Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Rabbiin sin gatu! Ee dhugaadha, Rabbiin naman gatu. Atis nama isaan uumame waan taateef, amani Rabbiin kee sin gatuu. "Yaa Rabbii kiyya, ani hiree tiyya jaaladhe. Waan Ati siif taati jettee, anaaf qoodde jaaladhe. Yaa Rabbii kiyya, bal'ina dura rakkina natti dhufe, Gammachuu dura, gadda na mudates jaaladhe. Yaa gaarii kiyya Waan Ati anaaf filattetti niin gammada. Jaalala teetiifi, Dhiifama kee malee, humaa hin barbaadu. Yaa kan garaa laafu, garaa laafina kee saniin na jaaladhu. Yaa Rabbii kiyya waan dabreef yaadda'uu narraa qabi. Waan hundarraa gara jaalalaafi dhiifama keetitti na dhiheeysi. Namoota jaalatte sanirraa na taasisi" jettee kadhatte taanaan, Rabbiin kee sin gatu. Amani Rabbiin kee si jaalataa. Ati Rabbiin jaalatamnaan, milkiin sani. Rabbiin si haa milkeeysu.

httpsMidega
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
اللهمَّ صَلِّ وسلم وبارك عليه ﷺ
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Forwarded from __Murad /// Usman (_____Murad /// Usman)
#Seequun_sunnaadha...

✍ Always smile and never be sad.
- إبتسمِ دائماً وإياكِ أن تحزنِ....
Yeroo hundaa seeqadhu.... Adaraa kee akka hin gaddine...!

share👇
https://t.me/mur_us
Forwarded from muhammad kadiir
Raabbii yaada murada kee sif haa guuttu bakkaa yaadee gahii
﷽
🪵Irra fokkotaa fi badaan fageenyaa.....
🪵Rabbirraa fagaachuudha ati osoo inni siin jedhuu....
"nuti hidda dhiiga isaarraa isatti kaluudha."
"👌ونحن اقرب الیه من حبل الورید"

🪵Bakka jirtutti rabbii kee zakkari.
🪵Aayatoota isaatiin gorfami.
🪵is qulqulleessi.
📿 سبحان الله.
📿الحَمْدُ ِلله.
📿الله أكبر.
📿أَسْتَغْفِرُ اللّٰه.
📿لا حول ولا قوة الا بالله
❤1
Forwarded from Amaanaa Dhalootaa🥰
Simalee guutuu tahuun kiyya hin jiru. Lubbuun lubbuu jaalatturraa fagaachuun hir'ina.
Bakka jirtutti Sitti haa tolu!
2:00 AM
👍1
Forwarded from HARIIROO JALAALA (Robsan Ali)
1Gafa nama tokko jalaattu isa male adunyaa kanarra wan namni hin jire siti fakkata
2 nama sanan yeroo hunda wal argu feta, 3bilbila nama sana gafa bilbiltu ykn sif bilbilamu gamachu addaatu siti dhagahama,
4 nyattus tesus katus wahema nama sana yadda,
5 wan gotuf ykn wan tatuf walaalta, jireenya gara fulduraa nama sana wajjin jiraattu of birati ilaala rafta, gutuma gututi bakka nama sanaa enyuun bufachu hin dandessu.
Har'a Qarshii 100 Badhee
Eegumsii akka na barbachiisuu Maliif Sammu koo nati hima😆
"Nama si qabaachuu isaatti boonu, kan si dhabuu sodaatu, kan siif lolu, kan si kabaju, ka si kunuunsu barbaadi" 🤍

✌️
#oroict irraa.

#Icciitii Bilbila keessanii kan namni hedduun hin beekne!

#Odeeffannoo muraasa armaan gadii kana ilaala.

#Namni yoo isiniif Bilbilu “Bilbilli kun tajaajila irra hin oolle” akka jedhu yoo barbaaddan: *21*900# ykn
Lakkoofsa tokkicha keessaa dhiisuun lakkoofsa keessanitti deebisaa hidhaa[divert] fkn *21*091234567#

#Guutummaa Ergaa bilbila keessanii bilbila biraarratti hidhuuf[divert] gochuuf: *21*0912345678# 0912345678 lakkofsa irratti divert gootaniidha.

#21# divert irraa balleessuuf

*#21# odeeffannoo divert ta’emoo hin taane jedhu argachuuf

#Bilbilli keessan yeroo Jaatanaawaa [Busy] ta’e qofa bilbila biraatti hidhuuf [divert] gochuuf: *67*Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#

#67# irraa Haquuf

#Bilbilli keessan yoo isin kaasuu dhabdan qofa Bilbila biraatti hidhuuf [divert] gochuuf:

Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#

#61# irraa Haquuf

#Bilbilli keessan yoo isin Sarara Gahiinsaa [Network] ala jirtan qofa Bilbila biraatti hidhuuf[divert] gochuuf:

*62*Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#

#62# irraa Haquuf

#Osoo isin nama biraa wajjiin haasawutti jirtan namni biraa yoo isinii bilbile, Akka sararatti isin eegu koompuutarri akka itti himu [Call Waiting] tajaajilamuuf:

*43# Kakaasuuf[to activate]

#43# Irraa Haquuf

*#43# akka irra jiruuf hin jirre ilaaluuf
Forwarded from HEARTS FEELING
Sad Boys Cute Profile Picture
💌 @heart_beat_g 💓
💌 @heart_beat_g  💓
👍      ❤         🗨️         ♂️
𝒍𝒊𝒌𝒆    𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕   𝒄𝒐𝒎𝒎𝒆𝒏𝒕  𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆