Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
๐ŸŽงAS WR WB ๐ŸŽง

jallowa khiya #neshida dargaggoon magaala hirna issiniif qopheysan #track ใ€Š4ใ€‹ #neshida mata dureen issiii๐Ÿ‘‡

1 AN MUSLIMA๐ŸŽ™
2 YATIIM ๐ŸŽถ
3 YA MAMATOO๐ŸŽต
4 RAMAADANA ๐Ÿ‡

๐ŸŽคNAAF AFEERAMA๐ŸŽค
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from ๐—ฅ๐—จ๐—ง๐—˜ ๐—–๐—น๐—ผ๐˜๐—ต๐—ถ๐—ป๐—ด 2 (ยฅdnk ยฎ Kachu) via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐ŸŒ˜Ramadaanni Seenuufi ..... ๐ŸŒ˜ ๐ŸŒบ Ji'ini ramadaanaa Nuuf Seenuuf Guyyoota Muraasa Qubaan lakkaawamuutu Nuuf hafe !! ๐ŸŒบ๐ŸŒบ ๐ŸŒผRamadaana kana jalqabuu keenya Dura Qalbii teenya Haa qulqulleessinuu ... ๐ŸŒผ๐ŸŒผ โ˜Yoon jechaan si balleesse Dhiifama ๐ŸŒท โ˜Yoon gochaan si balleesse Dhiifama ๐Ÿ€ โ˜Yoon si boodatti si hamadhes Dhiifama ๐ŸŒป โ˜Yoon maqaa kee xureesses dhiifama ๐ŸŒบ Anis Waanni natti balleessite yoo Jiraate ๐Ÿ’ฏ% dhiifama siif godheetin jira ... ุฃุญุจูƒู… ููŠ ุงู„ู„ู‡ โคโคโค Rabbiif jechan isin jaaladha โคโค ๐Ÿ‘‰ Ergaa tana nama jaalattu cufaafuu Ergi ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ

BY Abdulmajid ๐Ÿ˜๐Ÿ‘‘

MAHER ZAIN โ˜ž Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
ุฅูู†ู‘ูŽ ุงู„ู‘ูŽุฐููŠู†ูŽ ุขู…ูŽู†ููˆุง ูˆูŽุนูŽู…ูู„ููˆุง ุงู„ุตู‘ูŽุงู„ูุญูŽุงุชู ูƒูŽุงู†ูŽุชู’ ู„ูŽู‡ูู…ู’ ุฌูŽู†ู‘ูŽุงุชู ุงู„ู’ููุฑู’ุฏูŽูˆู’ุณู ู†ูุฒูู„ู‹ุง
โ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ช

๐ŸŒนisnowan amanani dalaga gagaari dalagan isanif tate jirti jannatnul firdows qubusuma isani tate
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Rasuulli ( S.a.w ) Akkana ja.an
" Namni Boonni firii xaafii taฤทka keessa jiru jannata hin seenu

Boona jachun " Haqa diduufi Nama Tiqqeeysuudha
JOIN godhaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@obsasule
@obsasule
@obsasule
๐Ÿ˜ Way Ya Rabbi kiyya barana maluma arka dhagaya jirra.Tan baranatun Aja'ibumabar ๐Ÿ˜

Gurba tokko Polisin isa qabde kabalan dhoytee. Dubas Yero kana Gurbanis Polistichan akkana ja'en:- Ati kabalan nadhawunke huma rakko hin qabu tan sani booda seeran walgafannaa. Garu Harkake kan kabalan nadhoytensan Sabunafi Alkholidhan sirritti dhiqattee jirtami hin ja'un seta.๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜
โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from JALO PICTURES (Wรกlร รค๐Ÿ‘Š ร–rรดmรธ) via @UmmyArtPromoBot
โœจโœจโœจโœจโœจโœจโœจโšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธ
Iccitii yeroo gabaabaatti badhaadhuu beektuu? Maloota qusannaa qarshii fi gosa hojii dafanii ittiin badhaadhan gorsa argachuuf yo barbaddee.
Forwarded from Deleted Account
๐ŸŽค๐ŸŽคABDI PROMOTION๐Ÿ†๐Ÿ†:
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Forwarded from Deleted Account
LikeBot:
โ‰๏ธโ‰๏ธ Jireenyi maali? โ‰๏ธโ‰๏ธ
Hiikni Jireenyaa akka siif galu yoo barbadde idoollee armaan gadii sadan(3n) kana deemi.
1. Hospitaala
2. Mana hidhaa (sirreesaa)
3. Iddo awaalcha(qabrii)

Hospitaalatti, wanti tokkollen kan fayyaa caalu akkaa hin jirre hubatta.

Mana hidhaa(sirreessa)tti, walabummaan fi Bilisa ta'aani deemuun halaan barbaachisaa akka ta'e huubatta.

Iddoo Awaalchatti(qabrii), dacheen ati Har'a milaan irra deema jirtu boru akka qorqorroo kee akka ta'u dhugoomsatta.

Kuni Dhugaa Hadha'aa๐Ÿ‘‡
nu Marti wan tokko malee Adunyaa kana irra dhufne akkasumatti wan tokko malee Adunyaa kana iraa demuuf teenya.... Kanafuu yeroo mara mataa kee gad qabiiti Rabbiif Galata galchi.

Dhibee amma Adunyaa kana Weraraa jiruufis Abbaan Furmaata Rabbii tokkicha waan ta'eef Harka kee ol qabiiti Rabbii kee Karadhu saniitu Furmaataati.

Yaa Rabbii Furmaata nuuf laadhu ati ni dandeessaati.๐Ÿ™
@Ibnutemiya6 @Keyralumma
Forwarded from JALO PICTURES (Wรกlร รค๐Ÿ‘Š ร–rรดmรธ) via @UmmyArtPromoBot
โœจโœจโœจโœจโœจโœจโœจโšก๏ธโšก๏ธโšก๏ธ
Iccitii yeroo gabaabaatti badhaadhuu beektuu? Maloota qusannaa qarshii fi gosa hojii dafanii ittiin badhaadhan gorsa argachuuf yo barbaddee.