Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Yoo Dandeesse Wantoota Torban Kana Guyyuu Dalagi
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

1: Salaata Yeroon Salaati
2: Qur’aana Hanga Dabdeeyse Guyyarraa Qara’i
3: Zikrii Jabeessi : Rabbii Kee Yaadachuu Guddisi

4: Du’aa’ii Guyyarraa Godhuun Hulaa Rabbii Dhadhahi
5: Warra Badii Hojjatu Irraa Fagaadhu
6: Sadaqaa Hanga Dandeeyse Guyyarraa Kennadhu

7: Nabiyyii Keenya Irratti Salawaata Buusuu fii Araarama Rabbirraa Barbaaduu Heddummeessi

Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam

• Yaa Rabbi Wantoota asii olitti dabarsine kana hunda dalaguu nuuf laaffisi.

• Erga daleeyne boodallee Yaa Rabbi Dalagaa Teenya Gaaggaarii Hunda Nurraa Qeebali

Barreeffama Kana Dubbisaa Share Waliif Godhaa
❤3
brother muudin ke kun hin naffahu firra dhiisi 😃muudiin kun dabree jira ok 👍 👊🤛
Maarre tiyya 😁
👍2
👉 Gaafa Rabbiin fedhe wanni hin danda’amne tokkos addunyaa tanarra akka hin jirre beeki…!

#Oolmaa_gaarii👇
Namota (8) kan Rabbin (SW) Qur'ana isa keysatti isinin Jaladha ja'eni farse.

1 Rabbin warren gaarii hojjatan jalata (wallaahu yuhibbul muhsiniin )
2 Rabbin warren isa sodatan jalata ( Wallahu yuhibbul Muttaqiin )
3 Rabbin warren towbatan Jalata (Wallaahu yuhibbul tawwaabiin)
4 Rabbin warren Qalbi keysa fi gubban qulqullawan jalata ( wallaahu yuhibbul mutaxahhiriin)
5 Rabbin warren isatti hirkatan jalata (Wallahu yuhibbul Mutawakkiliin)
6 Rabbin warren haqa dalagan jalata (Wallahu yuhibbul muqsixiin)
7 Rabbin warren kara Isa keysatti qabsawan Jalata.
8 Rabbin warren wan hunda keysatti Obsa qabatan jalata (wallaahu yuhibbul Saabiriin ).
✴Yaa Rabbi warren Ati farsite kanarra nutasisi. Jalalate nuf kenni Ya Allah.
Ammiiiiiin http://t.me/httpsMidega
❤3
Midega Abdela pinned «Namota (8) kan Rabbin (SW) Qur'ana isa keysatti isinin Jaladha ja'eni farse. 1 Rabbin warren gaarii hojjatan jalata (wallaahu yuhibbul muhsiniin ) 2 Rabbin warren isa sodatan jalata ( Wallahu yuhibbul Muttaqiin ) 3 Rabbin warren towbatan Jalata (Wallaahu…»
Nama tokko hoomaà iyyuu barsiisuu hin dandeessu, garuu keessaasaa barbaadee akka hubatu gochuu dandeessa. Galiiliyoo

http://t.me/httpsMidega
Channel photo updated
Channel name was changed to «𝙢𝙞𝙞𝙙𝙝𝙖𝙜𝙖𝙖»
Allahumma Inni As'aluka Al Jannah
"Yaa Rabbi Jannata Si kadhadha."
🔻𝗬𝗮𝗮 𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶 waan sirraa na fageessu hunda narraa fageessi.!
Alhamdulillaah Rabbil Aalamin
«Rabbiin akka ibaadaalee fii kheeyriilee raawwachuu irratti si gargaaru kadhadhu.

⟨ Yaa rabbi zikrii tee,siif galata galchuu fii ibaadaa tee tolchuurratti na gargaari⟩
⟨ Yaa Rabbi! Anaa fii mu’uminoota hunda kanneen salaata dhaabnu nu taasisi⟩
Yaa Rabbi, si waliin
biizii nu godhi, sirraa hin
fagaanne ❤️… See more
Muslima ta’anii salaataa wallaaluun salphina ❤️
❤3
Goowwaa yoo gorsite, Itti Hinaafte si saha.
“ Lubbuu keetii fi kan biraatiifis jecha 𝗵𝗶𝗿𝗶𝘆𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗱𝗮𝗮/𝗴𝗮𝗱𝗵𝗲𝗲 irraa fagaadhu.”
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Kanaafu rabbii kee araarama gaafadhu jedheen ♥

Kanaafin rabbiin dhiifama gaafadhaa jedhe ♥
➧ 𝖩𝖺𝖺𝗅𝖺𝗅𝖺 𝗇𝖺𝗆𝗇𝗂 𝗌𝗂𝗂𝖿 𝗊𝖺𝖻𝗎𝗎𝖿 𝗁𝗂𝗇 𝖽𝗁𝗂𝗉𝗁𝖺𝗍𝗂𝗂𝗇,𝗈𝗇𝗇𝖾𝖾𝗇 𝗂𝗅𝗆𝖺 𝗇𝖺𝗆𝖺𝖺 𝗇𝗂 𝗃𝗂𝗃𝗃𝗂𝗂𝗋𝖺𝗆𝖺.

➧ 𝖩𝖺𝖺𝗅𝖺𝗅𝖺 𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶𝗻 ﷻ 𝗌𝗂𝗂𝖿 𝗊𝖺𝖻𝗎𝗎𝖿 𝖽𝗁𝗂𝗉𝗁𝖺𝖽𝗁𝗎. 𝖲𝖺𝖻𝖺𝖻𝗇𝗂 𝗂𝗌𝖺𝖺𝗌, 𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶𝗻 ﷻ 𝘆𝗼𝗼 𝘀𝗶𝗷𝗮𝗮𝗹𝗮𝘁𝗲 𝗇𝖺𝗆𝖺 𝖻𝗂𝗋𝖺𝗍𝗍𝗂𝗌 𝗃𝖺𝖺𝗅𝖺𝗍𝖺𝗆𝖺𝖺 𝗌𝗂 𝗍𝖺𝖺𝗌𝗂𝗌𝖺.
Yeroon ati keessa busy taatu qananiidha moo, miidhama siif taha..!?
Mee isin biratti akkamitti ilaaltu..?!
👆 Yeroo Waan takka Dalagudhaaf Deemtu Dura Lubbuu Teetiin Mari.adhu Keyrii Taatu Dalag Hamtu Taatu Dhiis Nafsiyyaatee Lameenuu Nibeekti waan Ta.eef Jecha 👆http://t.me/httpsMidega
👍1
Qorannoon akka jedhutti namni hirriibni qabe Ni Rafa jedha😉🤲🤲