Obboleyyan keenya warren masgidni jala gubateef obbolesi keenya tokko masgiida tokko baasii isaa fi.wa hundaa anatu kafala ja'e allahu akkbar
Allahu akkbar hawasni islaama khunno mallaqa qofa miti dhaba mormaa ka harkaa sa'a mobaaila fi k,k,k,f masgidaa hawaasa mooxaa gubate cinaa dhabbachu jirani
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Akkanatti Isin Beekna
Hamza Booranaafi Jiilli Kfo Walii gala qarshii kuma 50000 arjoomanii jiru
Hayyoota jachuun kan akkanaati ofiifis kannatanii namas kannachiisan ! Mashallah akkana
Hamza Booranaafi Jiilli Kfo Walii gala qarshii kuma 50000 arjoomanii jiru
Hayyoota jachuun kan akkanaati ofiifis kannatanii namas kannachiisan ! Mashallah akkana
♻️✅ Filadhaa fayyadamoo ta'aa 👋👋
Maal barbaaddu?
Hunduu jiraa. Waliin tanee Afaan kenya ha gudiis nu.
Warren. Channel kessan nu wallii beksiisu fettan gara kanan galma'u dandesan @walaaoromo
Warren VIP barbaadan garaa @walaaoromo nu kunamu ni dandesan

Forwarded from Robsan Mohammed

Forwarded from Hamza Naik official (Nàìķ)
Walaloo guyyaa arraa obboleysaa kiyyaa ammarif qopheyse irraa hanga takka
Dhalootuma malee dhaluun naman dhibuu....
Dayaatii dhungadhaa ilmaan jara dhibuu.
Kan nugamachiise diina garaa gubu....
Alaabaa islaamaa kan lafaa olqabu.....
Kan jaamiaa dhaqee hijaaba mulisu...
Kan baka dhaqeti faanasaa hanbisu...
Kan if qofa tahee if nama taasisu...
Kan nagadee haqaan malaqa tirfeeysu...
Ilma haqaan fuudhu haqaan herumsiisu..
Kan fireendi tana nurraa dhabamsiisu..
Aka arraa kana kan nugamachiisu..
Gammane gammadaa rabbi isiin ha tiysu..
Anis dhaamsi kiya dhereyse naaf gaha...
Ari filadhaatii waliin baka gahaa....
Haalaa fi amala tolaa waliif nahaa....
Obsaa sinqii godhaa taba waliin cahaa....
Sh/amiin tahii fi haliima siif tahaa....
Haliimaa tahii fi sh/amiin siif tahaa....
@Hamzanaik1

Guyyaa arraa obboleyan kiyyaa Suheyb Sheikh Amiin Ibroo
Akkasuma Hamza hassen
Ifii Ibsa Abdi Rashid dhamsaan dhamef keysaa
Bagaa itti isiini gahee ammarifii fakiyaa
Laqanaaf hirataa afaan walif kayaa....
Jalala teysaan me bakkayutiin gayaa....
Ibsaa singlee san fudhaa afaan kayaa...
Hinafee ha fudhuu tahaf me hidayaa...
Ammar fudhe kutee fakiyaa isatii....
Tan akkan jalatuu wa hundaa olitii
Isinis akkasuma ammar ko jattii...
Wa dhabu dandeysuu midhaan onnisiti..
Ammarim agebaa munzirem agebaa
Hamzaa bicha qera gira iyya tegabaa
Osoo abbo tahiin tahi dafii abbaa
Ati koba tahun garaa ko na gubaa
Maal na lallaatan warri hinfuudhinii.
Nama hinfakkaattan Osoo if laaltanii
.waan takka fakkaattan a'addaatanii
.sanuuu hinqaanfatan zanaadha jattanii
Qomaa dhidhiba khararaa yataanii
.era laash hedduu dabbartanii
.sanuu hinqaanfattan asi wallaaltanii
ajiib ajiib hedduu dabbartanii
Abbi damerami single hin ta.ani
Dammarami jannan ga poletica godhini
Ani fudhaa bana hooy na lallalinii
Dubo an takka ta nafiin galinii
Munzir ni fudhee australira inni
Ammaris kunoti akkuma gartanii
Muazis isiin jalaa wan hafu bar anii
Ja.e jarri kun astoraliyaa fudhanii
Austerlia jabatte rabbumaa qabidani
Suheeyb siif himee ati biyya kheeysaa
.akkas tahuu baannaan ammaaniin sidheeysaa.
Dubbii takka goonaan ijalleen sibeeysaa
Xaraban si darbee si gara si baqeysaa
Ya xawiloo kiyya bekhi sin caccabisaa
San bodan hakimaf si diyasporesaa
Jabo dhihon tanaa afrikaa mattalitaa
Dangey dangey jacha nu caccabisattaa
Bo malii Ghanara takka fudhuu fetaa
Dubrii lafaa gutee safaxa ni dhisitaa
By hamza naik

Ibsaa khoo boonaa maal nashiidaa baaftaa
Mabruk mabruk jachaa mooq mooq nu gotaa
.aruuza namayyuu miizumaa bobbaaftaa
.naffee aruuzaa nyaachuuf gandarra daddeemtaa
Mee khee nunyaachisi hoggaas adebattaaa...
Ammar distance irraa regular godhe innii
Muaz naziif atoo mal jachuu akkaniii
Distance ta.anii daratii dhibunii
Regular godhiga nun dadaberiniii
Hamza fi ibsaa adem hin dhisinii
Suheybiif abaluu hunduma keysanii
Warri singlin daratii dhibdaniii
Bakka takka hundi single na ja.anii
Isiin cal jattanis an single ja.enii....

Forwarded from Odaa Electronics via @Hopeprobot
Forwarded from Walaa_Meme (Wálàä👊 Örômø)
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Akkam jirtu Kabajamtoota fi jaalatamtoota Ilmaan Oromoo marri keessan, Ani Nagaa kooti
Har'a Qophii Adda tokkon qabadhee isiniif dhiyaadheera innis qophii Dorgommii phototi qophiin kunis miseensa keenya keessaa abbaan barbaade photo fi Lakkofsa bilbilaa kessan karaa @walaaoromo nuuf erguun dandesa
Nuti nama hanga 20 ta'u barbaana tanafuu dafaati nuf erga photo tessan
maxxanfama miseensi channel keenyaa immoo sagalee itti kenna. Dorgommiin kun marsaa marsaan kan itti fufudha namni sagalee caalmaan 1ffaa kan bahe badhaasa qaba. Kan 2ffaa bahes akkasuma badhasa qaba
Miseensi channel keenya Walaa meme qophii kana daraan akka miidhaguuf dirqamni sin qabdan olaanaan photof sagalee kennuun nu dirqama.
Guyyaan dorgamii guyyota murasa boda wan ta'ef tanaaf Warren irratti hirmaachu feetan karaa @walaaoromo nu qunamuu dandessan

Robsan Mohammed
🍀Gorsale adda adda fi nashidale harawa arkkachuf channela khenya join godha🍀ittin buhara kofla gammada obaleyyan khessanifis #sher #sher 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@officialrobsan
@officialrobsan
Yada yo qabattan
@Hubbishka
https://t.me/officialrobsan

Telegram