurra isaatti earphone godhatee......ittiin dhaggeeffata....
''Guyyaa tokko barumsa isaa fixee....gara manasaatti gala...Qalbii isaa keessa kan jiru...har'a sirba akkamii buusee dhaggeeffadhaadha๐ฅachi booda...firaasha isaarra taa'ee....silkii isaa banee.....otoo dhaggeeffachaa jiruu..Ifaan gola isaa tasuma ni bade....
Rifatee silkii isaa ibsatee...earphone isaa baasuuf yoo yaalu ni dideef....earphone(isa gurratti godhatee jiru)bahuufi dide baay'ee yaalee ni dide๐ญ..dhumarratti hifatee maatii isaatiif hime๐ฅ
Maatiin sirba dhaggeeffachuu isaatiif aaranis...yeroodhaaf fala barbaaduu akka qaban murteessan......achi boodas..gara mana yaalii baqaqsa mormaa olii geessan....๐
๐ซDoctoroonnis rifaatuudhaan...wanti akkanaa muudatee akka hin beeknee fi...gara iddoo biraatti akka geessan itti himan...sababii humnaa ol ta'eef....maatiinis ni rifatan:dhiphatan๐ฅบ
mucichis cal'iseera...,ija isaa qofa birbirsa...mataa isaa isa dhukkeen irraan garagale....sosochoosaa waan namoonni isa marsanii jiran haasa'an dhaggeeffachuuf yaala๐๐ซ
Garuu homayyuu hin dhagahu....sababiinis....earphonichi waan hin ba'iniif....๐
Gara mana yaalaa biraa geessan...earphone sana baasuuf dirqama gurri isaa muramuun jedhame...ni murames๐ญ.....
Achi Qur'aana isa yeroo fayyaa qabu hin qara'in....gaddaa fi Dhiphinaan dubbisuuf yaaluu eegale jedhama๐๐ญ
Seenichi dubbisa afaan amaaraa irraa kan fudhatameedha...ni fayyada jedhamee waan yaadameef jecha...โ๏ธ
๐ซ
Yeroo ammaa kana wanti nama ajaa'ibu muuziqaan
1 akka halaalaatti..ilaalamuudha.....
2 akka waan....guddina namaaf dabaluu๐ซyookiin immoo akka waan namni isa dhaggeeffate Qaruutomee๐kuunimmoo...gowwaatti ilaallama๐
Yeroo ammaa kana silkiin kee yoo sirba of keessaa hin qabne๐๐jechama
าแดแดสแดแด
jedhamu tokkoon arrabsamta
Namoonni hedduun...jecha...
FAARAA
Jedhamu kana jalaa bahuuf...sirba dhaggeeffatu yookiin silkii ofiitti gadi buusu....
Yookiin immoo....akka waan wanti miira namaa ibsu sirba qofa ta'eetti...nafsiyaa fi sheyxaana jala deemun๐ฅ๐ฅbar miiruma ittiin ibsachuufii๐๐jedhu
Jechamoonni kun hunduu๐ซ๐ซ๐ซโ๏ธsirrii miti Eeyyen sirrii miti
QABRII DHIPHOO SAN OFIRRATTI HIN DAGATIN:YOOKIIN RABBIIN OTOO ACHI HIN GEENNE ASITTIS SI ADABEE ACHITTIS SI ADABUU DANDA'A....
ikhwaani wa ikhwatii.....Waan rabbiin keenya tola nutti oole..isaan haa galateffannu
isaaf ittiin haa hojjannu
Hojii kheyriitiin haa dalagnu
Yoo hin dandeenye ta'emmoo akkanumatti....Qaama keenyatti adaba haa godhannuu dhaamsa kooti...๐
SEENICHA IRRAAYIS AKKA BARATTAN ABDII GUDDAAN QABA๐
OBBOLOOTA KEESSANIIFIS SHARE GODHAA..SABABA SIRBARRAA FAGAACHUU TA'AAFII
GALATOOMAA
Share๐บ๐บ๐๐

๐Halkan arraa kuni Halkan rakkoonte hundi itti furamtu Rabbiin siif hagodhu!!!
๐1
Namoonni yeroo nuti mataa keenya gadi qabanne arguu feetan , masjida koottaa!๐
http://t.me/httpsMidega
http://t.me/httpsMidega
โค1
Toltuu hojjachuun waan sadarkaa namaa Rabbi biratti ol nama fuudhu
Jedhe Rasuul ๏ทบ .
Jedhe Rasuul ๏ทบ .
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Yeroo hundaa yaadadhu โฅ๏ธ
Yaadadhu yeroo hunda โฅ๏ธ
Yaadadhu yeroo hunda โฅ๏ธ
โค1