Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Obboleysa kheenya Hamzaa Mukhtaar Khan gara fuula rabbii deeme maatii isaatiif (Ilmaan isa booda yatiimoyte waan jirtuuf ) gargaarsa akka gootan khabajaan maqaa rabbiitin isin gaafanna.
Baankiileee armaan gadii Khanaan erguu nidandeeysan.
1. 10000326813463 commercial bank of ethiopia
2. 01425794166700 awash bank.
3. bankia internaashina oromiyaa 3563197
4. Baankii hojii gamtaa Oromiyaa 1000071483987

Koree qindeesituun gargaarsaa Fiila Ahmed, salahdin saed fi Anas shek abdurahman Damootati Odeeffanno dabalataatiif isaan dubbisuu nidandessan.
Hantaa-vaayras maali?
Kunis Koroonaa 2ffaatii?

Guyyaa kana eega Miidiyaan 'Global Times' Chaayinaatti namni tokko dhukkuba Hantaa-vaayrasiin du'uu gabaaseen booda namni hedduun dhukkuba kana wal afaanii fuudhanii dubbachaa jiran. 'Dhukkubni kunis nu fixuufi' ja'ee namni yaaddawe hin dhabamu. Abshiruu! Amma haa dhagahamuu malee Hantaa-vaayrasiin dhukkuba duraanuu jiru. Dhukkubni kun Hantuuta irraa ka'ee namatti dabra. Garuu namarraa namatti hin dabru. Kanaaf hin yaaddawinaa. Nama Hantuuta tuqee tattaphachiisuufi nyaatu malee Hantaa-vaayras nama biroo hin qabu.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

MAHER ZAIN โ˜ž Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @islamicpr qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
ODUU GAMMACHISTU HAWASA MUSLIMA MARAAF
Haaji SAID YAASIN guyya boruu akka bahu bekkame jira hajiin keenya khun nama osoo mana hidhaa jiru mallaqa moxaa irrati hirmate dorgome irrayi rabbin ngyn nuf ha baasu
audioclip-1543551296000-600764.mp4
<unknown>
MAHER ZAIN โ˜ž Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
๐ŸŽงAS WR WB ๐ŸŽง

jallowa khiya #neshida dargaggoon magaala hirna issiniif qopheysan #track ใ€Š4ใ€‹ #neshida mata dureen issiii๐Ÿ‘‡

1 AN MUSLIMA๐ŸŽ™
2 YATIIM ๐ŸŽถ
3 YA MAMATOO๐ŸŽต
4 RAMAADANA ๐Ÿ‡

๐ŸŽคNAAF AFEERAMA๐ŸŽค
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from ๐—ฅ๐—จ๐—ง๐—˜ ๐—–๐—น๐—ผ๐˜๐—ต๐—ถ๐—ป๐—ด 2 (ยฅdnk ยฎ Kachu) via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐ŸŒ˜Ramadaanni Seenuufi ..... ๐ŸŒ˜ ๐ŸŒบ Ji'ini ramadaanaa Nuuf Seenuuf Guyyoota Muraasa Qubaan lakkaawamuutu Nuuf hafe !! ๐ŸŒบ๐ŸŒบ ๐ŸŒผRamadaana kana jalqabuu keenya Dura Qalbii teenya Haa qulqulleessinuu ... ๐ŸŒผ๐ŸŒผ โ˜Yoon jechaan si balleesse Dhiifama ๐ŸŒท โ˜Yoon gochaan si balleesse Dhiifama ๐Ÿ€ โ˜Yoon si boodatti si hamadhes Dhiifama ๐ŸŒป โ˜Yoon maqaa kee xureesses dhiifama ๐ŸŒบ Anis Waanni natti balleessite yoo Jiraate ๐Ÿ’ฏ% dhiifama siif godheetin jira ... ุฃุญุจูƒู… ููŠ ุงู„ู„ู‡ โคโคโค Rabbiif jechan isin jaaladha โคโค ๐Ÿ‘‰ Ergaa tana nama jaalattu cufaafuu Ergi ๐ŸŒฟ๐ŸŒฟ

BY Abdulmajid ๐Ÿ˜๐Ÿ‘‘

MAHER ZAIN โ˜ž Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
ุฅูู†ู‘ูŽ ุงู„ู‘ูŽุฐููŠู†ูŽ ุขู…ูŽู†ููˆุง ูˆูŽุนูŽู…ูู„ููˆุง ุงู„ุตู‘ูŽุงู„ูุญูŽุงุชู ูƒูŽุงู†ูŽุชู’ ู„ูŽู‡ูู…ู’ ุฌูŽู†ู‘ูŽุงุชู ุงู„ู’ููุฑู’ุฏูŽูˆู’ุณู ู†ูุฒูู„ู‹ุง
โ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ชโ˜ช

๐ŸŒนisnowan amanani dalaga gagaari dalagan isanif tate jirti jannatnul firdows qubusuma isani tate
https://telegram.me/httpsHamzamohammed