Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Ramadaana halkan 11ffaa du'aa'ii heddummeessaa
Yaa Allah yoon dilii dalage kan gammachuu fi du'aa'iin tiyya qeebalamuu dhoorkite naaf araarami yaa Allah dilii hunda irraa na qulqulleessi haala amma keessa jiru miti kan ati na jaalattu. Yaa Allah humna keetu laafina kiyyarra cimaadha, yaaddoo kiyyarra rahmata keetu naaf bal'ata, karaa kiyya naaf ibsi onnee kiyyas naaf jabeessi, yaa Allah dhimma kiyya hunda sirratti godhadhe, si abdadhe, ati nan gattu. الله الله الله الله http://t.me/httpsMidega
Talk to Allah, cry to Allah, pray to Allah. Allah hears you, Allah loves you.❤️ http://t.me/httpsMidega
اللهم ارحمنا برحمتك ياالله يارب العالمين 🤲🩵
🌸Rahmata Rabbii keenyaa.xiinxallaa🌹😍


💐Qur'aana irraa harfii takka(1) Namni qara'e ajrii 10 argata😍alif:laam:miim..kan jedhe soddoma(30) argata....yaa subhaanallaah🫀🌸🥹

🌺Qul huwallaahu.ahad...Namni Qara'e...Qur'aana irraa..1/3 akka waan qara'eetti lakkaa'amaaf💐

🏆Nama Rabbiin yaadatu...:innis ni yaadataan....🎁
🏆karaa Rabbiitirratti...Du'uu fi Ajjeesuu irra..zikritu caala...
🏆Wudu'a bareechee Namni godhate...Badiin isaa ni araaramaaf...
.........1 fuula yoo dhiqatu wanti ijaan laalte siif dhiifama...
.........2 yeroo harkaas kan harkaan hojjate
.........3 yeroo lukaas....kan gara badiitti ittiin deeme ni dhiifamaaf...
🏆 salaanni sunna...subhii..raka'aan lamaan...waan dunyaa kana irra jiru..guutuu caalti...💎yaa subhaanallaah🥹😍
🏆 Namni nama soomu faxxarsiise...kan namni soomu argatu argata💧🕊badhaadhina ajaa'ibaati wallaahi🕊😍

GARUU...!!!!

Meeqa keenyatu itti fayyadamaa jira😰🥺..yaa obboleewwan koo..Adaraa of haa too'annuu😔...

🌺Inshaa'allaah..Rabbiin Nu Hundaa..warra kheyrii dalagatee milkaa'u nu haa taasisu.☀️✨🤲🤲
Kheyrii tana share..Godhaa irraa..fayyadamaa...kheyrii tana..yoo namni tokko sababa keessaniin..fayyadame......hanga guyyaa qiyyaamaatti...ajrii qooddattu Inshaa'allaah✊🌺🌺🌺🌺

By🕊...k

Share🌹🌷💐🌺🌸🌼👇👇

http://t.me/httpsMidega
Rabbiin kheenya nurraa hin tursiisu
•Akkuma Nabi Yusuf(A.S)irraa Turin sanitti...
•Akkuma Nabi Yaaqub(A.S) hin irranfatunitti...
•Akkuma Nabi Yunus(A.S)tti garaa Jabaatinitti...

Nurraahis hin tursiisu Nurraahis hin tursiisin🤲
⇣⇣
http://t.me/httpsMidega
Halkan 14ffaa

Yaa Rabbi akka gubbaa kheenya bareechitetti kheessa kheenyallee nuuf bareechi 🌙🤲

#Allaahu_Yaa_Jamiil 🌷
Ramadaanni kuranan jalqabaa Jarjaraan dabree jira. 🥺 Rabbiin dilii teenya nuuf araarame عbaada teenyaas nurraa haa qeebalu!.❤️‍🩹🖇

http://t.me/httpsMidega
Nabi Muhammad irratti
Salawaata Buusuun Raahaa
Qalbiiti.💚ﷺS A W🥀

#Sallallahu_alayhi_wassallam
﴿ إِنَّهُ سَمِيعٌ قَرِيبٌ ﴾ ﴿ Dhugumatti, Inni dhaga’aa dhihoo dha يب
Yaa rabbi sitti maganfanna waan musiibaa fi waan lubbuu nama dadhabsiisu hunda irraa, haala jiruu fi haala jiru tasgabbeessi.
“Rabbiin onnee keenya waan nuti hawwinu hunda nuuf haa jiisu. ” "http://t.me/httpsMidega
❤1
Alhamdulillaah
❤1
La ilaha illalah -Azimul halim. La ilaha Illallahu Rabbul-arsh-il Aziim. Laa ilaaha Ilallahu Rabbu-samaawati wa rabbul Ard wa Rabbul-arshil Karim!)☝️http://t.me/httpsMidega
Dr.Abiy anuma hin argin malee,osoo na arge waan na wallaalu hin se'u.🙄

..
..
..
{فَتَوَكَّلۡ عَلَى ٱللَّهِۚ إِنَّ ٱللَّهَ یُحِبُّ ٱلۡمُتَوَكِّلِینَ}
Saffisa ramadaanni itti deemaa jiru gartee mii?
Umriin teetis akkanumatti saffisaan deemaa jirtii beekhi.
Ilaahii wantoota natti ulfaatan hunda ati narratti laaffisi.! http://t.me/httpsMidega
Har'a taraawiiha dhayxee daqiiqaa 50 dhaabbattee ajrii nama halkan guutuu dhaabbatee argatuun eega sitti ulfaatee boru guyyaa qiyaamaa fuuldura waggaa 50,000 dhaabbachuuf teeysa.»ღ http://t.me/httpsMidega
Harra Ramadana guyyaa kudha shanaffaan qixxee geennee jirraa Alhamdulillah.
Gaarii yoo ta'ee itti dabalii, Gaarii ta'u baannaan akka haaraatti jalqabi!!

Jecha Rabbii ol tahee yaadadhu:
﴿أَیَّامࣰا مَّعۡدُودَاتࣲ﴾.

Rabbiin kadhachuus baay'isii:
اللهمَّ أعِنِّي على ذكرِكَ وشكرِكَ وحسنِ عبادتِك
اللَّهُمَّ إِنَّكَ عَفُوٌّ تُحِبُّ العّفْوَ فَاعْفُ عَنِّا...
Lafti halkan qadr simachuuf qophaahaa jirti .. Yaa rabbi qooda kiyyaa fi qooda nama nabi muhammad irratti salawaata buuse hunda nuuf godhi