Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Kan #Like👍 siif godhe hundaan na Jaalata yeroo jatte, #Comment Kan siif godhe immoo ulfa si ba'achiise🤰jira jechuudhaka.😄 https://t.me/httpsMidega
#Kophummaa Kophummaan kan sitti dhagahamu kophaa kee jirachu qofa mitii ✍️Osoo namoota kumaataman lakkawamanin marfamtee Teessu Osoo maati fi biyya kee kessa danbalaatu osoo hiriyaa fi jaarti tantee waliin teessuu kophaa jirachu dandessa ✍️kophummaan nama yaadaa fi hamilee kee hubatu nama gubbaa kee ilaalee kessa kee Dubisuu nama siif quuqamuu of bira dhabuu irra madda 🌺🌺 https://t.me/httpsMidega
❤2
Wanni gama jalaatiin garaa kee keessaa bahu akka ajaa'u namuu ni beeka. Please wanni afaan kee keessaa bahu akka hin ajooyne of eeggadhu 😃🌸

#Of_eeggadhu
https://t.me/httpsMidega
Guyyaan akkaan bareedaa guyyaa waan Rabbiin khee sirraa jaalatu hojjachaa oolte.

Yaa Rabbi narraa qeebali 🤲https://t.me/httpsMidega
Namni jireenya isaa keessatti akka gammadaa ta'uuf "Nama isa hubatu qabaachuu qaba" kanaafuu nama isin hubatu Rabbi isinii haa kennu 🤲

#Aaamiinhttps://t.me/httpsMidega
Adeeroo dubartii amanamummaa hin qabne osoo leeylii dhaabbataa bultee, osoo guyyuu soomanaa ooltee itti hin dhiyaatin, biraa fagaadhu.


Km 1000 fagaadhu man 👊
#fagaadhu
https://t.me/httpsMidega
بسم الله الرحمٰن الرحيم ✨
✍ Yoo sii bariituu fi sii dhiitullee......
👌Osoo nama tokkoon walitti hin bu'in bariifadhuu dhiisifadhu.
👌Osoo nama tokkootti hamatuu hin yaadin bariifadhuu dhiisifadhu...
✍Guyyaa waan qoma kee keessa jiruu mul'isuuf deemutu jiraa rabbiin waan qomq kee keessatti qabattu....tolfadhu..,laalladhu...
اذكروا الله!
✍️ Guyyaa takkaafis taatu, gatii Zikrii godhuun qabu imagine gootee beektaa?

Altakka qofa “Alhamdulillaah” jechuu kee qofaan, miizaanni kee toltuudhaan guutama. Dubbii tana Rasuulatu jedhee beeki (Sallallaahu aleyhi wasallam):
«والحمدلله تملأ الميزان »
« Alhamdulillaahiin miizaana guutti »
👉🏼 Kan yeroo takka qofa Alhamdulillaah jechuun Miizaana siif guuttu, osoo halkanii fi guyyaa kankee Zikriidhaan guuttee galmeen tee akka guuttu beeki obboleessoo..!!

Kanaan alatti kan keessi kee tasgabbii fi boqonnaa argachuudhaa waan haasahamee dhumaa miti..!!

Rabbiin nuuf haa laaffisu👇🏻
Forwarded from Dhaamsa Nabi Muhammadﷺ
Waan ofii keetii jaalattu obboleessa keetiinis jaaladhu jedhan ergamaan rabbii ﷺ❤
👍1
Nagaaf Rahamanni Ergamaa Rabbii Nabi Muhammed irra
haa
jiraatu ﷺ ‎
https://t.me/httpsMidega
🌜Qilleensa Ramadaana🌜🎈🌛 yaa Allah ittiin nu gahi kaa🌛

Nama hunda milkii isa keessaa argatus nu godhi🤲🤲🫸 https://t.me/httpsMidega
.

Ilaahiii badiin koo onnee koo na miite 💔

Yaa rabbb rahmata keen barbaada!!😢 .....Rahmata keetiin na tiksi!!
Har'i guyyaa jum'aati guyyaa kabajamaa.....sayyida guyyootaa.....
❤️SALAWAATA HEDDUMMEESSUUN GALMEE KEESSAN KAN HAR'AA BAREEFFADHAA!!
اللهم صل وسلم وبارك علی محمد وعلی آله وصحبه وسلم تسلیم کثيرا❤️❤️❤️
❤2
Dureessa mataa isaaf jiraatu irra
Hiyyeessa saba isaaf jiraatu wayya https://t.me/httpsMidega
👍1
Waan gaarii ati hojjattu duuba
namni fayyadamu hedduu jira.🥰https://t.me/httpsMidega
👍3
Yaa Rabbii keenya duniyattis gaarii nuu kenni, Aakhirattis gaarii nuukenni, Azaaba ibiddaa jalaa nagaya nubaas🤲 Yaa Allaah Yaa Rabbii.🤲🤲🤲 https://t.me/httpsMidega
Isin hubattanii...!?
Miidhaa teeknoloojii
Tiktokiirra gala
Namuu dhiisee hojii.https://t.me/httpsMidega
Yeroo keessi kee qulqulluu taate
Bakka hin beekne irraa Rabbiin ifa siif kenna.
Namoonni bakka ati hin beekne irraa si jaallatu, .
Namni sitti haajomuu fi si barbaadu bakka ati hin beekne irraa sitti dhufa.
https://t.me/httpsMidega
❤2
Allahumma,ani ofi fi maati koo hundda sitti amana,yaa Allah onne keenya tokkomsi waan nu giddu jiru sirressi karaa nagaa irratti nu qajeelchi,yaa Allah,hidhaa keenya,jaalala,waliigaltee keenya nuuf guddisi,yaa
|Allah.kan amanamummaan isaa hin badne.https://t.me/httpsMidega