Forwarded from __Murad /// Usman
#Ni_beytaa
ulaagaan bareedina ilma namaa inni jalqabaa haalaa fi amala toluudha π₯
https://t.me/mur_us
ulaagaan bareedina ilma namaa inni jalqabaa haalaa fi amala toluudha π₯
https://t.me/mur_us
Telegram
__Murad /// Usman
Video lee gara garaa , nashidale harawa fii jechoota nama bohaarsaniifii barsiisoo tahan akkasumas seenaalee babbareedduu arkchuuf channel
π@Murad Usman π
ππππππππjoin gochuu
ajaja osoo hin taanee kabaja fii jaalalaan isin gaafanna
π@Murad Usman π
ππππππππjoin gochuu
ajaja osoo hin taanee kabaja fii jaalalaan isin gaafanna
Forwarded from Fana kessa bekaa αα α¨αα΅α₯ α αα Fana insider
Namonnii saudii kuwet fi kuatar demu barbadan si o si kan qabdanii fi kan hin qabne nu biraa ni argattu biyyoonnii kun gatii salphan isin ergina ejansii logo karaa imotin nu qunna 0911971572
Forwarded from β ππππ
ππ₯-πππππ π΅πΈ
Onneen Jaalala qofa miti
#Dagachuus ni danda'a!!
β
αα₯ αααα α₯α» α³ααα
#ααα³α΅α αα½αα!!
#Dagachuus ni danda'a!!
β
αα₯ αααα α₯α» α³ααα
#ααα³α΅α αα½αα!!
JOIN US: β―β― @seyfal_islaam β‘
Namni tokko Nabiyyii sallallaahu aleeyhi wasallam bira dhufee βyaa Ergamaa Rabbii hoggaan Rabbi kadhadhu akkam haa jaβu?β Jechuun gaafate.
Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam, βyaa Allaah naaf araarami, rahmata naaf godhi, balaa hundarra fayyaa na godhi, na razaqiβ qubbeen isaa walitti qabe abba guddoo malee, du'aa'iin afran tun duniyaa fii aakhiraa tee walitti siif qabdi.
Naaf araarami hoggaa jette cubbuu tee mara walβaanaa jirta.Rahmata naaf godhi hoggaa jette duniyaa aakhiraatti naaf rifadhuu natti tolchi jechaa jirta.
Aafiyaa na godhi hoggaa jette dhukkubaa fii balaa as deemtu hundarraa najaa na baasi jechaa jirta.
Na razaqi hoggaa jette hiree gaarii, qabeenya gaarii, jiruu gaarii naaf kenni jechaa jirta.
Rabbiin warra du'aa'ii kana akkaan jabeeffatuu irraa nuhaa godhu.
https://t.me/httpsMidega

Forwarded from Ψ£Ω
Ω
Ψ§ΪΎΨ± Hakima Abdi Yaa rabbi kiyya sodaa kee nu kenni
Gaafilee Ajaa'ibaa kan barumsa addaa qaban
1,,Maqaaleen Rasuulaa (S,, A,, W) Meeqa ?
1 shan=
Muhammad
Maahi
A'aqib
Haashir
Ahmad
2,,Suuraan Qur'aanaa tan
Ψ§ΩΨΩ Ψ― ΩΩΩ
Jettee geegaltu meeqa?
2 shan .1suratul fatiha
2 suratul faaxir
3 suratul sabai
4 suratul kahf
5 suratul an'ami
3,,Nabiyyoonni Ulul azmi jedhaman meeqa isaan eennu faadha?
3 .Shan isanis
1 Muhammad
2 Ibrahim
3 nuuh
4 musaa
5 issaa
4,,Wanti Rabbiin Harka isaatin uume waan meeqa? 4 Maal
faadha ?
4.1 Arshi
2 qalama
3 Adam
4 jannatin adin
5,,Mootummoonni Addunyaa guutuu bulchaa turan nama meeqa ?
6,,ilmaan Nabiyyallaahi Aadam lammn
Eentu Eennun Ajjeese
6 qaabiltu Habilin ajesee
7,,Namni dura Rasuulaan Assalamualaikum jedheen eennu ?
7.Abazar
8,,Abii zarrilgjfaarii maqaan isaa eennu ?
8.Judud ibnu
junadah Algafariyyi
9,,Kabajamaan Namaa rabbiin biratti nama akkami ?
9.Nama soda isaa qabu
10,, Baayyinni Nabiyyoota Qur'aana Keessatti waamamanii hangami ?
10.25

Rabbiin sin gatu! Ee dhugaadha, Rabbiin naman gatu. Atis nama isaan uumame waan taateef, amani Rabbiin kee sin gatuu. "Yaa Rabbii kiyya, ani hiree tiyya jaaladhe. Waan Ati siif taati jettee, anaaf qoodde jaaladhe. Yaa Rabbii kiyya, bal'ina dura rakkina natti dhufe, Gammachuu dura, gadda na mudates jaaladhe. Yaa gaarii kiyya Waan Ati anaaf filattetti niin gammada. Jaalala teetiifi, Dhiifama kee malee, humaa hin barbaadu. Yaa kan garaa laafu, garaa laafina kee saniin na jaaladhu. Yaa Rabbii kiyya waan dabreef yaadda'uu narraa qabi. Waan hundarraa gara jaalalaafi dhiifama keetitti na dhiheeysi. Namoota jaalatte sanirraa na taasisi" jettee kadhatte taanaan, Rabbiin kee sin gatu. Amani Rabbiin kee si jaalataa. Ati Rabbiin jaalatamnaan, milkiin sani. Rabbiin si haa milkeeysu.
httpsMidega
httpsMidega
Forwarded from HUDHUD ISLAMIC COLLEGE γProgram γ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Ψ§ΩΩΩΩ
ΩΩ Ψ΅ΩΩΩΩ ΩΨ³ΩΩ
ΩΨ¨Ψ§Ψ±Ω ΨΉΩΩΩ ο·Ί
β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
Forwarded from __Murad /// Usman (_____Murad /// Usman)
#Seequun_sunnaadha...
β Always smile and never be sad.
- Ψ₯Ψ¨ΨͺΨ³Ω Ω Ψ―Ψ§Ψ¦Ω Ψ§Ω ΩΨ₯ΩΨ§ΩΩ Ψ£Ω ΨͺΨΨ²ΩΩ....
Yeroo hundaa seeqadhu.... Adaraa kee akka hin gaddine...!
shareπ
https://t.me/mur_us
β Always smile and never be sad.
- Ψ₯Ψ¨ΨͺΨ³Ω Ω Ψ―Ψ§Ψ¦Ω Ψ§Ω ΩΨ₯ΩΨ§ΩΩ Ψ£Ω ΨͺΨΨ²ΩΩ....
Yeroo hundaa seeqadhu.... Adaraa kee akka hin gaddine...!
shareπ
https://t.me/mur_us
Telegram
__Murad /// Usman
Video lee gara garaa , nashidale harawa fii jechoota nama bohaarsaniifii barsiisoo tahan akkasumas seenaalee babbareedduu arkchuuf channel
π@Murad Usman π
ππππππππjoin gochuu
ajaja osoo hin taanee kabaja fii jaalalaan isin gaafanna
π@Murad Usman π
ππππππππjoin gochuu
ajaja osoo hin taanee kabaja fii jaalalaan isin gaafanna
Forwarded from muhammad kadiir
Raabbii yaada murada kee sif haa guuttu bakkaa yaadee gahii
ο·½
πͺ΅Irra fokkotaa fi badaan fageenyaa.....
πͺ΅Rabbirraa fagaachuudha ati osoo inni siin jedhuu....
"nuti hidda dhiiga isaarraa isatti kaluudha."
"πΩΩΨΩ Ψ§ΩΨ±Ψ¨ Ψ§ΩΫΩ Ω Ω ΨΨ¨Ω Ψ§ΩΩΨ±ΫΨ―"
πͺ΅Bakka jirtutti rabbii kee zakkari.
πͺ΅Aayatoota isaatiin gorfami.
πͺ΅is qulqulleessi.
πΏ Ψ³Ψ¨ΨΨ§Ω Ψ§ΩΩΩ.
πΏΨ§ΩΨΩΩ ΩΨ―Ω ΩΩΩΩ.
πΏΨ§ΩΩΩ Ψ£ΩΨ¨Ψ±.
πΏΨ£ΩΨ³ΩΨͺΩΨΊΩΩΩΨ±Ω Ψ§ΩΩΩΩ°Ω.
πΏΩΨ§ ΨΩΩ ΩΩΨ§ ΩΩΨ© Ψ§ΩΨ§ Ψ¨Ψ§ΩΩΩ

β€1
Forwarded from Amaanaa Dhalootaaπ₯°
Simalee guutuu tahuun kiyya hin jiru. Lubbuun lubbuu jaalatturraa fagaachuun hir'ina.
Bakka jirtutti Sitti haa tolu!
2:00 AM
Bakka jirtutti Sitti haa tolu!
2:00 AM
π1
Forwarded from HARIIROO JALAALA (Robsan Ali)
1Gafa nama tokko jalaattu isa male adunyaa kanarra wan namni hin jire siti fakkata
2 nama sanan yeroo hunda wal argu feta, 3bilbila nama sana gafa bilbiltu ykn sif bilbilamu gamachu addaatu siti dhagahama,
4 nyattus tesus katus wahema nama sana yadda,
5 wan gotuf ykn wan tatuf walaalta, jireenya gara fulduraa nama sana wajjin jiraattu of birati ilaala rafta, gutuma gututi bakka nama sanaa enyuun bufachu hin dandessu.

Har'a Qarshii 100 Badhee
Eegumsii akka na barbachiisuu Maliif Sammu koo nati himaπ
Eegumsii akka na barbachiisuu Maliif Sammu koo nati himaπ
"Nama si qabaachuu isaatti boonu, kan si dhabuu sodaatu, kan siif lolu, kan si kabaju, ka si kunuunsu barbaadi" π€
βοΈ
βοΈ
#oroict irraa.
#Icciitii Bilbila keessanii kan namni hedduun hin beekne!
#Odeeffannoo muraasa armaan gadii kana ilaala.
#Namni yoo isiniif Bilbilu βBilbilli kun tajaajila irra hin oolleβ akka jedhu yoo barbaaddan: *21*900# ykn
Lakkoofsa tokkicha keessaa dhiisuun lakkoofsa keessanitti deebisaa hidhaa[divert] fkn *21*091234567#
#Guutummaa Ergaa bilbila keessanii bilbila biraarratti hidhuuf[divert] gochuuf: *21*0912345678# 0912345678 lakkofsa irratti divert gootaniidha.
#21# divert irraa balleessuuf
*#21# odeeffannoo divert taβemoo hin taane jedhu argachuuf
#Bilbilli keessan yeroo Jaatanaawaa [Busy] taβe qofa bilbila biraatti hidhuuf [divert] gochuuf: *67*Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#
#67# irraa Haquuf
#Bilbilli keessan yoo isin kaasuu dhabdan qofa Bilbila biraatti hidhuuf [divert] gochuuf:
Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#
#61# irraa Haquuf
#Bilbilli keessan yoo isin Sarara Gahiinsaa [Network] ala jirtan qofa Bilbila biraatti hidhuuf[divert] gochuuf:
*62*Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#
#62# irraa Haquuf
#Osoo isin nama biraa wajjiin haasawutti jirtan namni biraa yoo isinii bilbile, Akka sararatti isin eegu koompuutarri akka itti himu [Call Waiting] tajaajilamuuf:
*43# Kakaasuuf[to activate]
#43# Irraa Haquuf
*#43# akka irra jiruuf hin jirre ilaaluuf

Forwarded from HEARTS FEELING
Sad Boys Cute Profile Picture
π @heart_beat_g π
π @heart_beat_g π
π β€ π¨οΈ βοΈ
ππππ πππππ πππππππ πππππ
π @heart_beat_g π
π @heart_beat_g π
π β€ π¨οΈ βοΈ
ππππ πππππ πππππππ πππππ