Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Aferaa kalaama rabbi dhagefadhaโ˜
Qophii hikmaa jettu seena fi goofata ajaaiba qabdu inshallah guyya alhada hamiltan tv irrati nu eggadha
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nama mallaqa sif kanna oluu. Irra nama akka ati mallaqasan itti arkattu karaa sigarsisetu irra cala๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š
โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Dr keenya shekha keeny sh/Ahmad towhida you tube isaa subscribe godha hordofaa ikhawani wa heddu irra bartani
Dubbisii fixime mata duree laaltee tanumaasa jatte hin dhiisini.

Rassuulli saw akkana ja'ee "Namni boonni hanga firii xaafii qalbii isaa kessa jiru jannata hin seenuu" dhagahi obboleyso sitti hin dheereysu boona hanga firii xaafii jachuun maal akka tahe qofa dubbannee usna.

Boona jachuun haqa diduu jachudha Ammaas nama tuffachuu jachudha. Akkaataan nama itti tuffatan heddudha San kessa xiqqo laalle goolamna.
-Nama tokko anaatu irra beka anaatu irra bareeda anaatu irra tujjaara jattee yoo ifii gaditti laalte boonaatu qalbiite keessa jiraa beeki. Duniyaa kessatti nama siigadii laali jachuun tuffadhu jachuu miti. Miskina jibbu nama wallaalaa jibbu nama irra bareeddu jibbun boona guddadha. Inuma kun firii xaafitirra guddaadha.

Obboleyso gize namni tokko siif dawale ykn message siif erge usuun gosa boonaati. Gize afeeramte hafuun boona wanni xixiqqon Rahmata Rabbi nama dhoorku heddu jiraa Rabbi nuhaasataru.

Ergaa tana nama jaalattuuf ergi

@Hamzamohammed