Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Allahumma inni as-aluka sommana fi salata kenya nurra qeebali, warra herrega fi azaba male jannata ke seenu irra nu taasisi, wa’e kenya nurra qeebali🌙💙.http://t.me/httpsMidega
Rabbiin haa fidu
Gurguddoo
Tan eessaa dhuftee
Hin beeyne iddoo http://t.me/httpsMidega
Namni Muslima Tahee Nan Beynee Jiraa Laata ?
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Ani eenyu? Na beytuu laata?

= Na keessa qur'anii buufame

= Ani keessuma amatarra yeroo tokko dhufu.

= Yeroon an dhufe muslimni gammada

= Yeroon an dhufee sheyxanni hidhama.

= Ana keessa sunnan akka fardiiti lalama

= Mindaa or ajirii kiyya rabbuma beeka

= Saddettan jannata naaf banama

= Hulaan azaba narra cufama

= Nama na jabeyseef hulaa takka jira

= Halkan caalchifama tokko na keessa jira amma an dhufuuf torbaan lama qofaatu naaf hafee dhufuttiin jiraa as deematin jira.

= Akkami na qeebalta? Ani eenyu? Ani eeenyu?

*Oboleewwan kiyyaa Batiin Ramadaanaa Nuu Birraa gahuuf Guyyaa 15 qofaatu nuuf hafee

Mee Nuu keessa nama hangamtu yaa Rabbii ittin naa gayii jedhee Du'aayii gochuuti jiraa? Dhugaan qeebaluuf Niyyaa Akkaami gochutii jiraa?

Mee of gafadha oboleewwan kiyyaa. Yaa Rabbii Nama Ramadaanaa Dhufaa jiruu kanaa Nama qaqqabee Niyyaa gariin qalbii, ijaan, guraan, qama hundaan nama soomanu nuu godhii Yaa Allaah*
http://t.me/httpsMidega
Yaa rabbi ramadaana baranaa kan gammachuu fi kan
yaada muraada keenya itti nuuf guutamtu nuuf godhi Yaa Allaah =~"
Assalaamu Alaykum warahmatullaahi wabarakaatuh
Assalaamu'aleeykum Warahmatullaahi wabarakatuhu
Insha'allaah maqoota Rabbii 99 hikka isaa waliin akka Asiin Gaditti Lalaatii Sammuutti Haffazaa Rabbif.echa/ Barakaallaahu Fikuum
★⇩★⇩★⇩★⇩★⇩★⇩★⇩
1⃣🔺★⇨Allaah⇦ jechuun goofta ibaadaa hunda haqa godhatu
2⃣🔺★⇨Arrahmaan⇦Jechuun duniyaarratti kan hundafuu rahmata godhu
3⃣🔺★⇨Arrahiim⇦jechuun akkuma duniyarratti karaa haqaatti isaan qajeelchee Akhirattis mu'umintoota qofaaf kan Rahmata godhu
4⃣🔺★⇨Al Afuwwu jechuun irra dabraa gabrichi tokko akka adabamuu qabu osoo beekuu kan dhiiseefii irraa darbuuf jechuudha
5⃣🔺★⇨Al ghafuuru ⇦jechuun Araaramaa kan badii namarratti osoo beekuu nama hin saaxilin
6⃣🔺★⇨Al ghaffaaru ⇦jechuun kan osoo gabrichii akkaan balleessuu inni ammoo akkaan Araaramuuf jechuudha
7⃣🔺★⇨Arra'uufu⇦ jechuun Abbaa Rahmata guddaa kan uumama isaa hundaaf Rahmata oolu
8⃣🔺★⇨Al haliimu⇦ jechuun Akkaan obsaa kan nama adabuutti hin ariifanne jechuudha
9⃣🔺★⇨Attawaabu⇦Jechuun dhiifama godhaa kan gabroottan isaa akka dhiifama isaa kadhatan taasisu
🔟🔺★⇨Assittiiru⇦jechuun haguugaa kan gabricha isaa hin saaxillee fi kan gabrichi isaa akka of hin saaxillee barbadu
1⃣1⃣🔺★⇨Al ghaniyyu⇦jechuun dureessa kan uumama isaatti tasuma hin dhimmamne
1⃣2⃣🔺★⇨Al kariimu⇦jechuun Arjaa kan kenni isaa hedduu Abbaa fedheef waan fedhe kadhaanis ta'e kadhaan maleetti kan kennu
1⃣3⃣🔺★⇨Al'akramu⇦ jechuun akkaan arjaa kennuu keessatti kan dikkaa ga'e
1⃣4⃣🔺★⇨Alwahhaabu⇦Jechuun irraa badhaasaa (qananiisaa dugda baasuun maleetti kan kennuufii sababaa malee kan arjoomu
1⃣5⃣🔺★⇨Aljawaadu⇦jechuun irraa arjaa kan kenni isaa baay'achuu keessatti hammna hin jedhamne
1⃣6⃣🔺★⇨Alwaduudu⇦Jechuun jaallatamaa kan gabroottan isaa gaggaarii jaallatee namas jaalachiise isaan gammachiisu
1⃣7⃣🔺★⇨Almu'uxii⇦Jechuun kennaa kan uumama isaa keessaa Abbaa fedheef waan fedhe kennu
1⃣8⃣🔺★⇨Alwaasi'u ⇦jechuun Abbaa bal'inaa kan guddinni isaa mootummaan isaatiifi Rahmatni isaa bal'aa ta'ee
1⃣9⃣🔺★⇨Almuhsinu⇦ jechuun tola oolaa kan ofii isaatii fi haalli isaa hundi guutuu fi gaarii ta'e
2⃣0⃣🔺★⇨Arraaziqu⇦jechuun kennaa Rizqii kan uumama hundaaf rizqii qoodee akka isaaniif malutti kennuf
2⃣1⃣🔺★⇨Arrazzaaqu⇦Jechuun akkaan hiraa kan osoo isaan itti balleessaniiwaa
n isaan barbachiisu kennuuf
2⃣2⃣🔺★⇨Allaxiifu⇦Jechuun hunda beekaa kan waan dhokataa hunda beekuu fi kan waa isaa jalaa hin dhokanne
2⃣3⃣🔺★⇨Alkhabiiru⇦Jechuun keessaa beekaa kan beekumsi isaa waa hunda marsee jiruu
2⃣4⃣🔺★⇨Alfattaahu⇦Jechuun kan banu / injifachiisu kan dilbii qabeenya isaa abbaa fedhee banee mootummaas ta'e qabeenya harka Abbaa fedhe kahuu
2⃣5⃣🔺★⇨Al'aliimu⇦jechuun irraa beekaa kan keessaa fi duuba waa hunda waan darbee fi waan sichi ykn refuu dhufu kan beeku
2⃣6⃣🔺★⇨Albarru⇦Jechuun akkaan tola oolaa qananiin isaa lakkoofsa hin qabnee fi kan wareegni isaa dhugaa ta'e
2⃣7⃣🔺★⇨Alhakiimu⇦jechuun beekaa murtii kan waan hundaa bakka isaaf maluu kahuu
2⃣8⃣🔺★⇨Al hakamu⇦Jechuun haqa murteessaa kan haqaan murteessuu fi akka namni ittiin murteeffatuuf jecha kitaaba haqaa buuse
2⃣9⃣🔺★⇨Ashaakiru⇦Jechuun galateeffataa nama isaa galatoomfatu kan faarsuu fi waan xiqqoo hojjetan kan namaa qeebalu
3⃣0⃣🔺★⇨Ashakuuru⇦Jechuun galateeffama kan hojji gabrichaa isaa baay'iseefi mindaa isaa dabaluuf
3⃣1⃣🔺★⇨Aljamiilu⇦jechuun miidhagaa innis maqaan isaatiifi haalli isaa bareedaa kan ta'e
3⃣2⃣🔺★⇨Almajiidu⇦Jechuun ulfaataa samii keessattis dachiirratti kan kabajamuuf ol ta'iinsi kan isaaf malu
3⃣3⃣🔺★⇨Alwaliyyu⇦jechuun jaalallee hunda kan dhimma gabricha isaa rawwateefi gargaaru
3⃣4⃣🔺★⇨Alhamiidu⇦Jechuun galatoomfatamaa kan maqaa isaatiinis ta'e haala isaa akkasumas hojii isaarratti galatoomfatama kan ta'e
3⃣5⃣🔺★⇨Almawlaa⇦Jechuun jaalallee /gargaaraa gooftaa mootii akkasumas kan gabroottan isaa gargaaru
3⃣6⃣🔺★⇨Annasiiru⇦jechuun tumsaa kan nama inni tumseef wantii mo'atu hin jirre
👍1
3⃣7⃣🔺★⇨Assamii'u⇦Jechuun dhaga'aa ykn dhagahaa icitiis ta'e sagaleen kamiyyuu kan isaa jalaa hin dhokanne
3⃣8⃣🔺★⇨Albasiiru⇦jechuun argaa kan argaan isaa waan hunda wal ga'ee fi waa tokkollee isaa jalaa dhokachuu hin dandeenye
3⃣9⃣🔺★⇨Ashahiidu⇦Jechuun hordofaa / Ragaa kan uumama isaa to'atuu fi tokkichummaa isaa akkasumas haqaan murteessuurratti kan ragaa ofii bahee warra itti amaneef ragaa bahuu
4⃣0⃣🔺★⇨Arraqiibu⇦jechuun hordofaa hundaa kan haala hunda gabrootaa kan to'atu
4⃣1⃣🔺★⇨Arrafiiqu⇦Jechuun gara laafaa suuta jechuu kan jaallatuu fi kan gabroottan isaatti laaffisuu jaallatu
4⃣2⃣🔺★⇨Al qariibu⇦Jechuun dhihoo hundaa arshii isaarra jiraachuu waajiin beekumsa isaatiifi dandeeytii isaatiin uumama isaatti dhihoo kan ta'e
4⃣3⃣🔺★⇨Al mujiibu⇦Jechuun owwaataa kan nama isa kadhateef kadhaa isaa dhagaheefii waan fedhii isaatii kennuuf
4⃣4⃣🔺★⇨Almuqiitu⇦Jechuun uumaa fi Raabsaa yeroo fi soorataa
4⃣5⃣🔺★⇨Al hasiibu⇦Jechuun akkaan herreegaa kan waan gabrootii isaa barbaadan guutee waan isaan duniyaatti hojjetan Aakhiraatti isaaniif kennu
4⃣6⃣🔺★⇨Al mu'uminu⇦Jechuun dhugoomsaa kan ergamtoota isaatii ragaa bahee dhugoomsuufi kan duniyaattis ta'e Aakhiraatti nagaa buusu
4⃣7⃣🔺★⇨Axxayyib http://t.me/httpsMidega
Allahumma inni dilii hin araaramne,
du'aaii hin qeebalamne,
wa'ii hin qeebalamne,
irraa sitti maganfanna
❤2
Midega Abdela pinned «Astagfrullaah wa,atuubu ileyihi. http://t.me/httpsMidega»
"Alhamdulillaah galanni kan daangaa hin qabne, akkasumas rabbiif galanni haa ta'u ifatti fi dhoksaatti.. Galanni kan Allahti, jaalala, galata, galata, fi beekumsa tola isaa fi beekamtii arjummaa isaa isa guddaa.. Galanni kan rabbiiti halkanii fi guyyaa, fi dhoksaattis kan rabbiiti. Alhamdulillaahi sababa malee fi sababa malee galanni kan rabbiiti kan darbeefi kan dhufu hundaaf galanni kan rabbiiti " http://t.me/httpsMidega
‏{رَبَّنَا وَلَا تُحَمِّلْنَا مَا لَا طَاقَةَ لَنَا بِهِ ۖ وَاعْفُ عَنَّا وَاغْفِرْ لَنَا وَارْحَمْنَا}http://t.me/httpsMidega
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Guyyaa tokko masjiida makkaa irraa Assalaamu'aleykum warahamatullaahi wabarakaatuhu jenna
Yaa rabbi mana kee nu ziyaarsiisi yeroo dhihootti waan gaarii nu dhageessisi. ♥️ http://t.me/httpsMidega
❤4
Du'aayii Bareedu
tana اللهم امین یارب العالمین🤲
Jedha mee hin tuffatini
🤲🤲YAA RABBI

👉Wanti sarara koo fi kee 'disconnect' gochuu barbaadu 'offline' Haa tahu.

👉Karaa fi karri kee yeroo hundaa nuuf 'Online' haa tahu.

👉Sif onneen keenya 'add story' utuu hin taane 'profile' dhugaa akka tahu nu gargaari.

👉 Wanta 'bio' keenya dadhabsuu barbaadu ati nuuf sirreessi

👉:Waan humna keenya caaletti humnakee 'tag' nuuf godhi!,

👉Waan hunda duukaa dachaanee fiiguu irra si qofa akka 'follow' goonu nu gargaari!,

👉Cubbuu Keenya 'Delete' nurraa godhi

👉dhugaa keenya isa dhokate 'public' tti baasii nuuf mul'isi!,

👉jibbaa laphee keenya keessaa balleessii, jaalala 'Post' godhi!,

👉Waan biyya lafaa kana mootummaakee caalchifnee 'like' gochuu nu eegi, nu baraaru

👉Diinota keenya 'block' nurraa godhi,

👉Waan qabnurraa 'share' akka waliif goonuuf garaa keenya nuuf laaffisi!,

👉Warra dukkana keessa jiran gara ifichaatti 'add' nuuf godhi!,

👉Karoora diinota keenyaa 'reject' nurraa godhii fashaleessi!,

👏yeroo hundumaa si wajjiin akka 'chat' goonu nu gargaari malee iddoo hin taane nu hin dhabin.

👉Sammuun keenya waan gaarii akka yaadu gaarummaaf qajeelummaa 'add' nuuf godhi.

👉Wanta ati nuuf gooteef 'comment' gaarii akka kenninu sammuu nuuf bani.

👉yeroo nu barbaaddu hundumaa 'connection' irraa nu hin dhabin!, online irratti nu eegi

👉Nu waliin jiraachuu kee fi sii wajjin jiraachuu keenya argii page kee irratti nu eegi

👉Du'aayii keenya kana 'accept' nuuf godhi!,

👉Dogoggora Du'aayii keenyaa atumti 'edit' nuuf godhi!,

👉Deebii Du'aayii keenyaas 'reply' nuuf godhi!,

👉Du'aayii kana isinimmoo amantiidhaan 'Confirm' godhaa (Ameen jedhaa)!

Via Hussein Abatemam Abadiko Ethiopiahttp://t.me/httpsMidega
Akkasumas halkan har’aa kana Rabbiin nuuf haa kennu, hundi keenya waan taheef nuti barbaannu fi imimmaan galataatiin Rabbiif sujuuda goona.
Ramadaana halkan 11ffaa du'aa'ii heddummeessaa
Yaa Allah yoon dilii dalage kan gammachuu fi du'aa'iin tiyya qeebalamuu dhoorkite naaf araarami yaa Allah dilii hunda irraa na qulqulleessi haala amma keessa jiru miti kan ati na jaalattu. Yaa Allah humna keetu laafina kiyyarra cimaadha, yaaddoo kiyyarra rahmata keetu naaf bal'ata, karaa kiyya naaf ibsi onnee kiyyas naaf jabeessi, yaa Allah dhimma kiyya hunda sirratti godhadhe, si abdadhe, ati nan gattu. الله الله الله الله http://t.me/httpsMidega
Talk to Allah, cry to Allah, pray to Allah. Allah hears you, Allah loves you.❤️ http://t.me/httpsMidega
اللهم ارحمنا برحمتك ياالله يارب العالمين 🤲🩵
🌸Rahmata Rabbii keenyaa.xiinxallaa🌹😍


💐Qur'aana irraa harfii takka(1) Namni qara'e ajrii 10 argata😍alif:laam:miim..kan jedhe soddoma(30) argata....yaa subhaanallaah🫀🌸🥹

🌺Qul huwallaahu.ahad...Namni Qara'e...Qur'aana irraa..1/3 akka waan qara'eetti lakkaa'amaaf💐

🏆Nama Rabbiin yaadatu...:innis ni yaadataan....🎁
🏆karaa Rabbiitirratti...Du'uu fi Ajjeesuu irra..zikritu caala...
🏆Wudu'a bareechee Namni godhate...Badiin isaa ni araaramaaf...
.........1 fuula yoo dhiqatu wanti ijaan laalte siif dhiifama...
.........2 yeroo harkaas kan harkaan hojjate
.........3 yeroo lukaas....kan gara badiitti ittiin deeme ni dhiifamaaf...
🏆 salaanni sunna...subhii..raka'aan lamaan...waan dunyaa kana irra jiru..guutuu caalti...💎yaa subhaanallaah🥹😍
🏆 Namni nama soomu faxxarsiise...kan namni soomu argatu argata💧🕊badhaadhina ajaa'ibaati wallaahi🕊😍

GARUU...!!!!

Meeqa keenyatu itti fayyadamaa jira😰🥺..yaa obboleewwan koo..Adaraa of haa too'annuu😔...

🌺Inshaa'allaah..Rabbiin Nu Hundaa..warra kheyrii dalagatee milkaa'u nu haa taasisu.☀️✨🤲🤲
Kheyrii tana share..Godhaa irraa..fayyadamaa...kheyrii tana..yoo namni tokko sababa keessaniin..fayyadame......hanga guyyaa qiyyaamaatti...ajrii qooddattu Inshaa'allaah✊🌺🌺🌺🌺

By🕊...k

Share🌹🌷💐🌺🌸🌼👇👇

http://t.me/httpsMidega
Rabbiin kheenya nurraa hin tursiisu
•Akkuma Nabi Yusuf(A.S)irraa Turin sanitti...
•Akkuma Nabi Yaaqub(A.S) hin irranfatunitti...
•Akkuma Nabi Yunus(A.S)tti garaa Jabaatinitti...

Nurraahis hin tursiisu Nurraahis hin tursiisin🤲
⇣⇣
http://t.me/httpsMidega
Halkan 14ffaa

Yaa Rabbi akka gubbaa kheenya bareechitetti kheessa kheenyallee nuuf bareechi 🌙🤲

#Allaahu_Yaa_Jamiil 🌷