Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Zikrii tana matatti qabadhaa
ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุฅูู†ู‘ููŠ ุฃูŽุณู’ุฃูŽู„ููƒูŽ ุงู„ู’ุนูŽุงูููŠูŽุฉูŽ ูููŠ ุงู„ุฏู‘ูู†ู’ูŠูŽุง ูˆูŽุงู„ุขุฎูุฑูŽุฉูุŒ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุฅูู†ู‘ููŠ ุฃูŽุณู’ุฃูŽู„ููƒูŽ ุงู„ู’ุนูŽูู’ูˆูŽ ูˆูŽุงู„ู’ุนูŽุงูููŠูŽุฉูŽ ูููŠ ุฏููŠู†ููŠ ูˆูŽุฏูู†ู’ูŠูŽุงูŠูŽ ูˆูŽุฃูŽู‡ู’ู„ููŠ ูˆูŽู…ูŽุงู„ููŠุŒ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุงุณุชูุฑู’ ุนูŽูˆู’ุฑูŽุงุชูŠุŒ ูˆุขู…ูู†ู’ ุฑูŽูˆู’ุนูŽุงุชูŠุŒ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู…ู‘ูŽ ุงุญู’ููŽุธู’ู†ููŠ ู…ูู†ู’ ุจูŽูŠู†ู ูŠูŽุฏูŽูŠู‘ูŽุŒ ูˆู…ูู†ู’ ุฎูŽู„ู’ููŠุŒ ูˆูŽุนู† ูŠูŽู…ูŠู†ูŠุŒ ูˆุนู† ุดูู…ุงู„ูŠุŒ ูˆู…ูู† ููŽูˆู’ู‚ููŠุŒ ูˆุฃุนููˆุฐู ุจูุนูŽุธูŽู…ูŽุชููƒูŽ ุฃู†ู’ ุฃูุบู’ุชูŽุงู„ูŽ ู…ูู†ู’ ุชูŽุญุชูŠ

Yaa Allaah! Ani duniyaafi aakhiraattillee nagaya tahuun si kadha. Amantii fi duniyaa tiyya, warraa fi qabeenya kiyya keessattillee irra-dabra keetii fi fayyaan si kadha. Yaa Allaah! Qaanyii tiyya(waanin ittiin saalfadhu) naaf dhoysi. Waanin sodaadhu jalaa najaa na baasi. Yaa Rabbi fuulduraa-duuba kiyya, mirgaa-bitaa kiyyaafi gubbaa kiyyaanis na tiysi. Jalaan dagamuus guddina keetittiin maganfadha.
โ€‹โ€‹Dhimma Dhibee Vayirasii Koroonaa ilaalchisee Fatwaa Mana Maree Ulamoota Ityoophiyaa irraa kenname


1.Namni Vayirasii Koroonaatiin qabame yookaan ammoo Vayirasichaan qabamuun isaa shakkame kamiyyuu, Salaata Jumโ€™aatis taโ€™ee salaata Jamaโ€™aa salaatuuf, yookaan Barnoota Diiniitiif gara Masaajidaa yookaan ammoo iddoo namni heddu itti walitti qabamu dhaquun dhoorkaadha.


2.Namni Muslimaa kamiyyuu yeroo dhibeen kun haala sodaachisaa irra gahe kana keessatti Salaata Jumโ€™aatis tahee kan Jamaโ€™aa irraa hafuun Shariโ€™atti hayyamamaadha. Namni Kamiyyuu mana isaatti salaatuu ni dandaโ€™a.


3.Gorsaa fi Qajeelfama Dhaabbileen Fayyaa fi qaama dhimmi ilaallatu irraa kennamu fudhatanii hojii irra oolchuun dirqama amantaati.


4.Imaamonni Masjidaa, Ulamoonni fi Duโ€™aatonni hawaasni Muslimaa gara Rabbii isaa deebiโ€™ee araarama akka kadhatu; Sadaqaa akka kennatu akkasumas Duโ€™aaโ€™ii akka godhatu akka barsiistan isin gaafanna.


Allaah (S.W.) Dhukkuba kana akka nurraa kaasu; Biyya keennaa fi Ummata keenna hamtuu hunda irraa akka nuuf tiksu kadhanna. Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Ergamaan Rabbii (saw) akkana jedhe.
||* Dhukkubsataa Gaafadhaa.
||*Beelaawaa Nyaachisaa.
||*Boojiamaa Gad-Dhiisaa.
^^^^Bukhaariitu Gabaase.
ุนู† ุฃุจูŠ ู…ูˆุณู‰ ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ ู‚ุงู„: ู‚ุงู„ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…: ((ุนูˆุฏูˆุง ุงู„ู…ุฑูŠุถุŒ ูˆุฃุทุนู…ูˆุง ุงู„ุฌุงุฆุนุŒ ูˆููƒูˆุง ุงู„ุนุงู†ูŠ)). ุฑูˆุงู‡ ุงู„ุจุฎุงุฑูŠ. .


@mamme4k
Sammuun sababaa corona nu micciiramte๐Ÿ˜
@Maherzain123
Forwarded from Deleted Account
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Anis_baratadha qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
ุงู„ู„ู‡ู… ุจุงุฑูƒ ู„ู†ุง ุฑุฌุจ ูˆุดุนุจุงู† ูˆุจู„ุบู†ุง ุฑู…ุถุงู†
Forwarded from Robsan Mohammed
As wa wb oballeyyan khiyya nashida harawa tan obalessa khenya jibril Redwanin nuf qoppoyte yero dhihotti isin biran gahuf qoppidha
@officialrobsan
@officialrobsan
ุฅู†ุง ู„ู„ู‡ ูˆุฅู†ุง ุฅู„ูŠู‡ ุฑุงุฌุนูˆู†.ุงู„ู„ู‡ู… ุงุบูุฑ ู„ุญู…ุฒุฉ ูˆุงุฑุญู…ู‡๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
Inna lilahi wa inna ileyhibrajiuun
Hamze keenya walh rabbin jannatul firdows sif ha khani
Obboleysa kheenya Hamzaa Mukhtaar Khan gara fuula rabbii deeme maatii isaatiif (Ilmaan isa booda yatiimoyte waan jirtuuf ) gargaarsa akka gootan khabajaan maqaa rabbiitin isin gaafanna.
Baankiileee armaan gadii Khanaan erguu nidandeeysan.
1. 10000326813463 commercial bank of ethiopia
2. 01425794166700 awash bank.
3. bankia internaashina oromiyaa 3563197
4. Baankii hojii gamtaa Oromiyaa 1000071483987

Koree qindeesituun gargaarsaa Fiila Ahmed, salahdin saed fi Anas shek abdurahman Damootati Odeeffanno dabalataatiif isaan dubbisuu nidandessan.
Hantaa-vaayras maali?
Kunis Koroonaa 2ffaatii?

Guyyaa kana eega Miidiyaan 'Global Times' Chaayinaatti namni tokko dhukkuba Hantaa-vaayrasiin du'uu gabaaseen booda namni hedduun dhukkuba kana wal afaanii fuudhanii dubbachaa jiran. 'Dhukkubni kunis nu fixuufi' ja'ee namni yaaddawe hin dhabamu. Abshiruu! Amma haa dhagahamuu malee Hantaa-vaayrasiin dhukkuba duraanuu jiru. Dhukkubni kun Hantuuta irraa ka'ee namatti dabra. Garuu namarraa namatti hin dabru. Kanaaf hin yaaddawinaa. Nama Hantuuta tuqee tattaphachiisuufi nyaatu malee Hantaa-vaayras nama biroo hin qabu.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

MAHER ZAIN โ˜ž Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123