Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Nagaatti xoophiyaa! ๐Ÿฅต๐Ÿ˜“
๐Ÿ‘1
Waggaa kudha shaan (15) gutuu osoo ijollee hin argane yoo Turte-Arsenal
ODUU GAMACHISAA GAREE AHAD MEDIA
Allaahumma rahmataka arjuu falaa takilnii ilaa nafsii xarfata ayn, waslih lii shaโ€™anii kullahu, laa ilaah illaa anta.๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

https://t.me/httpsMidega
Calculation akka addunyatti haalaan ulfaata tahe NI'IMA RABBII LAKKAAWUUDHA!.๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€

ALHAMDULILLAAH โค๏ธโ€๐Ÿฉน
https://t.me/httpsMidega
Yaa Rabbi akkuma ala kiyya bareechite keessa kiyyas bareechi
ุฃู„ู‡ู… ุฃุญุณู† ุฎู„ู‚ูŠ ูƒู…ุง ุฃุญุณู†ุช ุฎู„ู‚ูŠ
Yoon dogoggore na sirreessaa
๐ŸŒธ๐Ÿซ€Boqonnaa keessoo๐Ÿฅฐ๐Ÿ˜....


Yaaddoon keessa kee jiru...akka siif bahuโ˜€๏ธyoo barbaadde...Rabbii kee yaadachuu๐Ÿค”Istighfaaraa fi...QUR'AANA Qara'uu hamma dandeetten๐ŸŒธQalbii kee SIIF Fayyisa๐Ÿ’ฏIimaana kee...siif CIMSA๐Ÿซ€Rabbii kee GABBARUU IRRATTI Si yaachisa๐Ÿ˜GARA Rabbii kees si DHIHEESSA....๐Ÿฅ€

๐Ÿƒ...takkaammoo Rabbii keetti dhihaatte jechuun WAAN โ„Ž๐‘ข๐‘›๐‘‘๐‘Ž ๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘”๐‘Ž๐‘ก๐‘ก๐‘’ ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Žโœ…Du'aahii kees siif QEEBALA๐ŸŒบBAKKA แด€แด›ษช สœษชษด สแด€แด€ษดษดแด‡แด‡ sษช..ส€แด€แดขแดขแด€วซแด€๐Ÿ’ฏ แดŠษชส€แด‡แด‡ษดสแด€ แด‹แด‡แด‡...ษชsแด€...แด…สœแดœแด‹แด‹แดœส™แด€ วซแด€สŸส™ษชษชแด›ษชษด ษขแดœแดœแด›แด‡....gฮฑะผะผฮฑยขะฝฯ…ั‚ั‚ฮน ...ั•ฮนฮนf แดŠษชแดŠแดŠษชษชส€แด€๐Ÿ˜..ษชษดแดœแดแด€สสแดœแดœ jireenya ๐š”๐šŽ๐šŽ ๐š”๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šœ๐šŠ๐š๐š๐š’ ๐š ๐šŠ๐šŠ๐š— ๐šœ๐š’ ๐š๐šŠ๐šข๐šข๐šŠ๐š๐šž..sif taasisa....yeroo hundumaa yoo ta'e....Rabbii kee...แดกแด€สŸษชษชษด แด›แด€'แดœแดœา“ สแด€แด€สŸษช...RAHMAAN SI WALIIN TA'AATII๐Ÿ’ฏ

Itti fayyadamaa.... keessi keessan nagaa argata....Inshaa'allah๐Ÿซ€

Waan dubbistaniif JAZAAKALLAAHU KHEYR....SININ JAALLADHA OBBOLOOTA KOO๐Ÿ˜


Yoo dubbistan KANAAFIS
๐Ÿ‘1