Yeroo tee waan sin fayydane dabrsuu irra if qusadhu...
Namni waan hin taneen shakhalamu mallato rabbin gabricha sanirra garagaluti Hasanul basri odeeyse rahimahuallah
Namni waan hin taneen shakhalamu mallato rabbin gabricha sanirra garagaluti Hasanul basri odeeyse rahimahuallah
Watch "Guyo wariyo 2ffaa ( Muslim Ahmed) Waliin Interview guutuu isaa dhaggeefadha" on YouTube
https://youtu.be/Qx8SV9dVsPs
https://youtu.be/Qx8SV9dVsPs
YouTube
Guyo wariyo 2ffaa ( Muslim Ahmed) Waliin Interview guutuu isaa dhaggeefadha
Warreen channel keenyaf haarawa taatan #subscribe godhaa !
Forwarded from Badrudin Ahmed
#Nama_hin_Tuffatin_Haraamii.
Rasuulli Rabbii ﷺ Akkana Jechuun Dubbatan "Muslimni Tokko Muslimaa Biraatiif obbolleessa Isa Hin Dogongorsiisin(isa hin xiqqeeysin) Kufaatii Isaa Hin Hawwin Isaas Hin Tuffatin Dilii nama halaakturra Obboleesa isaa tuffachuun qoftii isaaf gayaa " Jedhaan
{ Sahiiha Muslimtu gabaase)
@badrudin_ahmed

Amantiin islaamaa
Seera guutuu qabaa
Gaaffii ka'u maraaf
Ni qaba jawaaba
Rabbiin nuuf filate
Abbaan humna jabaa
Filannoon isaa nuuf
Bu'aa guddaa qaba
Itti deemaa baraa
Rabbi sin gargaaraa
Isatu bu'aa qaba
duniyaaf aakhiraa...
Dablataf https://telegram.me/httpsHamzamohammed