Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nama mallaqa sif kanna oluu. Irra nama akka ati mallaqasan itti arkattu karaa sigarsisetu irra cala๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š
โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Dr keenya shekha keeny sh/Ahmad towhida you tube isaa subscribe godha hordofaa ikhawani wa heddu irra bartani
Dubbisii fixime mata duree laaltee tanumaasa jatte hin dhiisini.

Rassuulli saw akkana ja'ee "Namni boonni hanga firii xaafii qalbii isaa kessa jiru jannata hin seenuu" dhagahi obboleyso sitti hin dheereysu boona hanga firii xaafii jachuun maal akka tahe qofa dubbannee usna.

Boona jachuun haqa diduu jachudha Ammaas nama tuffachuu jachudha. Akkaataan nama itti tuffatan heddudha San kessa xiqqo laalle goolamna.
-Nama tokko anaatu irra beka anaatu irra bareeda anaatu irra tujjaara jattee yoo ifii gaditti laalte boonaatu qalbiite keessa jiraa beeki. Duniyaa kessatti nama siigadii laali jachuun tuffadhu jachuu miti. Miskina jibbu nama wallaalaa jibbu nama irra bareeddu jibbun boona guddadha. Inuma kun firii xaafitirra guddaadha.

Obboleyso gize namni tokko siif dawale ykn message siif erge usuun gosa boonaati. Gize afeeramte hafuun boona wanni xixiqqon Rahmata Rabbi nama dhoorku heddu jiraa Rabbi nuhaasataru.

Ergaa tana nama jaalattuuf ergi

@Hamzamohammed
Aswrwb akhi wa ukhti obboleyan kiyya khan isaalam dhukkubni amma na dhufd khun inshallah ikhwani nuti hundi gamma rabbi ha deebinu(ูููŠุฑูˆ ุงู„ ุงู„ู„ู‡)namni hundii ikhwaani gama rabbi ha dheysinu yaa rabbi nutti ummata la laafadha atuman nu tiysii yaa rabbi nutti ummata dhukkubni chikun guniyanu jilban lafa nu ofee sani ya rabbi corono khana fa wan dandenyu yaa rabbi nurra qabi ุงู„ู„ู‡ู… ุงุฌุนู„ู†ุง ุงู‡ู„ู†ุงูˆุงู…ูˆู„ู†ุง ูˆุจู„ุงุฏู†ุง ูˆููŠ ูƒู„ ู…ุณู„ู…ู†ุง ูŠุง ุงู„ู„ู‡
Forwarded from Deleted Account
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Anis_baratadha qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Audio
New album by Al ansar inshad daโ€™awaa group) coming soon sample
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Ajaa'iba gurguddoo addunyaan tun
keessummeessite ji'a 3n kana keessa 2020:-
โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…
1.Coronavirus iin biyyoota 100 ol dhaqqabuu fi
namoonni Kuma 100n lakkaawaman qabamuu fi
kumaan Kan lakkaawaman lubbuun dabruu.
2.masjidul haraam /Makkah/beeytullaahil haraam
duwwachuu xawaaftotaa fi warra umraa godhurraa
3.bubbeen hamaan fi roobni qilleensaan Wal makate
biyyota akka Jordan, filasxeen, siiryaa, Egypt fa
mudachuun lubbuu fi qabeenya mancaasuu.
4.awwaaniisni biiliyeena hedduutti lakkaawamu
yamanii fi baha afirkaa weeraruu.
5.guyyaa arraa jaldeessi kumaatamatti lakkaawamu
biyya taaylaandii tti karaarratti bahee nyaata
barbaaduu.
6.torbee dabre billaachi lakkoofsaan baayyee tahe
biyya Australia tii magaalaa haguugee ooluu...
YAA RABBI NUUF ARAARAMI RAHMATA NUUF
GODHI BALAAS NURRAA DEEBISI!!