Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Yaa rabbi kheyrii dalagu nuuf laafisi ta daleynes nurra qeebalii๐Ÿ™๐Ÿ™
As wr wb Kabajamtoota Obboleeyyan keenya Qaqqaalii

Akkuma beekkamu Gareen ( Jama'aan ) Al _ Istiqaamaa Da3wa Group Nashida " Ya Halim jattu amma dura isiniin gahanii turuun isaanii ni yaadatama

Amma nashiidaa haarawa " Rahima Jattu guyyaa muraasa boodaa toorarratti kan isiniif maxxansan tahan

Insha allah Obsaan Nu eeggadhaa !

Share waliif godhaa!

MAHER ZAIN โ˜ž Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
Forwarded from Deleted Account
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Anis_baratadha qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Wlh wan ajaaibti
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nashiidaa ajaa'ibaa ( RAHIIMA ) jattu haala addaatiin qabatanii dhufaa jiran gareen al istiqaama da3wa group . Mee namuu Wellcome ja'aa naaf simadhaa

@Hanuudi_Mohamed
Zikrii tana matatti qabadhaa
ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุฅูู†ู‘ููŠ ุฃูŽุณู’ุฃูŽู„ููƒูŽ ุงู„ู’ุนูŽุงูููŠูŽุฉูŽ ูููŠ ุงู„ุฏู‘ูู†ู’ูŠูŽุง ูˆูŽุงู„ุขุฎูุฑูŽุฉูุŒ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุฅูู†ู‘ููŠ ุฃูŽุณู’ุฃูŽู„ููƒูŽ ุงู„ู’ุนูŽูู’ูˆูŽ ูˆูŽุงู„ู’ุนูŽุงูููŠูŽุฉูŽ ูููŠ ุฏููŠู†ููŠ ูˆูŽุฏูู†ู’ูŠูŽุงูŠูŽ ูˆูŽุฃูŽู‡ู’ู„ููŠ ูˆูŽู…ูŽุงู„ููŠุŒ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุงุณุชูุฑู’ ุนูŽูˆู’ุฑูŽุงุชูŠุŒ ูˆุขู…ูู†ู’ ุฑูŽูˆู’ุนูŽุงุชูŠุŒ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู…ู‘ูŽ ุงุญู’ููŽุธู’ู†ููŠ ู…ูู†ู’ ุจูŽูŠู†ู ูŠูŽุฏูŽูŠู‘ูŽุŒ ูˆู…ูู†ู’ ุฎูŽู„ู’ููŠุŒ ูˆูŽุนู† ูŠูŽู…ูŠู†ูŠุŒ ูˆุนู† ุดูู…ุงู„ูŠุŒ ูˆู…ูู† ููŽูˆู’ู‚ููŠุŒ ูˆุฃุนููˆุฐู ุจูุนูŽุธูŽู…ูŽุชููƒูŽ ุฃู†ู’ ุฃูุบู’ุชูŽุงู„ูŽ ู…ูู†ู’ ุชูŽุญุชูŠ

Yaa Allaah! Ani duniyaafi aakhiraattillee nagaya tahuun si kadha. Amantii fi duniyaa tiyya, warraa fi qabeenya kiyya keessattillee irra-dabra keetii fi fayyaan si kadha. Yaa Allaah! Qaanyii tiyya(waanin ittiin saalfadhu) naaf dhoysi. Waanin sodaadhu jalaa najaa na baasi. Yaa Rabbi fuulduraa-duuba kiyya, mirgaa-bitaa kiyyaafi gubbaa kiyyaanis na tiysi. Jalaan dagamuus guddina keetittiin maganfadha.
โ€‹โ€‹Dhimma Dhibee Vayirasii Koroonaa ilaalchisee Fatwaa Mana Maree Ulamoota Ityoophiyaa irraa kenname


1.Namni Vayirasii Koroonaatiin qabame yookaan ammoo Vayirasichaan qabamuun isaa shakkame kamiyyuu, Salaata Jumโ€™aatis taโ€™ee salaata Jamaโ€™aa salaatuuf, yookaan Barnoota Diiniitiif gara Masaajidaa yookaan ammoo iddoo namni heddu itti walitti qabamu dhaquun dhoorkaadha.


2.Namni Muslimaa kamiyyuu yeroo dhibeen kun haala sodaachisaa irra gahe kana keessatti Salaata Jumโ€™aatis tahee kan Jamaโ€™aa irraa hafuun Shariโ€™atti hayyamamaadha. Namni Kamiyyuu mana isaatti salaatuu ni dandaโ€™a.


3.Gorsaa fi Qajeelfama Dhaabbileen Fayyaa fi qaama dhimmi ilaallatu irraa kennamu fudhatanii hojii irra oolchuun dirqama amantaati.


4.Imaamonni Masjidaa, Ulamoonni fi Duโ€™aatonni hawaasni Muslimaa gara Rabbii isaa deebiโ€™ee araarama akka kadhatu; Sadaqaa akka kennatu akkasumas Duโ€™aaโ€™ii akka godhatu akka barsiistan isin gaafanna.


Allaah (S.W.) Dhukkuba kana akka nurraa kaasu; Biyya keennaa fi Ummata keenna hamtuu hunda irraa akka nuuf tiksu kadhanna. Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Ergamaan Rabbii (saw) akkana jedhe.
||* Dhukkubsataa Gaafadhaa.
||*Beelaawaa Nyaachisaa.
||*Boojiamaa Gad-Dhiisaa.
^^^^Bukhaariitu Gabaase.
ุนู† ุฃุจูŠ ู…ูˆุณู‰ ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ ู‚ุงู„: ู‚ุงู„ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…: ((ุนูˆุฏูˆุง ุงู„ู…ุฑูŠุถุŒ ูˆุฃุทุนู…ูˆุง ุงู„ุฌุงุฆุนุŒ ูˆููƒูˆุง ุงู„ุนุงู†ูŠ)). ุฑูˆุงู‡ ุงู„ุจุฎุงุฑูŠ. .


@mamme4k
Sammuun sababaa corona nu micciiramte๐Ÿ˜
@Maherzain123
Forwarded from Deleted Account
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Anis_baratadha qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
ุงู„ู„ู‡ู… ุจุงุฑูƒ ู„ู†ุง ุฑุฌุจ ูˆุดุนุจุงู† ูˆุจู„ุบู†ุง ุฑู…ุถุงู†