Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from  أحبك يا رسول الله  (Hanaadi Mohammed)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Rabbin bikkan sihaa gahu 🥰😘❤️mashaa allah aleeyka habibi
Forwarded from Deleted Account
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from Anas mohammed☞Official
😍Hamtuun isin hin arkin.
😍Qoreen isin hin waraanin.
😍Gufuun isin hin gufachiisin.
😍Nagayaan bobbahaa galaa.
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
ALLAAHAAN bakka jirtaniti issiin ha eguu jallowwaan khiyya nagayan bobbahaa na galaa
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Join godha channal Anas mohammed
👇👇👇
@hbbi11
@hbbi11
@hbbi11
Forwarded from SALAH MOHAMMED
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nashiida gize jattu haalan das najatti isin afeeren
👇👇👇
@OfficialSalah
@OfficialSalah
JABAAFHU HOJJADHU
NEW NASHEED COMIND SOON
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙🌙
Raamadaana as deemu
⭐️⭐️⭐️⭐️🌟⭐️⭐️⭐️⭐️
Soomuuf gaafa geessu
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Galatan dagatin

Rabbiikeef dhiyeessuu
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Gaafa soomtee furtu
🍒🍓🍇🍉🍊🍐🍎🍏🍇
Waan qabdu Nyadhuu
🍆🥒🌽🥜🥕🍒🍈🍅🍇
Rakkataa ollaakee
🙍‍♂🙍🙍‍♂🙍🙍‍♂🙍🙍‍♂🙍🙍‍♂
If cinatti yaadadhu
💆‍♂💆💆‍♂💆💆‍♂💆💆‍♂💆💆‍♂

👇👇👇👇👇👇
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍﷺ
اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍﷺ
اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍﷺ
☆Join☆
✯┄┅┅✿❀♥️❀✿┅┅┄✯

#Join 👇👌 godhun nu hordofa jzkeyran 💐

@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Warri Qalbiin isaanii hin goggogin(hin gogin) cufamuun Masjiidaa isaan gaddisiisee akkasitti boohaa jiran.
Qe'ee Rabbii irraa fagaachuutu akkasitti isaan boochisa.
""Zamana guyyaan Jum'aa Jum'aa ta'uun dagatamu keessa waan seenne natti fakkaata. Rabbiin haala amma itti jirru kana ilaalee daran nutti dallanee lafarraa akka nun balleessineen sodaadha jechuun Aalimni kun akkasitti boo'an. Subhaanallah!
yaa rabbi dhukkuba kana nurraa deebisii nus gara Masjiidaa nu deebisi!