Forwarded from โค ุฃุญุจู ูุง ุฑุณูู ุงููู โค (Hanaadi Mohammed)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nashiidaa ajaa'ibaa ( RAHIIMA ) jattu haala addaatiin qabatanii dhufaa jiran gareen al istiqaama da3wa group . Mee namuu Wellcome ja'aa naaf simadhaa
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Zikrii tana matatti qabadhaa
ุงููููููู ูู ุฅููููู ุฃูุณูุฃููููู ุงููุนูุงููููุฉู ููู ุงูุฏููููููุง ููุงูุขุฎูุฑูุฉูุ ุงููููููู ูู ุฅููููู ุฃูุณูุฃููููู ุงููุนููููู ููุงููุนูุงููููุฉู ููู ุฏููููู ููุฏูููููุงูู ููุฃูููููู ููู ูุงูููุ ุงููููููู ูู ุงุณุชูุฑู ุนูููุฑูุงุชูุ ูุขู ููู ุฑูููุนูุงุชูุ ุงูููููู ูู ุงุญูููุธูููู ู ููู ุจูููู ููุฏููููุ ูู ููู ุฎูููููุ ููุนู ููู ูููุ ูุนู ุดูู ุงููุ ูู ูู ูููููููุ ูุฃุนููุฐู ุจูุนูุธูู ูุชููู ุฃูู ุฃูุบูุชูุงูู ู ููู ุชูุญุชู
Yaa Allaah! Ani duniyaafi aakhiraattillee nagaya tahuun si kadha. Amantii fi duniyaa tiyya, warraa fi qabeenya kiyya keessattillee irra-dabra keetii fi fayyaan si kadha. Yaa Allaah! Qaanyii tiyya(waanin ittiin saalfadhu) naaf dhoysi. Waanin sodaadhu jalaa najaa na baasi. Yaa Rabbi fuulduraa-duuba kiyya, mirgaa-bitaa kiyyaafi gubbaa kiyyaanis na tiysi. Jalaan dagamuus guddina keetittiin maganfadha.

โโDhimma Dhibee Vayirasii Koroonaa ilaalchisee Fatwaa Mana Maree Ulamoota Ityoophiyaa irraa kenname
1.Namni Vayirasii Koroonaatiin qabame yookaan ammoo Vayirasichaan qabamuun isaa shakkame kamiyyuu, Salaata Jumโaatis taโee salaata Jamaโaa salaatuuf, yookaan Barnoota Diiniitiif gara Masaajidaa yookaan ammoo iddoo namni heddu itti walitti qabamu dhaquun dhoorkaadha.
2.Namni Muslimaa kamiyyuu yeroo dhibeen kun haala sodaachisaa irra gahe kana keessatti Salaata Jumโaatis tahee kan Jamaโaa irraa hafuun Shariโatti hayyamamaadha. Namni Kamiyyuu mana isaatti salaatuu ni dandaโa.
3.Gorsaa fi Qajeelfama Dhaabbileen Fayyaa fi qaama dhimmi ilaallatu irraa kennamu fudhatanii hojii irra oolchuun dirqama amantaati.
4.Imaamonni Masjidaa, Ulamoonni fi Duโaatonni hawaasni Muslimaa gara Rabbii isaa deebiโee araarama akka kadhatu; Sadaqaa akka kennatu akkasumas Duโaaโii akka godhatu akka barsiistan isin gaafanna.
Allaah (S.W.) Dhukkuba kana akka nurraa kaasu; Biyya keennaa fi Ummata keenna hamtuu hunda irraa akka nuuf tiksu kadhanna. Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://telegram.me/httpsHamzamohammed

Ya Rasul Allah, Pt. 1 (Arabic Version)
Sami Yusuf
Nashida bareduu tana naf aferama
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Ergamaan Rabbii (saw) akkana jedhe.
||* Dhukkubsataa Gaafadhaa.
||*Beelaawaa Nyaachisaa.
||*Boojiamaa Gad-Dhiisaa.
^^^^Bukhaariitu Gabaase.
ุนู ุฃุจู ู ูุณู ุฑุถู ุงููู ุนูู ูุงู: ูุงู ุฑุณูู ุงููู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู : ((ุนูุฏูุง ุงูู ุฑูุถุ ูุฃุทุนู ูุง ุงูุฌุงุฆุนุ ููููุง ุงูุนุงูู)). ุฑูุงู ุงูุจุฎุงุฑู. .
@mamme4k

Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
Sammuun sababaa corona nu micciiramte๐
@Maherzain123
@Maherzain123
Forwarded from Deleted Account
๐น Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Anis_baratadha qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐

ุงูููู
ุจุงุฑู ููุง ุฑุฌุจ ูุดุนุจุงู ูุจูุบูุง ุฑู
ุถุงู
Forwarded from Robsan Mohammed
As wa wb oballeyyan khiyya nashida harawa tan obalessa khenya jibril Redwanin nuf qoppoyte yero dhihotti isin biran gahuf qoppidha
@officialrobsan
@officialrobsan
@officialrobsan
@officialrobsan
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
ุฅูุง ููู ูุฅูุง ุฅููู ุฑุงุฌุนูู.ุงูููู
ุงุบูุฑ ูุญู
ุฒุฉ ูุงุฑุญู
ู๐๐๐๐๐
Inna lilahi wa inna ileyhibrajiuun
Hamze keenya walh rabbin jannatul firdows sif ha khani