Rizqiin teessan: ๐Yaroo gabaabdutti
Yoo samii keessa jiraatte Rabbi haa buusu !!
Yoo dachii keessa jiraatte Rabbi haa baasu !!
Yoo fagoo jiraatte Rabbi haa dhiheeysu !!
Yoo waa xiqqo taate Rabbi haa heddummeeysu !!
Yoo hedduu taate Rabbi haa barakeeysu !!
Yoo isin bira jiraatte Rabbi harka keessan keessa haa naqu !!
Akkuma Aamiin jatteen share Godhii Nama Jaalattu biraan gahi Jzk kheir

Yoo Dandeesse Wantoota Torban Kana Guyyuu Dalagi
โขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโข
1: Salaata Yeroon Salaati
2: Qurโaana Hanga Dabdeeyse Guyyarraa Qaraโi
3: Zikrii Jabeessi : Rabbii Kee Yaadachuu Guddisi
4: Duโaaโii Guyyarraa Godhuun Hulaa Rabbii Dhadhahi
5: Warra Badii Hojjatu Irraa Fagaadhu
6: Sadaqaa Hanga Dandeeyse Guyyarraa Kennadhu
7: Nabiyyii Keenya Irratti Salawaata Buusuu fii Araarama Rabbirraa Barbaaduu Heddummeessi
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
โข Yaa Rabbi Wantoota asii olitti dabarsine kana hunda dalaguu nuuf laaffisi.
โข Erga daleeyne boodallee Yaa Rabbi Dalagaa Teenya Gaaggaarii Hunda Nurraa Qeebali
Barreeffama Kana Dubbisaa Share Waliif Godhaa

โค3
brother muudin ke kun hin naffahu firra dhiisi ๐muudiin kun dabree jira ok ๐ ๐๐ค
Maarre tiyya ๐
Maarre tiyya ๐
๐2
๐ Gaafa Rabbiin fedhe wanni hin dandaโamne tokkos addunyaa tanarra akka hin jirre beekiโฆ!
#Oolmaa_gaarii๐
#Oolmaa_gaarii๐
Namota (8) kan Rabbin (SW) Qur'ana isa keysatti isinin Jaladha ja'eni farse.
1 Rabbin warren gaarii hojjatan jalata (wallaahu yuhibbul muhsiniin )
2 Rabbin warren isa sodatan jalata ( Wallahu yuhibbul Muttaqiin )
3 Rabbin warren towbatan Jalata (Wallaahu yuhibbul tawwaabiin)
4 Rabbin warren Qalbi keysa fi gubban qulqullawan jalata ( wallaahu yuhibbul mutaxahhiriin)
5 Rabbin warren isatti hirkatan jalata (Wallahu yuhibbul Mutawakkiliin)
6 Rabbin warren haqa dalagan jalata (Wallahu yuhibbul muqsixiin)
7 Rabbin warren kara Isa keysatti qabsawan Jalata.
8 Rabbin warren wan hunda keysatti Obsa qabatan jalata (wallaahu yuhibbul Saabiriin ).
โดYaa Rabbi warren Ati farsite kanarra nutasisi. Jalalate nuf kenni Ya Allah.
Ammiiiiiin http://t.me/httpsMidega

Midega Abdela pinned ยซNamota (8) kan Rabbin (SW) Qur'ana isa keysatti isinin Jaladha ja'eni farse. 1 Rabbin warren gaarii hojjatan jalata (wallaahu yuhibbul muhsiniin ) 2 Rabbin warren isa sodatan jalata ( Wallahu yuhibbul Muttaqiin ) 3 Rabbin warren towbatan Jalata (Wallaahuโฆยป
Nama tokko hoomaร iyyuu barsiisuu hin dandeessu, garuu keessaasaa barbaadee akka hubatu gochuu dandeessa. Galiiliyoo
http://t.me/httpsMidega
http://t.me/httpsMidega
๐ป๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐ฅ๐ฎ๐ฏ๐ฏ๐ถ waan sirraa na fageessu hunda narraa fageessi.!
ยซRabbiin akka ibaadaalee fii kheeyriilee raawwachuu irratti si gargaaru kadhadhu.
โจ Yaa rabbi zikrii tee,siif galata galchuu fii ibaadaa tee tolchuurratti na gargaariโฉ
โจ Yaa Rabbi! Anaa fii muโuminoota hunda kanneen salaata dhaabnu nu taasisiโฉ

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Kanaafu rabbii kee araarama gaafadhu jedheen โฅ
Kanaafin rabbiin dhiifama gaafadhaa jedhe โฅ

โง ๐ฉ๐บ๐บ๐
๐บ๐
๐บ ๐๐บ๐๐๐ ๐๐๐๐ฟ ๐๐บ๐ป๐๐๐ฟ ๐๐๐ ๐ฝ๐๐๐๐๐บ๐๐๐๐,๐๐๐๐พ๐พ๐ ๐๐
๐๐บ ๐๐บ๐๐บ๐บ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐บ๐๐บ.
โง ๐ฉ๐บ๐บ๐ ๐บ๐ ๐บ ๐ฅ๐ฎ๐ฏ๐ฏ๐ถ๐ถ๐ป ๏ทป ๐๐๐๐ฟ ๐๐บ๐ป๐๐๐ฟ ๐ฝ๐๐๐๐๐บ๐ฝ๐๐. ๐ฒ๐บ๐ป๐บ๐ป๐๐ ๐๐๐บ๐บ๐, ๐ฅ๐ฎ๐ฏ๐ฏ๐ถ๐ถ๐ป ๏ทป ๐๐ผ๐ผ ๐๐ถ๐ท๐ฎ๐ฎ๐น๐ฎ๐๐ฒ ๐๐บ๐๐บ ๐ป๐๐๐บ๐๐๐๐ ๐๐บ๐บ๐ ๐บ๐๐บ๐๐บ๐บ ๐๐ ๐๐บ๐บ๐๐๐๐บ.

Yeroon ati keessa busy taatu qananiidha moo, miidhama siif taha..!?
Mee isin biratti akkamitti ilaaltu..?!
Mee isin biratti akkamitti ilaaltu..?!
๐ Yeroo Waan takka Dalagudhaaf Deemtu Dura Lubbuu Teetiin Mari.adhu Keyrii Taatu Dalag Hamtu Taatu Dhiis Nafsiyyaatee Lameenuu Nibeekti waan Ta.eef Jecha ๐http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
๐1