Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Badrudin Ahmed
#Nama_hin_Tuffatin_Haraamii.

Rasuulli Rabbii ο·Ί Akkana Jechuun Dubbatan "Muslimni Tokko Muslimaa Biraatiif obbolleessa Isa Hin Dogongorsiisin(isa hin xiqqeeysin) Kufaatii Isaa Hin Hawwin Isaas Hin Tuffatin Dilii nama halaakturra Obboleesa isaa tuffachuun qoftii isaaf gayaa " Jedhaan
{ Sahiiha Muslimtu gabaase)

@badrudin_ahmed
@badrudin_ahmed
Amantiin islaamaa
Seera guutuu qabaa
Gaaffii ka'u maraaf
Ni qaba jawaaba


Rabbiin nuuf filate
Abbaan humna jabaa
Filannoon isaa nuuf
Bu'aa guddaa qaba


Itti deemaa baraa
Rabbi sin gargaaraa
Isatu bu'aa qaba
duniyaaf aakhiraa...

Dablataf https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Namnii baredaan yeroo hunda gaarii miti garuu namnii gaariin yeroo hunda baredaa dha.Sababnii isaa haala gaariitu nama barechaa malee, bareedinni haala sihintolchu 😊❀️
Abubeker
<unknown>
Nashiidaa obaleysa Khenya Murad πŸ˜Šβ€οΈπŸ‘†
Rabbi sodaachuun duniyaa fi Aakhira
atti nama milkeessa!
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Namni lubbuu kee caala Rasuula jaallattuπŸ₯° Salawaata Irratti Buusi{ ο·Ί }πŸ’βœοΈ
Audio
Kelifa Mohammed α‰°αŠ“α‹α‰‚ Tenafaki || New Amharic Neshida
inshalah
imran tahir
Neshid🎡By Imran Tahir
Insha allah ❀️

@Hanuudi_Mohamed