Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
๐ŸŒผ ''Hubadhu'' Dubartin Hijaba walini bareddi. Hijaba walin Akka Urjititti midheydeti ifti. Hijaba walini Rabbii birattis jalatamtufi kabajamtu tate mullatti. Ammas ilma nama biratille Kabaja fi seenaa gari akkasin arkatti.
๐ŸŒผ Dubartin Dirqama Rabbin isidha irra kaye fudhatte. qoda isif kanname jalatte Ajaja Rabbi gote ifsattarte. Yerosan Wallahi nama isisan arke Masha Allah irra ja'e gammade caala Rabbi Alamatitu irra gammada.
๐ŸŒผ Hijaba kayachun Mallatto Imanatifi Soda Rabbi qabachuti ibsa. Kanafu Hijabni Dirqama Rabbin Sitti ajajedha. Hijaba kayyachun Addunya fi Akhirattille bu'a gudda sif qaba' tanaf Adara Ikti Hijaba hin lakkisin.
โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡
๐Ÿ‘‡
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Dawaa Qalbii (Sammaan Seman)
๐Ÿ”ถ #ุฅุฐุง_ุฑุฃู‰_ุฃุญุฏูƒู…_ุฑุคูŠุง .. ู…ุงุฐุง ูŠูุนู„ ุŸ
๐ŸŒŠNamni yoo manaama/abjuu arge maal gochuu qaba?

๐Ÿƒ๐ŸŒธ๐Ÿƒ ๐ŸŒน๐Ÿƒ๐ŸŒธ๐Ÿƒ

โ–ซ๏ธุนู† ุฃุจูŠ ุณุนูŠุฏู ุงู„ุฎูุฏุฑููŠู‘ู - ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ุŒ ู‚ุงู„:
๐Ÿ”„ abbaa sa'idal kidriyyii irra odeffamee, rabbii isarraa haa jaalatuu, jedhe

๐Ÿ“ #ู‚ุงู„_ุงู„ู†ุจูŠ ๏ทบ:

๐Ÿ“– Nabbiyyiin jedhan (SAW)

" ุฅูุฐูŽุง ุฑูŽุฃูŽู‰ ุฃูŽุญูŽุฏููƒูู…ู’ ุฑูุคู’ูŠูŽุง ูŠูุญูุจู‘ูู‡ูŽุงุŒ ููŽุฅูู†ู‘ูŽู…ูŽุง ู‡ููŠูŽ ู…ูู†ูŽ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูุŒ ููŽู„ู’ูŠูŽุญู’ู…ูŽุฏู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูŽ ุนูŽู„ูŽูŠู’ู‡ูŽุงุŒ ูˆูŽู„ู’ูŠูุญูŽุฏู‘ูุซู’ ุจูู‡ูŽุงุŒ

โœ๏ธ Tokkoon keessan yoo arge manaama/abjuu jaalatu, manaamni/abjuun suni rabbi irrayyi, rabbii isaa haa galatoomfatu, manaamicha/abjuu sanas waan argeef, namattillee haa himu.

ูˆูŽุฅูุฐูŽุง ุฑูŽุฃูŽู‰ ุบูŽูŠู’ุฑูŽ ุฐูŽู„ููƒูŽ ู…ูู…ู‘ูŽุง ูŠูŽูƒู’ุฑูŽู‡ูุŒ ููŽุฅูู†ู‘ูŽู…ูŽุง ู‡ููŠูŽ ู…ูู†ูŽ ุงู„ุดู‘ูŽูŠู’ุทูŽุงู†ูุŒ ููŽู„ู’ูŠูŽุณู’ุชูŽุนูุฐู’ ู…ูู†ู’ ุดูŽุฑู‘ูู‡ูŽุงุŒ ูˆูŽู„ูŽุง ูŠูŽุฐู’ูƒูุฑู’ู‡ูŽุง ู„ูุฃูŽุญูŽุฏู ุ› ููŽุฅูู†ู‘ูŽู‡ูŽุง ู„ูŽุง ุชูŽุถูุฑู‘ูู‡ู "
โ—๏ธYoo kan arge ta'e waan kanaan alaa waan jibbu irraa, manaamichi sheeyxaana irraayyi,Rabbitti haa maganfatu sharrii waan argee irraa, akka nama tokkottillee hin himne,manaamichis isa hin miidhu.

๐Ÿ“• ุตุญูŠุญ ุงู„ุจุฎุงุฑูŠ (6985)
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐ŸŒท๐Ÿƒ๐Ÿƒ@Dawaa Qalbii๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
Namni haxxifate (haxxish je'e) maal godhuu qaba?
~Namni tokko yeroo haxxifate "Alhamdulillaah ุงู„ุญู…ุฏ ู„ู„ู‡" jechuu qaba.
~Namni isa bira jiru ammoo nama haxxifatee "Alhamdulillaah" je'eef, "Yarhamukallaah ูŠุฑุญู…ูƒ ุงู„ู„ู‡" je'ee du'aa'ii godhuufii qaba. (Yoo namni haxxifate san "Alhamdulillaah" hin ja'in garuu namni bira jiru kun du'aa'ii hin godhuuf).
~Yeroo du'aa'iin tun isaaf godhamte, namni haxxifate suniis deebisee nama du'aa'ii isaaf godhe saniif "Yahdiikumullaahu wayuslihu baalakum ูŠู‡ุฏูŠูƒู… ุงู„ู„ู‡ ูˆูŠุตู„ุญ ุจุงู„ูƒู… " jedhee du'aa'ii godhaaf!

Sunnaa rasuula keenyaa tana nama hangamtu itti hojjachaa jira???
~Kan itti jiru jabaadhaa, itti fufaa!
~Kan amma dura hin hojjatiniis ammarraa eegalaa hojii salphaa ajrii itti argattan kanatti fayyadamaa!
SUNNAAN JIREENYA BAREECHITI!
~"SHARE" Gootee nama biraatiin gahuudhaan ajrii tee baay'ifachuus hin dagatin!!!
Forwarded from IJOOLLEE OROMOO (๊งเผ’ Eส™แด€ เผ’๊ง‚) via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Walaa_Meme (Wรกlร รค๐Ÿ‘Š ร–rรดmรธ)
โšช๏ธโšซ๏ธ๐Ÿ”ดโšช๏ธโšซ๏ธ๐Ÿ”ดโšช๏ธโšซ๏ธ๐Ÿ”ดโšช๏ธโšซ๏ธ๐Ÿ”ด

โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•

Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa

โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•

โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ

โ™ป๏ธโœ… Filadhaa fayyadamoo ta'aa ๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹
Maal barbaaddu?
Hunduu jiraa. Waliin tanee Afaan kenya ha gudiis nu.
Warren. Channel kessan nu wallii beksiisu fettan gara kanan gal mash dandesan @walaaoromo
Warren VIP barbaadan garaa @walaaoromo nu kunamu ni dandesan
โœ… @walaaoromo
๐Ÿ˜œ @walaaoromo

๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ

Channel Keessan bekksifachuuf galmaa

โšก๏ธ: @walaaoromo
โšก๏ธ: @walaaoromo
โšก๏ธ: @walaaoromo

โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…

JOIN

โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…
Waywaannu si qofatti
Makhluuqan yaamne takkaa
Osoo rabbiif si qabnuu
Maaltu shirkiin nu yakkaa

Ganaas nun khajeelchisin
Harki namaa azaaba
Tan ifiituu hin beekhuu
Ta namaa gad hizaaba

Hijaab tun teenyaa miti
Teenya zalaalam suma
Kha sitti waa qindeeysetu
Boruus azaaba dhuma

Dunyaan bilchaachuu diddee
Dheedhii taatus noormaalii
Suma dhabuun dandeenyee
Tola kheetiin nu laali !
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Nashiidaa takka barreeysinee qindeeysine waraabnee maxxansinee yoo isin biraan geenyu waan laaftutti isin biraan geyaa jirru sehuun keeysan ni mala.

Garuu nashiidaa takka barreeysuun yaroo dheertuu si gaafatti, akkasumaas beekkumsaa fii if tohannoo jabduu si gaafatti, san qofaa miti, yaroo waraabduus san caalatti si laffaasifti. Sa'a takka dhaabbattee, hulaa cufattee, akka maraataatti lallabuu qabda.

Hundaafuu dalagaa teenya rabbiin nurraa haa qeebalu!
by munshid Anas mohammed
Forwarded from IJOOLLEE OROMOO (ORO FACTS) via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Walaa_Meme (Wรกlร รค๐Ÿ‘Š ร–rรดmรธ)
โšช๏ธโšซ๏ธ๐Ÿ”ดโšช๏ธโšซ๏ธ๐Ÿ”ดโšช๏ธโšซ๏ธ๐Ÿ”ดโšช๏ธโšซ๏ธ๐Ÿ”ด

โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•

Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa

โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•

โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ

โ™ป๏ธโœ… Filadhaa fayyadamoo ta'aa ๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹
Maal barbaaddu?
Hunduu jiraa. Waliin tanee Afaan kenya ha gudiis nu.
Warren. Channel kessan nu wallii beksiisu fettan gara kanan gal mash dandesan @walaaoromo
Warren VIP barbaadan garaa @walaaoromo nu kunamu ni dandesan
โœ… @walaaoromo
๐Ÿ˜œ @walaaoromo

๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ๐Ÿ—ฃ

Channel Keessan bekksifachuuf galmaa

โšก๏ธ: @walaaoromo
โšก๏ธ: @walaaoromo
โšก๏ธ: @walaaoromo

โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…

JOIN

โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ