Yeroo keessi kee qulqulluu taate
Bakka hin beekne irraa Rabbiin ifa siif kenna.
Namoonni bakka ati hin beekne irraa si jaallatu, .
Namni sitti haajomuu fi si barbaadu bakka ati hin beekne irraa sitti dhufa.
https://t.me/httpsMidega
Bakka hin beekne irraa Rabbiin ifa siif kenna.
Namoonni bakka ati hin beekne irraa si jaallatu, .
Namni sitti haajomuu fi si barbaadu bakka ati hin beekne irraa sitti dhufa.
https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
❤2
Allahumma,ani ofi fi maati koo hundda sitti amana,yaa Allah onne keenya tokkomsi waan nu giddu jiru sirressi karaa nagaa irratti nu qajeelchi,yaa Allah,hidhaa keenya,jaalala,waliigaltee keenya nuuf guddisi,yaa
|Allah.kan amanamummaan isaa hin badne.https://t.me/httpsMidega
|Allah.kan amanamummaan isaa hin badne.https://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Yaa Rabbi Ramadaana qeebalamee, maatii fi jaalalaan marfamee gaaddisa araaramaa fi araarama kKeetiinnu gahi. =“
❤3
۞- Sagantaalee televijiinaa hedduu ramadaana keessa dhihaattu ramadaana booda yuutuubii fii kan kana fakkaatan irraa argattee laaluu ni dandeeysa. Sekondiilee ji'a kanaa hin balleeysin hin hadiyyeeysin. Hojii caaltuu dura kan irra caaltu booji'adhu. Saahibni ijoo fii guddaan kee qur'aana haa ta'uu. Isa qara'uu heddummeeysi. Hiikkaa isaa beekuu fii keessa gad lallaaluu yoo dandeeyse itti dabalataa.»ღ
Telegram
Shaafii Muhammad Channel
Tafsiira dabalatee darsii Ustaaz Shaafii hunda asirraa arkattan.
Amata guutuu Nama feene tahuu dandeenya garuu Baatii Ramadaana Namoottan Jibril fii ergamaan rabbii ﷺ abaaranirraa akka taane of haa eeynu!.🖤🖇
http://t.me/httpsMidega
http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
❤1
Halkan 2ffaa
Yaadota, hojitti hin deebi'in, hamileewwan itti hin gahamin, Hawwiilee hin dhugoomin cufa Rabbiin Ramadaana kana keessa nuuf haa guutu 🌙🤲
Allaahu yaa Qaadir 🌷http://t.me/httpsMidega

Galanni isaaf haa tahu....
Isa Dilii teenya hunda nuuf dhoysee mataa ol qabannee nama kheessa Akka deemnu nu godheef!.🖤🥀
http://t.me/httpsMidega
Isa Dilii teenya hunda nuuf dhoysee mataa ol qabannee nama kheessa Akka deemnu nu godheef!.🖤🥀
http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
༺࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚༻
~Obboleessa koo obboleettii too
༄Wanti karoorfatte fiixa siif haa bahu
༄Kan ati yaadde hundis galma siif haga'u
༄Rakkoof rakkisaan jiruu tee keessaa haa bahu
༄Wanti amba dhibde sin dhibin
༄Miilli kaayyoo kee daandii milkaa'inaa irraa hin dabin
༄Khaaliqaaf khalqii biratti mi'aawi
༄Ardiif samittis urgaawi
༄dhukkkuba hundarraas Fayyaatahi
༄Waan sodaattu hunda najaa bahi!
Aamiin....
..... http://t.me/httpsMidega

👉 Nyaata arrabaan dhandhamanii ilaaluun,liqimsuu dhabnaan…sooma namaa hin ballleessuu beekaa…!!http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
👉 Nyaata arrabaan dhandhamanii ilaaluun,liqimsuu dhabnaan…sooma namaa hin ballleessuu beekaa…!! http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
"Wallaahi! Odoo Warra Qabriitin Hawwaa Je'aniin; Silaa Guyyuma Tokko Ji'a Ramadaanaatirraa Hawwanii" Je'e Ibnul Jowziin رحمه اللهhttp://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
✨️#Day_of_Ramadan3🌙
Allhamdulillah Asgeenye
_
Rabbiin Soomana Keenya Ka Somanne nurraa Haa qeebalu 🤲🤲🤲
http://t.me/httpsMidega
Allhamdulillah Asgeenye
_
Rabbiin Soomana Keenya Ka Somanne nurraa Haa qeebalu 🤲🤲🤲
http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Akkasuma warra du'aaii isaanii dhagahee du'aaii isaanii irraa qeebalamtee keessaa tokko
nu ha godhu Yaa rabbi ..
nu ha godhu Yaa rabbi ..
❤1
Amma balballi jannataa banameera.. Yaa rabbi ummata isaa irraa nu taasisi..!
Allahumma ya'muqallibal Qulub Sabbit Qulubana' Ala diinik, ya'musarrifal qulubi sarrif quluubanaa Alaa xaa’atika 🤲 http://t.me/httpsMidega
Telegram
Midega Abdela
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Rabbii kankee yoo dagattee jiraatte yaadadhu....
*_﴿ وَاذْكُر ربّكَ إِذَا نَسِيتَ ﴾؛*
(Du'aa'ii baay'ee fayyadduudha haffazaa irraa fayyadamaa👇)
Subhaanallaah...
*- سُبحان الله.*🌱
Alhamdulillaah
*- الحمدلله.*🌱
Allaahu Akbar
*- الله أكبّر.*🌱
Astegfirullaah
*- أستغفرالله.*🌱
Laa ilaaha illallaahu
*- لا اله الا الله.*🌱
laa howla walaa quwwata Illaa billaah..
*- لاحول ولا قوة الا بالله.*🌱
Subhaanallaah Wabihamdihii
*- سُبحان الله وبحمده.*🌱
Subhaanallaahil Aziim
*- سُبحان الله العظيم.*🌱
laa ilaaha Illaa anta subhaanaka innii kuntu minazzaalimiin
*- لا اله الا انت سُبحانك ربي اني كنت من الظالمين.*🌱
Hasbiyallaahu laa ilaaha Illaa huwa, aleyhi tawakkaltu, wahuwa Rabbul arshil aziim
*- حسبي الله لا اله الا هو عليه توكلت وهو رب العرش العظيمّ.*🌱
Allaahumma innaa nas'aluka husnalkaatumaa
*- اللهّم نسالك حسن الخاتمة.*🌱
Allaahumma salli wasallim alaa nabiyyinaa Muhammad (Sallallaahu aleyhi wasallam)
*- اللهّم صل وسلم على نبينا محمد صلى الله عليه و سلم.*🌱
Allaahumma sabbit qalbii alaa diinika...
*- اللهّم ثبت قلبي على دينك.*🌱
Allaahumma-rham man sabaquunaa ileyk....
*- اللهّم ارحم من سبقونا إليك.*🌱
Allaahumma alhimna shahaadatan indalmowt....
*- اللهّم ألهمنا الشهادة عند الموتُ.*🌱
Allaahumma ajirnii mina-nnaar...
*- اللهّم أجرني من النار.*🌱
Allaahumma innii asalukal hudaa; wattuqaa; Wal afaafa; wal ginaa....
*- الله اني أسألك الهدى و التقى و العفاف و الغنى.* http://t.me/httpsMidega

🥰1