༺࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚࿙࿚༻
~Obboleessa koo obboleettii too
༄Wanti karoorfatte fiixa siif haa bahu
༄Kan ati yaadde hundis galma siif haga'u
༄Rakkoof rakkisaan jiruu tee keessaa haa bahu
༄Wanti amba dhibde sin dhibin
༄Miilli kaayyoo kee daandii milkaa'inaa irraa hin dabin
༄Khaaliqaaf khalqii biratti mi'aawi
༄Ardiif samittis urgaawi
༄dhukkkuba hundarraas Fayyaatahi
༄Waan sodaattu hunda najaa bahi!
Aamiin....
.....

Safaraa kenyaa durbaa bareedu argura mila bakar ware badee argu salphata😁
Intalii Onneeko Si bira Nan Jette Kottu Fudhadhu Ani Mi'aa Nama Hin barbaduti 😁
6ffaa fi 7ffaan
Deebii
6ffaa…Raka’aa 1 keessaa, Rukuu’a meeqa fi sujuuda meeqa qabnaadha?
Rukuu’a 1 +fi Sujuuda2 walitti edaana…
Rukuu’a tokko keessa tasbiiha 3,+Sujuuda 2n keessa 6=9
Raka’aa meeqa qabna jenne ?17
9*7= 153
7ffaa____? Yaala

Forwarded from __Murad /// Usman
Gochii gadii jettee olaantummaa itti argattu sujuuda Rabbiif godhamu qofadha.
Rabbiif gadii jechun oljechuudha.
Halkan gaarii!
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
https://t.me/mur_us
Rabbiif gadii jechun oljechuudha.
Halkan gaarii!
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
https://t.me/mur_us
Forwarded from Fana kessa bekaa ፋና የውስጥ አዋቂ Fana insider
Namonnii saudii kuwet fi kuatar demu barbadan si o si kan qabdanii fi kan hin qabne nu biraa ni argattu biyyoonnii kun gatii salphan isin ergina ejansii logo karaa imotin nu qunna 0911971572
Forwarded from ✎ 𝐒𝐄𝐘𝐅𝐀𝐥-𝐈𝐒𝐋𝐀𝐌 🇵🇸
Onneen Jaalala qofa miti
#Dagachuus ni danda'a!!
◇
ልብ ማፍቀር ብቻ ሳይሆን
#መርሳትም ይችላል!!
#Dagachuus ni danda'a!!
◇
ልብ ማፍቀር ብቻ ሳይሆን
#መርሳትም ይችላል!!
JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
Namni tokko Nabiyyii sallallaahu aleeyhi wasallam bira dhufee “yaa Ergamaa Rabbii hoggaan Rabbi kadhadhu akkam haa ja’u?” Jechuun gaafate.
Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam, “yaa Allaah naaf araarami, rahmata naaf godhi, balaa hundarra fayyaa na godhi, na razaqi” qubbeen isaa walitti qabe abba guddoo malee, du'aa'iin afran tun duniyaa fii aakhiraa tee walitti siif qabdi.
Naaf araarami hoggaa jette cubbuu tee mara wal’aanaa jirta.Rahmata naaf godhi hoggaa jette duniyaa aakhiraatti naaf rifadhuu natti tolchi jechaa jirta.
Aafiyaa na godhi hoggaa jette dhukkubaa fii balaa as deemtu hundarraa najaa na baasi jechaa jirta.
Na razaqi hoggaa jette hiree gaarii, qabeenya gaarii, jiruu gaarii naaf kenni jechaa jirta.
Rabbiin warra du'aa'ii kana akkaan jabeeffatuu irraa nuhaa godhu.
https://t.me/httpsMidega

Forwarded from أم ماھر Hakima Abdi Yaa rabbi kiyya sodaa kee nu kenni
Gaafilee Ajaa'ibaa kan barumsa addaa qaban
1,,Maqaaleen Rasuulaa (S,, A,, W) Meeqa ?
1 shan=
Muhammad
Maahi
A'aqib
Haashir
Ahmad
2,,Suuraan Qur'aanaa tan
الحمد لله
Jettee geegaltu meeqa?
2 shan .1suratul fatiha
2 suratul faaxir
3 suratul sabai
4 suratul kahf
5 suratul an'ami
3,,Nabiyyoonni Ulul azmi jedhaman meeqa isaan eennu faadha?
3 .Shan isanis
1 Muhammad
2 Ibrahim
3 nuuh
4 musaa
5 issaa
4,,Wanti Rabbiin Harka isaatin uume waan meeqa? 4 Maal
faadha ?
4.1 Arshi
2 qalama
3 Adam
4 jannatin adin
5,,Mootummoonni Addunyaa guutuu bulchaa turan nama meeqa ?
6,,ilmaan Nabiyyallaahi Aadam lammn
Eentu Eennun Ajjeese
6 qaabiltu Habilin ajesee
7,,Namni dura Rasuulaan Assalamualaikum jedheen eennu ?
7.Abazar
8,,Abii zarrilgjfaarii maqaan isaa eennu ?
8.Judud ibnu
junadah Algafariyyi
9,,Kabajamaan Namaa rabbiin biratti nama akkami ?
9.Nama soda isaa qabu
10,, Baayyinni Nabiyyoota Qur'aana Keessatti waamamanii hangami ?
10.25

Rabbiin sin gatu! Ee dhugaadha, Rabbiin naman gatu. Atis nama isaan uumame waan taateef, amani Rabbiin kee sin gatuu. "Yaa Rabbii kiyya, ani hiree tiyya jaaladhe. Waan Ati siif taati jettee, anaaf qoodde jaaladhe. Yaa Rabbii kiyya, bal'ina dura rakkina natti dhufe, Gammachuu dura, gadda na mudates jaaladhe. Yaa gaarii kiyya Waan Ati anaaf filattetti niin gammada. Jaalala teetiifi, Dhiifama kee malee, humaa hin barbaadu. Yaa kan garaa laafu, garaa laafina kee saniin na jaaladhu. Yaa Rabbii kiyya waan dabreef yaadda'uu narraa qabi. Waan hundarraa gara jaalalaafi dhiifama keetitti na dhiheeysi. Namoota jaalatte sanirraa na taasisi" jettee kadhatte taanaan, Rabbiin kee sin gatu. Amani Rabbiin kee si jaalataa. Ati Rabbiin jaalatamnaan, milkiin sani. Rabbiin si haa milkeeysu.
httpsMidega
httpsMidega
Forwarded from HUDHUD ISLAMIC COLLEGE 《Program 》
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
اللهمَّ صَلِّ وسلم وبارك عليه ﷺ
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Forwarded from __Murad /// Usman (_____Murad /// Usman)
#Seequun_sunnaadha...
✍ Always smile and never be sad.
- إبتسمِ دائماً وإياكِ أن تحزنِ....
Yeroo hundaa seeqadhu.... Adaraa kee akka hin gaddine...!
share👇
https://t.me/mur_us
✍ Always smile and never be sad.
- إبتسمِ دائماً وإياكِ أن تحزنِ....
Yeroo hundaa seeqadhu.... Adaraa kee akka hin gaddine...!
share👇
https://t.me/mur_us
Telegram
__Murad /// Usman
Video lee gara garaa , nashidale harawa fii jechoota nama bohaarsaniifii barsiisoo tahan akkasumas seenaalee babbareedduu arkchuuf channel
👉@Murad Usman 👈
👆👆👆👆👆👆👆👆join gochuu
ajaja osoo hin taanee kabaja fii jaalalaan isin gaafanna
👉@Murad Usman 👈
👆👆👆👆👆👆👆👆join gochuu
ajaja osoo hin taanee kabaja fii jaalalaan isin gaafanna
Forwarded from muhammad kadiir
Raabbii yaada murada kee sif haa guuttu bakkaa yaadee gahii
﷽
🪵Irra fokkotaa fi badaan fageenyaa.....
🪵Rabbirraa fagaachuudha ati osoo inni siin jedhuu....
"nuti hidda dhiiga isaarraa isatti kaluudha."
"👌ونحن اقرب الیه من حبل الورید"
🪵Bakka jirtutti rabbii kee zakkari.
🪵Aayatoota isaatiin gorfami.
🪵is qulqulleessi.
📿 سبحان الله.
📿الحَمْدُ ِلله.
📿الله أكبر.
📿أَسْتَغْفِرُ اللّٰه.
📿لا حول ولا قوة الا بالله

❤1
Forwarded from Amaanaa Dhalootaa🥰
Simalee guutuu tahuun kiyya hin jiru. Lubbuun lubbuu jaalatturraa fagaachuun hir'ina.
Bakka jirtutti Sitti haa tolu!
2:00 AM
Bakka jirtutti Sitti haa tolu!
2:00 AM
👍1