Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Robsan Mohammed
Nashida harawa tan #assalamu aleykum jattu
Munshid Tofiq yusuf
Yero dhihotti
As wa wb
Akkuma bekkamutti albuma harawa khan "Dammaqi!! "Ja'u gare Al ansarin qoppawe isin biran gahuf qoppi xumurani wan jiranif
Yerof bifa sampilatin qoppesani isin biran gahuf deman
Khara you tube arkachuf
Al ansar inshad group jechun barresati sampila isa ni arkattu
#sher #sher godha wal biran gaha

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
"HISAABNI qiyaamaa jabaadha.. kharaaniis dheeraadha..
Dhugumatti Kha namni sodaachuu hin qabneehuu sodaatee jiru, namni nagaya argachuu murtii hin beeyne akkamiini sodaachuu dhaba.."
Ibnul jawzii RahimahuLLAAH..
----------------
namni dalagaan isaa boodatti isa hambifte.. gosti isaa ykn inni ilma abaluu tahuun duratti isa hin dabarsitu.. / abbaan deeyma nyaateef ilmoo afaan hin mi'aawan.. namuu dalaguma isaatiitu duratti isa dabarsa ykn boodatti isa hambisa.. tan namaa hin eeggannu teenyumaaf haa tattaaffannu.. guyyaan qiyaamaa guyyaa ambiyoonni Rabbii gurguddaanuu NAFSII NAFSII ja'anii.. if hin dagatinaa.. Rahmata isaatiin nu haa dhaqqabu..!!
Forwarded from Robsan Mohammed
Al ansar inshad group
โคmal barbaddu san situ bekha
โคmal jalattu san atitu bekha
๐Ÿ˜˜boharu barabdda si cina jirra
๐Ÿ˜‚sequ barabadda si cina jirra
๐ŸŽถnashida cover tate barbadda?
๐ŸŽงnashidale harawa barbadda?
Duba maltu link khana join godhu si dhorka. ๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰ @habibochORH
https://t.me/habibochORH
Mabruuk๐ŸŒท alfa mabruuk Ustaaz hakim hassen baga rabbin si jaare
Daaii keenya jabaa khanaf duaii godhaf shekh mahmudal hasnat(ู…ุญู…ูˆุฏ ุงู„ุญุณู†ุงุช)
Forwarded from IJOOLLEE OROMOO (๊งเผ’ Eส™แด€ เผ’๊ง‚) via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
4_5769258495874447423 (1)
<unknown>
Daโ€™awaa akkan qalbii nama tuqqu wlh ๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜”rabbin nuhaa sataruu ๐Ÿ‘†

Shekh Amin Ibro

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
DHAAMSA HAYYU SHEEKHA KEENYA SHEKH AMIIN IBRO

Sahibni khe ๐Ÿ‘‰daftraaa fi qalaama
hararaan khe๐Ÿ‘‰ nyaata fi bishaan
SAVE GODHI
Oromo new nasheed 2020
<unknown>
Yaa rahaman - Amazing ๐Ÿ˜‰ Afaan Oromoo Nasheed ๐Ÿ‘†
Forwarded from Tooftaa Jireenyaa
โœ‹ Ashamaa Akkam jirtan?
Arran tana channel barreeda isiiniif qabannee dhufne Jirra takka filaadhuudhan. Join godha
#Turkey| ยซIlma Baba Erdoganยป

Ilma Abbaatti bahe!

Ilma Baba Erdogan kan ta'e Bilal Erdogan Shamarran Turkii kanneen Qur'aana guutuu isaa sammuutti haffazan/qayyabatan eebbisiisee jira.
Maashaa Allah!

Rabbi irraa haa jaallatu.

https://telegram.me/httpsHamzamohammed