Akka dilii tootii
bar silaa xiqqaadhee
Satrii tee saniinin namaan wal qixxaadhe http://t.me/httpsMidega

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ليـلة الجمعـة إِن اللَّهَ وملائكة يصلون علي النبي ياايها الَّذِينَ امنوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيما﴾♥️🌿Halkan juma'aa rabbii fi malaa'ikoonni nabiyyii irratti salawaata buusaa yaa warra amantan salawaata buusaa ِ♥️🌿
❤4
Yaa Rabbi Tiktok fi Facebook Zikrii teenya tan ganamaa fii galgalaa hin godhin..!
Yaa Ilmaan namaa dhugumatti isinitti dhuftee jirti gorsi gaariin
{ یَـٰۤأَیُّهَا ٱلنَّاسُ قَدۡ جَاۤءَتۡكُم مَّوۡعِظَةࣱ مِّن رَّبِّكُمۡ وَشِفَاۤءࣱ لِّمَا فِی ٱلصُّدُورِ وَهُدࣰى وَرَحۡمَةࣱ لِّلۡمُؤۡمِنِینَ }
[Surah Yūnus: 57]
Yaa Ilmaan namaa dhugumatti isinitti dhuftee jirti gorsi gaariin, Dawaan (Qorichi) isinitti dhufee jira waan qomoowwan keeysa jiruuf wanni dawaa tahu, qoma wallaalaan guuttamte, shirkii fi munaafiqummaan guuttamteef, Rabbiin Qur'aana kanaan abba fedhe dhiqee keeysaa baasa. Kitaabni qaceelchaa tahe isinitti dhufee jira, karaa diriiraa irratti ka isin qaceelchu. Kitaabni qananii tahe isinitti dhufee jira ka mu'umintootaaf ka Rabbiin qananii godhe. Namni mu'uminaa qanani'aadha, gabbattaa dha, haala qur'aanni Rabbii harka isaa jiruun Lubbuun isaa Raahaa dha qabdi, Qaamni hara galfii qaba, dadhabbiin isaa isatti dadhabbiidhaan miti, Rakkoon isaatis Rakkoodhaan miti, yaadni isaatis yaadaan miti. Dhugumatti Namni zikrii Rabbii qabu Zikruma Rabbii kanaan gammadda.

yeroo rafuuf deemnu Tiktok, yeroo qabnu hunda Tiktok, Tiktok, Tiktok, Tiktok Facebook, Facebook Facebook nurraa hin godhin!
Warra Sooshaal Miidiyaan itti fayyadamu osoo hin taane, irraa fayyadamee itti nama fayyadu nu taasisi!
Yaa Rabbi Halkanii fi Guyyaa warra Qur'aana dubbisuun si Zakkaru nu taasisi!
Yaa Rabbi khaatimaa nu tolchi! Haraaraa social media nurraa qabi! Yaa Rabbi nu qaceelchi nuufis qaceelchi!
Rabbiin Qur'aanaan sadarkaa keenya ol nuuf haa fuudhu.
Beekkumsaa fi hikmaa isaa nuuf haa dabalu.
Yaa obboleyyan koo, Qur'aana Rabbii baradhaa, waliis barsiisaa, Warraa fi ilmaan keeysanis barsiisaa, kan barattan qaraatii isaa heddummeysaa.
Osoo Qu'raana irraa waa hin qaraane ooltanii hin bulinaa. Waan dandeysan irraa haffazaa. Hiikkaa isaatis baradhaa,
Ammas quraana kana itti amanaa jaaladhaa, jala deemaa, itti hojjadhaa, irratti jiraadhaa.
Qaraatiin qur'aanaa fadlii guddaa qabdi itti jabaadhaa!
http://t.me/httpsMidega

Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
👍2
Du'aa'ii guddoo hedduu qeebalamtu
Allahumma yoon dilii dalage kan gammachuu fi du'aa'iin tiyya qeebalamuu dhoorkite, naaf araarami, yaa Allah, dilii hundarraa na qulqulleessi karaa ati narraa jaalattu irratti hin argamne, yaa Allah humni keetu dadhabbii kiyyarra cimaadha, rahmata keeti Yaaddoo kiyya caalaa bal'ina, daandii kiyya naaf ibsi onnee kiyyas naaf jabeessi, yaa Allah, dhimma kiyya hunda sittan abdadha, ati akka nan ganne. Rabbii.

Yaa Qowmi! Sa'atiin xumura asrii guyyaa jumu'aa sun kinoo as garagalte. Ofii kee,haadhaa fii abbaa kee,obbolewwan kee,obboleettiiwwan kee,haadha manaa kee,firoota kee,hiriyyoota kee,jaalalleewwan kee,ilmaan keetii fii muslimtoota hundaaf Rabbii kee kadhachuu irraa bakhiilaa waakkataa hin ta'in. Du'aa'ii ati gooteefiin obboleessa keetirraa rabbiin rakkoo hiikee isa furee isa gammachiisuun haaja isaa isaaf baasuun si hin gammachiisuu?. Obboleessi kee waggaa meeqa dhukkubsatee siree dhukkubaatirra ciisu sababa du'aa'ii keetiitiin fayyee qulqullaa'ee gammadee kolfee alhamdulillaah jechuun rabbii isaatiif gala galchuun si hin gammachiisuu?. Allaaha Allaaha yaa ikhwataah ofii keenyaa fii obboleewwan keenyaaf du'aa'ii gochuu keessatti jajjabaachuu keessatti. Rabbiin ﷻ haajaa teenyaa fii kan obboleewwan keenyatillee nuuf haa baasu. Du'aa'ii teeysan isinirraa haa qeebalu. »ღ http://t.me/httpsMidega
Rabbii wajjin kophaa ta’uun jeequmsa qalbii keetii xumuruuf qoricha gahaadha. Kana gochuun Akka gaariitti faayidaa guddaa qaba.irra baay'ee yaadannoo keetii, kan akka Qur’aana dubbisuu fi dhiifama Rabbii barbaaduu, fi kadhannaa rabbii yeroo dheeraatiin akka isa yaadattu of taasisi,akkaan isa galateeffadhu, akkasumas akka gaariitti Isa gabbaruuf jiraadhu!.
𝐊𝐮𝐧𝐢 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐦𝐬𝐚 𝐤𝐨𝐨𝐭𝐢!
React
33 33 33
👏 👍
𝐊𝐮𝐧𝐢 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐦𝐬𝐚 𝐤𝐨𝐨𝐭𝐢!
React
33 33 33
👏 👍
👍6
Jaartii salaata dhiisuu sitti hin dhiifne, tan bal'oo fi rakkoo keessattiis kophaa sihin dhiifne Rabbi Nuf haa kennu!
❤4
Jannata keessatti Nabi Muhammad argita, ni dubbista , harka isaanii qabatta S.A.W http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Fagoo mitii dhihotti
Boruu mitii arrumatti
Boodaa mitii ammumatti
RABBIIN haajaa sihaa baasu. http://t.me/httpsMidega
Boruu mitii arrumatti
Boodaa mitii ammumatti
RABBIIN haajaa sihaa baasu. http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Rakkoo jabduu harkaa si qabdu san ammumatti sihaa furu
Haajaa jabduu harkaa si qabdu san ammumatti sihaa baasu.

Osoo hin rafin dura yeroo hamaa qabaatee, harka isaa keessatti qara'a ture Suurat Al-Ikhlaas, Suurat Al-Falaq, fi Suurat Al-Naas sadi sadi sadi,
Harka isaatiin hafuura baafatee, qaama isaa waan danda’u haqatee,
Rabbiin warra dubbise hundaaf araarama, warra maxxanse hunda, kan onnee isaa facaase, irraa haa jiisu. Rasuula صلى الله عليه وسلم.

Carra Qabessa Namaa
Jechun Nama Jannata
Kessatti Olla Nabii(ﷺ)
Taheedha❣️
Jechun Nama Jannata
Kessatti Olla Nabii(ﷺ)
Taheedha❣️
Waamicha sagalee bilbilaatillee ta'u muuziqaan haraami. gaafa masjiida keessa ta'e immoo haraamummaan isaa hedduu dabalti. Zamana kana akka waan ringtone mobaayilaa fii intiroo yuutuub faa irra muuziqaan jiru haraam hin ta'inaati fakkaata. Wallaahulmusta'aan . Dubbiin akkasii miti. Xiqqaatu guddatu. Sekondii kudhaniis ta'u daqiiqaan 10 muuziiqaan haraami. Itti dammaquu nu feesisa.»
Telegram
لا تحزن Laa Tahzan
Abshiir inshaa Allaah Akkanatti hin haftu Rabbiin sirraa jijjiree si gammachisuun yero dheera ittin fudhattu Alhamdulill
Halkan Jum'aati Ergamaa Rahmataa Nabi MUHAMMAD irratti Salawaata buusaaﷺ
✅Namni du'e jalqaba yeroo qabrii keessatti Rabbiin lubbuu isatti deebisu akka du'e ofii hin beeku.
✅Essaan jira jedhee ofii laala yeroo uffata isaa laalu uffanni isaa kan inni dur beeku hin jiru
Akkas jechuun of gaafata eessa jira shamiziin koo eessa jira tichertiin koo jedha.
✅Amma bakka kophaas akka jiru yaadatee gandi kun hedduu isa yaachisee akkas jedhee nama gaafa aduunyaarra jiru isatti dhiheenya qaban waama
♥️Yaa fulani
♥️Yaa fulaan
♥️Yaa abalu
♥️Yaa abalu
✅Jedhee warra aduunyatti isa cinaa dhaabbatee waa hundarratti isa jajjabeessaa ture hunda maqaa isaanii hunda erga waamee booda namni tokko akka isatti hin dhufne erga hubatee booda gandi kun ganda qabrii jedhamu san ta'uu hubatee.
✅Gama rabbii isaa deebi'ee Yaa Rabbi Yaa Rabbi jechuu eegala, Achi booda yoo inni aduunyaaratti nama gaarii dalagaa ture ta'e Malaa'ikaan lama isatti dhufanii
👨🎓Waa sadi 3 isaa gaafatan:•
♥️Rabbiin kee eenyu ?
♥️Nabbiin kee eenyu ?
♥️Diin kee maali ?
✅Yoo gaafii sadeen kana deebise isa gammachiisanii mana isaa kan jannata keessaa isa gar siisanii akkas isaan jedhan osoo ati nama gaarii dalagatu ta'uu baattee manni kee kana jedhanii ibidda jahaannam keessaa isa gar siisan yeroo kana ni jedha yaarabbi qiyaamaa amumma taasisi.
✅Yoo nama gaafii san sadeen deebisuu hin dandeenye taate isa dhawan burusha hadiidaatiin ammas lubbuu isatti deebisan iyyeensa inni iyyu namaa fi jinnii malee uumamni hundi ni dhageha hulaa jannataa bananii mana isaa kan inni osoo gaarii dalagatee seenu isatti mul'isan ni gammada manni kee kana jedhanii hulaa jahannam isaaf bana akkana jedha Yaa Rabbi qiyaamaa narratti hin taasisin jedhee rabbi kadhata♥️
♥️Yoo dubbiftee xumurte Ergamaa Rabbii nabi Muhammad S A W Irratti salawaata busi♥️ hiriyyoota keessaniif share godha jzkl.

Allahumma,jum'aa sa'aa dhumaa keessatti,haja tiyya naaf laaffisi,yaada kiyya naaf laaffisi, tarkaanfii tiyya barakaa naaf godhi,yaa Allah,yoo wanti ani si kadhadhe hin danda'amne,ati ableedha,subhan Siif wanti lafarrattis ta'e samii irratti hin danda'amu, yoo hamtuu ta'e immoo gaarii godhi yaa Allaah