Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
👍1
Astagfrullaah wa,atuubu ileyihi
Waan sadii irraa of fageessi
👉 Nama kabajuu dhabuu irraa
👉 gowwoomsuu irraa
👉 Liqii irraa
•

Nagaan Naaf Bulaa 🥰

•
“Some people are poor by
money, but rich by heart.”
“Are you okay?” No,
I miss my favorite person.
As wr wb....Namni 10 salaamtaa deebisnaan Ergaa wahii isiniif maxxansuuf deema...🌼
Waleykumsalaam warahmatullah wabarakaatuhu
🔗 . * Hamilee fii Khaayyoon kee tokko qofa Akka ta'uuf bololi. Innis Allaahaa qofa ta'uudha.

🌿وَأَنَّ إِلَىٰ رَبِّكَ ٱلۡمُنتَهَىٰ
Halkan garii maatiin jaalala
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Akkami nagaa jirtuu ....
Beeki!.
   Yeroo haxxiffannu wanni Alhamdulillaah jannuuf rabbiin mili-second keessatti lubbuu teenya  fudhatu akka dandahu!.🖤🥀
"Hulaa manaa malee hulaa rizqii teenyaa namni nutti cufuu hin dandahu
Channel photo updated
Channel name was changed to «midega ❣️💙💚»
Namoonni bilbiltani "Birri Naf liqeesi jettanii Na rakkisaa jirtan Aniyyuu Ishee kana male wanin hin qabneef Maaloo na nan Caqaccaqina
😁1
YAA RABBIII.....🤲🤲🤲

Yaa Rabbi Rahmata keetiin nu qajeelchi nuuniis qajeelchi. Namoota qajeelaniif sababa nu taasisi. Qajeeloo ,qajeelfamoo fii qajeelchoo nu godhi. Yaa Rabbi! Ghaflaa keessatti dhumuutti jirru tanarraa qalbii teenya dammaqsi,qaama keenyaas badii fii hamtuu raawwachuurraa akkasuma arraba keenya hamii,nama waliin dhahuu fii hamtuulee birootirraa buqqisii of nu yaadachiisi. Waan dhufaa jiruuf qophaa'uu nuuf kenni.»



Guyyaa jumu'aa keessa sa'atii du'aaiin haalaan mustajaabaa taatutu jira akka ulamaa'iin baayyeen jedhanitti sa'atiin sun asraa boofa faa jedhan

kanaaf jabaadha obbolewwan keessan muslimaafis kadhadha.ans jera kessa tokko😍
"Hin bade, daandii mataa koo qofa qorachuu" anaa fi ofii koo, gammachuu fi abdii #blessed_jumعa
Forwarded from Hamdi abdujabar
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Namni si qabu yaa Allaah❤️
Maal dhabee
Maal arkkate yaa habiibii❤️
Namni si dhabe

@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujaba
👆👆👆👆👆👆👆👆
Join join & share share