Laa laa ufirraa hin boqatina Mu'mintootaa keeyrii dalagachuu irraa hin buqatani hanga gaafa jaannata Rabbi oli Seenanitti keeyrii facaasu ittuma fufaa Rabbi keessani irraati Garagarafata
༺࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚༻
~Obboleessa koo obboleettii too
༄Wanti karoorfatte fiixa siif haa bahu
༄Kan ati yaadde hundis galma siif haga'u
༄Rakkoof rakkisaan jiruu tee keessaa haa bahu
༄Wanti amba dhibde sin dhibin
༄Miilli kaayyoo kee daandii milkaa'inaa irraa hin dabin
༄Khaaliqaaf khalqii biratti mi'aawi
༄Ardiif samittis urgaawi
༄dhukkkuba hundarraas Fayyaatahi
༄Waan sodaattu hunda najaa bahi!
Aamiin....
.....
~Obboleessa koo obboleettii too
༄Wanti karoorfatte fiixa siif haa bahu
༄Kan ati yaadde hundis galma siif haga'u
༄Rakkoof rakkisaan jiruu tee keessaa haa bahu
༄Wanti amba dhibde sin dhibin
༄Miilli kaayyoo kee daandii milkaa'inaa irraa hin dabin
༄Khaaliqaaf khalqii biratti mi'aawi
༄Ardiif samittis urgaawi
༄dhukkkuba hundarraas Fayyaatahi
༄Waan sodaattu hunda najaa bahi!
Aamiin....
.....
Safaraa kenyaa durbaa bareedu argura mila bakar ware badee argu salphata😁
Intalii Onneeko Si bira Nan Jette Kottu Fudhadhu Ani Mi'aa Nama Hin barbaduti 😁
6ffaa fi 7ffaan
Deebii
6ffaa…Raka’aa 1 keessaa, Rukuu’a meeqa fi sujuuda meeqa qabnaadha?
Rukuu’a 1 +fi Sujuuda2 walitti edaana…
Rukuu’a tokko keessa tasbiiha 3,+Sujuuda 2n keessa 6=9
Raka’aa meeqa qabna jenne ?17
9*7= 153
7ffaa____? Yaala
Deebii
6ffaa…Raka’aa 1 keessaa, Rukuu’a meeqa fi sujuuda meeqa qabnaadha?
Rukuu’a 1 +fi Sujuuda2 walitti edaana…
Rukuu’a tokko keessa tasbiiha 3,+Sujuuda 2n keessa 6=9
Raka’aa meeqa qabna jenne ?17
9*7= 153
7ffaa____? Yaala
Forwarded from __Murad /// Usman
Gochii gadii jettee olaantummaa itti argattu sujuuda Rabbiif godhamu qofadha.
Rabbiif gadii jechun oljechuudha.
Halkan gaarii!
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
https://t.me/mur_us
Rabbiif gadii jechun oljechuudha.
Halkan gaarii!
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
https://t.me/mur_us
Forwarded from Fana kessa bekaa ፋና የውስጥ አዋቂ Fana insider
Namonnii saudii kuwet fi kuatar demu barbadan si o si kan qabdanii fi kan hin qabne nu biraa ni argattu biyyoonnii kun gatii salphan isin ergina ejansii logo karaa imotin nu qunna 0911971572
Forwarded from ✎ 𝐒𝐄𝐘𝐅𝐀𝐥-𝐈𝐒𝐋𝐀𝐌 🇵🇸
Onneen Jaalala qofa miti
#Dagachuus ni danda'a!!
◇
ልብ ማፍቀር ብቻ ሳይሆን
#መርሳትም ይችላል!!
#Dagachuus ni danda'a!!
◇
ልብ ማፍቀር ብቻ ሳይሆን
#መርሳትም ይችላል!!
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
