Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
ΨΉΩ† أبي Ω‡Ψ±ΩŠΨ±Ψ© رآي Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ†Ω‡ Ω‚Ψ§Ω„: Β« Ψ­Ψ¬Ψ¨Ψͺ Ψ§Ω„Ω†Ψ§Ψ± Ψ¨Ψ§ Ψ΄Ω‡ΩˆΨ§Ψͺ، و Ψ­Ψ¬Ψ¨Ψͺ Ψ§Ω„Ψ¬Ω†Ψ© Ψ¨Ψ§ Ψ§Ω„Ω…ΩƒΨ§Ψ±Ω‡Β» Ω…Ψͺفق ΨΉΩ„ΩŠΩ‡.
Abaa Hureeyraa irraa odeeyfamee(ra) ergamaan rabbii (saw) "Azaabni waan namni jaalatuun marfamte, Jannanni waan namni jibbuun marfamte" jedhan. (Bukhaarii fi Muslim).

Kana jechuun waan lubbuun tee feetu qofa hojjettee kan rabbiin jaalatu yoo dhiifte kun dalagaa Azaabatti si ooftu. Waan lubbuuntee feetu dhiiftee waan rabbiin fedhu yoo hojjette tun dalagaa Jannatatti si ooftu. Azaaba seenuufis Jannata seenuufiis dalagachuu qabda. Azaaba seenuu yoo feete Zinaa, ribaa, khijiba,... ( gabaabumatti waan haraam ta rabbii fi rasuulli irraa dhoorkan) dalagachuu qabda. Jannata seenuus yoo feete waan halaal ta rabbii fi rasuulli (saw) itti si ajajan hanga dandeessuun dalagattee, waan haraam ta isaan irraa si dhoorkan irraa fagaachuu qabda.
●Filadhu bakka seenuu feetu hulaan lachuu banaadha!
● Yaa rabbi warra jannataa wajiin nu godhi, warra fedhii lubbuu ofii jala deemu osoo hin taane warra karaa ati jaalattuu fi itti nu ajajjerra deemee jannatul firdows argatu nu gadhi. Aamiin!
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Wan Barbaadan hunda issinif dhiheesuf qopoynera.Gosaa meshalee-Kobee,Bidilibsi,Shita or bijaama.All of you 0921335592
Forwarded from Deleted Account
πŸ‘¬nu dhihadha
❀jalalan nurra qabamtan
πŸ˜‚heddu nurra gammaddan
🎧nashida caqasun relax of gootu
πŸ‘‡ Duba maltu filachu si πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡dhorka
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

πŸ‘¬Walin taane channela πŸ‘¬muslima ha guddifnu
BAATII RAMADAANAATIIF GUYYAA 90 QOFAATU HAFE !!
β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’β€’
By: hamza m/d

Baatiin Ramadaanaa Seenuuf guyyaa 90 ykn Ji’a Sadii qofaatu Hafe.

Rabbiin warra baatii Ramadaanaa gayee soomanee ajrii soomanni qabu Rabbirraa arkatu nu haa taasisuu.

Mee yaa obboleeyyan Islaamaa Baatii Kabajaa Qabdu tanaaf sirritti if haa qopheessinuu.

Warri nu dura dabran Waggaan isaanii guutuun Ramadaana ture akkas jechuun

1: ji’a 6 yaa Rabbi Ramadaanaan nu Fati ja’anii Rabbii Isaanii kadhatan

2: ji’a 6 ammoo yaa Rabbi soomana keenya nurraa qeebali ja’anii rabbii isaanii kadhatan.

Kanaafuu nutiis mee akka warra nu dura Dabree San Haa taanuu.

Galtooma
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Abdallaa ibn Abbaas irraa odeeffame rasuulli rabbii (saw) "Zamana boodaa keessa ummanni tokko ni dhufan kan rifeensa isaanii halluu/qalama gurraachaan hallatan/gurraachatti jijjiirratan. Ummanni akkasii san foolii jannataa hin argan" jedhan. (Imaamu Ahmad, sahiihul jaami'i 8153).
Hadiisni kun dhiiras dubartiis ni baana.

Yeroo keenya kanatti of haa ilaallu. Aarrii (grey hair) qabaadhu, rifeensikee diimatus addaatus qalama gurraachaan hallachuun haraama gurra si calaw!
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Deleted Account
☝gafin qaba ya ikhwaani ☝
Nashida enyu fillatan me
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
❌Tokko qofa filachu dandessan ❌
#Kabajaan_Arsiif_Haa_taatu πŸ™πŸ™πŸ™

Arsii Kabajaan Isin Namaaf Qabdan Suuraa Kanarraa Hubachuun Ni Dandahama

Warri Aarsii Galatoomaa Baba Keenya Kabajjanii Nuuf Badhaasuuf
#Erdogan| Β«Sirna AwwaalchaaΒ»

Mootii kana sababa malee miti kan nuti dinqisiifannu...

Kirkira lafaa Turkii kutaa bulchiinsa Ilzig keessatti mudate daawwachuu kan deeman Mootiin Turkii Erdogan reeffa/janaazaa namoota balaa kanaan du'anii haala suuraa irratti mul'atuun geggeessanii jiru.

Mootii janaazaa uummata isaa baatee awwaalu... Ajaa'iba.

https://telegram.me/httpsHamzamohammed