Midega Abdela
189 subscribers
69 photos
28 videos
118 links
Allahmdulillah Jaliiliin Maltu dhibaa
Download Telegram
Nagaatti xoophiyaa! ๐Ÿฅต๐Ÿ˜“
๐Ÿ‘1
Waggaa kudha shaan (15) gutuu osoo ijollee hin argane yoo Turte-Arsenal
ODUU GAMACHISAA GAREE AHAD MEDIA
Allaahumma rahmataka arjuu falaa takilnii ilaa nafsii xarfata ayn, waslih lii shaโ€™anii kullahu, laa ilaah illaa anta.๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

https://t.me/httpsMidega
Calculation akka addunyatti haalaan ulfaata tahe NI'IMA RABBII LAKKAAWUUDHA!.๐Ÿ–ค๐Ÿฅ€

ALHAMDULILLAAH โค๏ธโ€๐Ÿฉน
https://t.me/httpsMidega
Yaa Rabbi akkuma ala kiyya bareechite keessa kiyyas bareechi
ุฃู„ู‡ู… ุฃุญุณู† ุฎู„ู‚ูŠ ูƒู…ุง ุฃุญุณู†ุช ุฎู„ู‚ูŠ
Yoon dogoggore na sirreessaa
๐ŸŒธ๐Ÿซ€Boqonnaa keessoo๐Ÿฅฐ๐Ÿ˜....


Yaaddoon keessa kee jiru...akka siif bahuโ˜€๏ธyoo barbaadde...Rabbii kee yaadachuu๐Ÿค”Istighfaaraa fi...QUR'AANA Qara'uu hamma dandeetten๐ŸŒธQalbii kee SIIF Fayyisa๐Ÿ’ฏIimaana kee...siif CIMSA๐Ÿซ€Rabbii kee GABBARUU IRRATTI Si yaachisa๐Ÿ˜GARA Rabbii kees si DHIHEESSA....๐Ÿฅ€

๐Ÿƒ...takkaammoo Rabbii keetti dhihaatte jechuun WAAN โ„Ž๐‘ข๐‘›๐‘‘๐‘Ž ๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘”๐‘Ž๐‘ก๐‘ก๐‘’ ๐‘—๐‘’๐‘โ„Ž๐‘ข๐‘ข๐‘‘โ„Ž๐‘Žโœ…Du'aahii kees siif QEEBALA๐ŸŒบBAKKA แด€แด›ษช สœษชษด สแด€แด€ษดษดแด‡แด‡ sษช..ส€แด€แดขแดขแด€วซแด€๐Ÿ’ฏ แดŠษชส€แด‡แด‡ษดสแด€ แด‹แด‡แด‡...ษชsแด€...แด…สœแดœแด‹แด‹แดœส™แด€ วซแด€สŸส™ษชษชแด›ษชษด ษขแดœแดœแด›แด‡....gฮฑะผะผฮฑยขะฝฯ…ั‚ั‚ฮน ...ั•ฮนฮนf แดŠษชแดŠแดŠษชษชส€แด€๐Ÿ˜..ษชษดแดœแดแด€สสแดœแดœ jireenya ๐š”๐šŽ๐šŽ ๐š”๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šœ๐šŠ๐š๐š๐š’ ๐š ๐šŠ๐šŠ๐š— ๐šœ๐š’ ๐š๐šŠ๐šข๐šข๐šŠ๐š๐šž..sif taasisa....yeroo hundumaa yoo ta'e....Rabbii kee...แดกแด€สŸษชษชษด แด›แด€'แดœแดœา“ สแด€แด€สŸษช...RAHMAAN SI WALIIN TA'AATII๐Ÿ’ฏ

Itti fayyadamaa.... keessi keessan nagaa argata....Inshaa'allah๐Ÿซ€

Waan dubbistaniif JAZAAKALLAAHU KHEYR....SININ JAALLADHA OBBOLOOTA KOO๐Ÿ˜


Yoo dubbistan KANAAFIS
๐Ÿ‘1
Rasuulli ๏ทบ ยซNamni tokko yeroo gara salaataa ka'e diliin isaa hundi fidamteeti gateetii isaa irra kaa'amti. Yeroo inni rukuu'aa fii sujuuda godhu hunda isarraa gad bubuuti.ยป jedhan

Sallallaahu aleeyhi wasallam
Sallallaahu aleeyhi wasallam
Sallallaahu aleeyhi wasallam
Maalumaaf jarjarsitu?!

โœ๏ธ Salaata keessatti wayta ariifattu waan tokko qofa yaadadhu...!! ๐Ÿ‘‡

wanti ati dhaqqabuu barbaadduu fi wanti ati na jala dabrinnaa laata?!  jettee sodaattu hunduu... harka isaa ati fuuldura isaa dhaabattee salaataa jirtuu akka jiru....!! ๐Ÿค”